Dhaamsa Bariisaa
Biyya keenyatti hojiilee tibba gannaa kana bal’inaan xinnaa guddaadhaan, dhuunfaafi dhaabbataan xiyyeeffannaa olaanaa argatanii raawwatamaa jiran keessaa tokko waa’ee dhaabiinsa biqiltuuti. Dhimmi kun eddii Ministirri Muummeen barana guutummaa biyyaatti biqiltuuleen biliyoonni afur... Read more »
Biyyiifi ummanni Itoophiyaa iftaan cidha guddaa tokko qabu; cidha nyaatanii dhugan otoo hintaane cidha lafa biqiltuun irraa ciramee golgolaa’e deebisanii magariisa gochuuf biqiltuu dhaabuudha. Biqiltuun dhala namaatiif waa hunda; eddii guddatee yeroo... Read more »
Magaalaan Finfinnee bulchiinsa haaromsaatiin buluu eddii eegaltee Adoolessa 10 bara 2010 irraa kaasee waggaan tokko lakkaa’ameera. Yeroon hojii bulchiinsa magaalattii xumuramus haala nageenya biyyattii keessa tureen bara darbe filannoo geggeessuun waan hindanda’amneef... Read more »
Qonni bu’uura guddina dinagdee Itoophiyaati. Ummatni biyyattii %85 hojii qonnaarratti bobba’ee jireenyasaa geggeeffata. Omishni qonna biyyattii roobarratti kan hirkate waan ta’eef omisha qonna gannaatiif xiyyeeffannaa olaanaa kennuun barbaachisaadha. Omishaafi omishtummaa qonnaa guddisuuf... Read more »
Biyya tanaaf gabrummaa caalaa bilisummaatu ulfaata. Ummanni jaarraa hedduu gabrummaa baatee jiraachuun itti hinulfaanne, waggaa tokkittii qilleensi bilisummaa itti bubbisuu eegale kana baachuu dadhabee yemmuu waliin gatantaru arguu caalaa wanti nama ajaa’ibu... Read more »
Oromoon namni nama sadiif tola oole bu’aa guddaa argata; namni nama sadiif tola hinoolle ammoo faallaa saniiti jedha. Sadan tola oolan bu’aa guddaa argatan 1fa gamnaaf dubbiin yoo tumsite, 2fa gootaaf onneedhaan... Read more »
Yommuun kolleejjii baradhu, guyyaa tokko gara mana barumsaa deemuuf manaa ba’ee taaksii utuun eeggadhuu daa’imni waggaa saddeet hincaalle korojoo dugdatti baattu tokko fiigdee karaa qaxxaamuru yaadi. Aniifi namoonni muraasni naannawaa sana turre... Read more »
Ummanni Itoophiyaa ummata olaantummaa seeraatti cimsee amanuufi duudhaasaa ittiin beekamuudha. Baroota bilisummaafi haqni cabeera jedhee amanettis duudhaadhumasaa kana eegee ummata irree tokkoon qabsaa’eedha. Fakkeenyaaf Oromoo biratti ‘adaraa seeraa’ yoo jedhame gochi hamaan... Read more »
Qillensi torbee kanaa bitaa malee mirga bubbisuun akka gaaraatti waan itti ulfaate fakkaata. Oduu ijoon torbee kanaas waan gaarii liqimsee isa gadhee hafarsee ummata biyyattii mogolee buusee qalbii cabse. Waggoottan shanan darbanitti... Read more »
Hojiin ogummaa kamuu duudhaa mataa isaa qaba. Ogummaan Raayyaa ittisaas saayinsaawaa waan ta’eef duudhaa hojii isaa ittiin gaggeefatu miidhagaa ta’e qaba. Kanaafuu raayyaan ittisaa sochii isaa guyya guyyaa keessatti duudhaa isaa eeggatee... Read more »