Maariyyee Jaldeessaafi ofeeggannoo taasifamuu qabu

Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa torban darbe Itoophiyaatti mul’achuu Ministeerri Fayyaa ibsuun isaa ni yaadatama. Jalqaba daa’ima guyyaa 21 irratti kan argame yoo ta’u namoota isa waliin tuttuqqii qaban keessaas haatisaa qabamuun mirkanaa’eera. Seenaan... Read more »

Imala misooma bishaanii milkaa’aa cimee ittifufuu qabu

Oromiyaan qabeenya bishaaniifi maddoota inarjii haaromfamoo akaakuuwwan adda addaa baay’ee qabdi. Qabeenya bishaan lafarraa meetir kuubii biliyoona 58fi kan lafa jalaa meetir kuubii biliyoona 23.5tti shallagamu kan waggaatti dhangala’u qabdi. Akkasumas, lageen... Read more »

Qilleensi nagaa dachee Oromiyaa bubbisaa jiru cimee ittifufuu qaba

Oromoon “Kan nagaan nu bulchite nagaan nu bulchi, namaa sa’aa nagaa nuu kenni, qilleensa hamaa tulluu duuba nuu qabi” jedhee uumaa kadhachuun nageenyi waa maraa ta’uu ibsa. Kan wallole gaaddisa jala taa’ee... Read more »

 Har’i kaleessa miti

Asoosamoonni dogoggoraa matayyoonniifi gareewwan faayidaasaaniif jedhanii uuman hawaasaafi biyya garmalee miidhaniiru. Lubbuu marartuun lammiilee hedduus galaafatameera, qabeenyis barbadaa’eera. Hundarra badiin summii matayyoonni ilaalchaan fiixeetti bahan facaasan miidhaa laalessaa akkamii akka qaqqabsiise hubachuuf... Read more »

Karaa nagaa filachuun qaroomina

Oromoon sirna cunqursaa darbaa dhufaa boquusaatti ba’aa ture ofirraa cabsuuf waggootaa dheeraaf qabsoo hadhaa’aafi obsa fixachiisaa taasisaa tureera. Qabsoo gama kanaan taasisaa tureen murnoota boquusaatti ba’aa ta’anii akka silmii isa xuuxaa turan... Read more »

Milkaa’ina qonna gannaatiif gamanumaa…

Itoophiyaan riifoormiiwwan dinagdee mandhalee gama hundaan humnaafi carraa bal’aa qaban shan: Qonna, Industirii, Albuuda, Turizimiifi ‘ITC’irratti xiyyeeffannaan hojjetaa jirti. Dameelee utubaa dinagdee kanneen keessaa ammoo iddoo guddaa kan qabatu qonna. Jijjiiramaa as... Read more »

Eeyyee, aadaan ni haaroma

Aadaa jechuun taateewwan jiruufi jireenya dhala namaa keessatti raawwataman yoo ta’u, kan baratamu, kan qoodamu, kan ittiin waliigalamu, amala hundagaleessummaa, walitti hidhamuufi amala haaromuu kan qabuudha. Namoonni baay’ee jecha aadaa jedhu yommuu... Read more »

Misooma afdaneessummaa waliigaltee waloo cimaaf

Afaan, aadaafi dhuudhaan ummatoota Itoophiyaa akka dagaaganiifi guddatanii dhalootatti darbaniif akkasumas qo’atamaniifi sanadeeffamaniif mootummaan yeroo kamuurra xiyyeeffannaan hojjechaa jira. Afaan hawaasaa eeguufi kunuunsuun, beekumsawwan hawaasummaafi aadaasaa karaa waajjira dhimma kana ergamasaa taasifatee... Read more »

Tajaajila maaddii tokkorraa

Akka biyya keenyatti dameelee lammiileen irra deddeebiin komii irratti kaasaa jiraniifi ittiquufiinsi maamilaa hinargamne keessaa tokko kenna tajaajilaati. Kenni tajaajilaa har’as iddoowwan baay’eetti hudhaa ta’ee ittifufeera. Dhimmoota damicha keessatti akka rakkoo guddaa... Read more »

Goolabbii injfannoo ummata gurraachaa Saambee( 1933)

Injifannoo Adwaa booda bara 1928 Faashistiin Xaaliyaanii Itoophiyaa weerarte. Gootonni Itoophiyaas fedhii diinaa keessuummeessuuf dhiisaanii riphanii loluun (‘Guerrilla warfare’) diina boqonnaa dhorkan. Gootota diina boqonnaa dhorkatan keessaas raayyaan waraanaa Leenca Gurraachaa (‘Black... Read more »