Buunyaa: Akaakuu ispoortii Itoophiyaatti xiyyeeffannaa fedhu

Finifinnee: Afrikaa Kibbaa, magaalaa Darbaanitti dorgommii yaadannoo pirezidaantii duraanii biyyattii, Maandeellaaf qophaa’erratti hirmaachuudhaan Kibxata darbe gara biyyaatti kan deebi’e jila Buunyaa Itoophiyaaf simannaan taasifameera. Dorgommii Ebla 8 hanga 13 bara 2016tti adeemsifame... Read more »

 Torbee injifannoo atileetota keenyaa

Finfinnee: Dorgommiiwwan atileetiksi torban kana biyyoota adda addaatti adeemsifamanitti atileetonni keenya injifannoo olaanaa gonfataniiru. Dorgommii maaraatonii Ostiriyaa, Magaalaa Veenaatti adeemsifameen Dhiiran atileeti Caalaa Raggaasaa sa’aatii 2:06.35n tokkoffaa ba’un mo’ateera. Fiigicha meetira kuma... Read more »

 Istaadiyeemii Intarnaashinaalii Aqaaqii:

Miseensonni jila Ispoortii aadaa naannawaa biyya keenyaa mara irraa walitti dhufan turtiisaanii Finfinneen tattaaffii duudhaalee keenya gaarii ijaaruuf taasisaniif nigalateeffanna. Jilichi iddoo oolmaa ispoortiifi giddugala ijaarsa namummaa dargaggootaa hundeessuudhaan dargaggoonni kennaa dandeetti... Read more »

 Akkuma “Biiftuu jirtuu suksuku” jedhamu Qeerrummaan waqtii muuxannoo qabnu hojiifi galiitti jijjiirruudha”

“Dargaggeessaa hammam geessaa? suman jaallee biyya keessaa” jedhamee weellifameefiira. Dhugaadha isaan utubaa biyyaa, wabii gaafa xiiqii, gaachana gaafa qabsoo, xomboora qaanqee bilisummaa ijji biyyaa irra jiruudha. Jijjiirama akka biyyatti har’a hunduu hawaasdinagdeen... Read more »

 “Dhaloota dhufu badhaadhina malee madaa dhaalchisuu hinqabnu”

Haala yeroo nagaafi tasgabbii biyyaarratti mari’achuun ibsa Mana Maree Nageenyaa Biyyaalessaarraa kenname Kabajamtoota ummata biyya keenyaa; Itoophiyaan seenaa adeemsashee bara dheeraa keessatti, garaa garummaa siyaasaa waliigaltee dhabuufi walitti bu’iinsa karaa nagaan dubbachuufi... Read more »

 Sirna Gadaa keessatti sadarkaalee hirmaannaa ijoollummaafi dardarummaa

Sirni Gadaa garaagarummaa koorniyaa, umrii, sadarkaa barnootaa, gosaafi amantiidhaan dhala namaa kan qoodu osoo hintaane sirna dhala namaa hunda jaarmiyaalee adda addaa jalatti ijaaruun hawaasa keessatti dhimmoota siyaasaa, dinagdeefi hawaasummaarratti akka hirmaatan... Read more »

 “Kaka’umsi waggoota jahan darbanitti damee barnootaarratti mul’ate qabeenya ofiirratti murteessuu danda’uurraa kan maddeedha” -Tolaa Bariisoo (PhD)

Bitootessa bara 2010 irraa kaasee haalli siyaasaa, hawaasummaafi dinagdee biyya kanaa adeemsa siyaasaa haaraa keessa kan itti galte yemmuu ta’u, haala siyaasaa lammiilee karaa nagaatiin yaadasaanii ummata biraan gahuuf qabsaa’an hundaaf kan... Read more »

 Nageenyi badhaadha

Oromiyaan qabeenya uumamaafi namtolchee hunda keenya gahuun kan badhaateedha. Laftiifi qilleensi keenya hawwataafi mijataadha; waa lama qofa barbaada: walhubannoofi yaada galteewwan qabnu madaqsee qabeenya (‘wealth’) uumu maddisiisuufi hojiitti hiikuu. Qabeenya kennaa Uumaa... Read more »

 Dhaloota kanaaf ajandaan waggaa 50 nagaa waaraa ta’uu qaba

Itoophiyaan seenaa mootummaa bara dheeraa keessatti garaagarummaa siyaasaa, waldhabdeefi walitti bu’iinsota karaa nagaa, mariifi waldhaggeeffachuun hiikuurratti muuxannoo hinqabdu. Akka carraa ta’ee siyaasnishee siyaasa yeroo hunda zeeroorraa jalqabuudha. Biyyanatti kan barame kan humnaan... Read more »

 Shaggaritti rakkoolee bulchiinsa gaarii 612f furmaatni kenname

Shaggar: Magaalaa Shaggaritti rakkoo bulchiinsa gaarii kenna tajaajilaan walqabatan 1094 adda ba’an keessaa 612n furmaata argachuu Waajjirri Pablik Sarvisii Magaalaa Shaggar ibse Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Cammaraa Shibbiruu ibsa tibbana Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »