Biirichi giddugala tursiisa daa’immanii babal’isaa jira

Finfinnee: Manneen hojii mootummaa keessatti giddugala tursiisa daa’immanii babal’isaa jiraachuu Biiroon Dhimma Dubartootafi Daa’imman Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Kominikeeshinii Aadde Ruuqiyaa Bashuu ibsa Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, biirichi... Read more »

 Roobni ji’a Bitootessaa hojii qonnaafi nyaata beeyiladaatiif mijataadha

Finfinnee: Roobni ji’a Bitootessaa hojii qonnaafi nyaata beeyiladaa biqichuuf mijataa ta’uu Inistiitiyuutiin Metiworolojii Itoophiyaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaa Damee Raaga Metiworolojii, Tajaajila Gorsaafi Qorannoo Inistitiyuutichaa Doktar Asaamminoo Tashoomaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

Warshaan dhagaa cilee qarshii biliyoona shanii oliin Tarcaatti ijaaramaa jiru dhiyeenyatti hojii eegala

Tarcaa: Warshaan dhagaa cilee qarshii biliyoona shaniin Godina Daawuroo, nannawaa Magaalaa Taarcaatti Kubbaaniyaa Misooma Albuuda ‘ET’ (ET MINERAL DEV. T.S.C) jedhamuun ijaaramaa jiru dhiyeenyatti xumuramee hojii kan jalqabu ta’uu Bakka Bu’aan Kubbaaniyichaa... Read more »

 Diyaasporaa garaagarummaa ilaalchaa qabaatus dhimma biyyaarratti tokko ta’uu qaba

Finfinnee: Garaagarummaan ilaalcha siyaasaa hawaas diyaasporaa gidduu jiru fayyaalessa ta’us dhimma biyyaarratti tokkummaa’uun dirqama ta’uun ibsame. Waltajjiin marii carraa investimantiifi dhimma biyyaarratti hirmaannaa diyaasporaarratti xiyyeeffate Kamisa darbe galma Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo... Read more »

Daandii AddelleeSakkiinaa deebii rakkoofi gaaffii bara dheeraa Godina Arsii

Finfinnee: Ummatni godina Arsii, Aanaa Amiinyaa sababa daandiin rakkoo daran ulfaataafi bara dheeraaf iyyachaa turan daandiin isaaniif hojjetamuusaaf akka lammata dhalachuutti miirasaanii ibsachaa jiru. Aanaan qabeenya uumamaan badhaate daandiin dhibuun jireenyi yaaddoo... Read more »

Wayita soomaa biyyaaf kadhachuufi gaarii hojjechuun dirqama hundaa ta’uu qaba” – Abbootii Amantaa

Finfinnee: Hordoftoonni amantaa kirsitaanaafi Islaamaa wayita sooman biyyaa kadhachuu, gaarii hojjechuufi dubbachuun dirqama amantaasaanii ba’uu akka qaban Abbootiin Amantaa hubachiisan. Abbootiin amantaa kunneen soomana tibba dhufu qabamu ilaalchisiin ibsa Kamisa darbe Dhaabbata... Read more »

“Magaalaa baadiyyaatti mirgiifi faayidaan dubartootaa walqixa kabajamuu qaba” – Pirezidaanti Sahaalawarqi Zawudee

Finfinnee: Magaalaa baadiyyaatti mirgiifi faayidaan dubartootaa walqixa kabajamuu akka qabu Pirezidaantiin Itoophiyaa Sahaalawarqi Zawudee hubachiisan. Guyyaan dubartootaa akka addunyaatti yeroo 113ffaaf, akka Itoophiyaatti ammoo yeroo 48ffaaf mataduree ‘Dubartoota haa gahoomsinu, misoomaafi nageenya... Read more »

 Pirojektiin Albuudaa Laga Dambii gara omisha sookootti deebi’e

Adoolaa: Pirojektiin Albuudaa Laga Dambii miidhaa fayyaa hawaasaa dhaqqabsiisuun adda cite ture beenyaa kaffaluun gara omishaa sookoo(warqee)tti deebi’uu Waajjirri Misooma Albuudaa godina Gujii beeksise. Ittigaafatamaan Waajjirichaa Obbo Mangistuu Waajii Wixata darbe Dhaabbata... Read more »

 “Dubartoonni aadaa Oromoofi sirna Siinqee keessatti fakkeenya nagaafi araaraati”  – Aadde Mabraat Baacaa

Adaamaa: Konfiraansiin Nageenyaa Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Mataduree “Nageenya Itoophiyaa nan eegsisa, ilmaankoo horata nandhaalchisa” jedhuun Wiixata darbe Magaalaa Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti adeemsifameera. Dubartoonni godinaalee Oromiyaa hundarra walitti babba’aniifi... Read more »

 Magaalaan Adaamaa hojii dijitaalaayizeeshiniin shampiyoona taate

Finfinnee: Magaalaan Adaamaa hojiin dijitaalaayzeeshinii hojjette Fooramii Magaalota Itoophiyaa 9ffaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamerratti shampiyoona ta’uun ibsame. Kaantibaa Ittaantuun magaalichaa Aadde Hinseenee Mahaammad ibsa kaleessaa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, Adaamaa tajaajilota... Read more »