Oduu Bariisaa
Maqaa ummata bilisa baafnaatiin ofiifuu bilisummaa dhabne. Kan naannichatti hamuummatus keessa gugatee ummata miidhe, jedhan, miseensonni Shanee godinaalee Wallagga Bahaafi Shawaa Lixaatti mootummaatti harka kennataniifi booji’aman. Waldhabdee jiru karaa mariifi marabbaatiin furuuf... Read more »
Finfinnee: Inistitiyuutiin Qorannoo Qonna Oromiyaa jijjiiramaa as sanyiiwwan haaraa gosa garaagaraa 127 ifoomsuun wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu keessatti qoodasaa ba’achuu ibse. Daarektarri Olaanaan Inistiitiyuutichaa Obbo Tashoomaa Boggaalaa sanyiiwwan haaraa 34 qorannoodhaan argaman... Read more »
Walqixxee: Hojii misooma Dhagaa Dhaabbii Xiyyaa jalqabsiisuuf qophiirra jiraachuu Pirezidaantiin Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa Obbo Indaashaawu Xaasewu himan. Pirezidaantichi gaafdeebii dhiyeenya kana garee gaazexeessitoota Itoophiyaa waliin taasisaniin akka jedhanitti, naannichi qabeenya hawwata turistii... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti ji’oota saddeet darbanitti alergii albuudaarraa doolaarri Ameerikaa miliyoona 38 argamuu Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa naannichaa beeksise. Hogganaa ittaanaan abbaa taayitichaafi ittigaafatamaan Damee Qorannoofi Misooma Albuudaa Obbo Zawuduu Taaddasaa ibsa torbee... Read more »
Haalli nageenyaa Oromiyaas fooyya’aa dhufeera Finfinnee: Hiriirri deeggarsaa tibbana Naannoo Amaaraatti gaggeeffame bu’aalee waggoota jijjiiramaa ja’an darban keessatti argamaniif beekamtii kan kenne ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Naannoo Amaaraa ibse. Haalli nageenyaa Oromiyaas yeroo... Read more »
“Gandootni Shaneen keessa socho’aa ture tolaanis lolaanis bilisa ba’aa jiru” -Dokta Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee: Gadootni Oromiyaa Shaneen keessa socho’aa ture waamicha araaraafi tarkaanfii qindaa’aa fudhatamaa jiruun bilisa ba’aa jiraachuu Ittigaafatamaan Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Doktar Biqilaa Hurrisaa ibsan. Doktar Biqilaan Roobii darbe Dhaabbata Pireesii... Read more »
Finfinnee: Hojiin mootummaan ‘Istaarti Appotaaf’ haala mijataa uumuuf hojjechaa jiru sosochiin damichaa caalaatti akka si’atu kan taasisuufi abdachiisaadha jedhan Istaarti Apparoonni. Agarsiisni “Istaarit Appii Itoophiyaa” Bitootessa 30 bara 2016 Finfinnee, Godahambaa Saayinsiitti... Read more »
Finfinnee: Daawwata tuurizimiirraa galii qarshii biliyoonni 25 argamsiisuu Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa ibse. Komishinara Ittaanaa Komishinichaa Naggaa Wadaajoo Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, komishinichi misooma tuurizmii naannichatti raawwaterra qarshii biliyoona 25... Read more »
Finfinnee: Odeeffannoo haalaafi amala qilleensaa waggoota 127 ol ta’u kuufatee qabaachuu Institiyuutiin Meetirooloojii Itoophiyaa ibse. Ce’umasa teknolojii mirkaneessuuf piroojektiin yuuroo miliyoona 13n hojiirra oolaa jiraachuus ibsameera. Daarektarri ittaanaan inistitiyuutichaa Obbo Kiflee Hayilamaariyaam... Read more »
Finfinne: Misooma Koriidariifi eegumsa hambaalee magaalaa Fifinnee bifa walsimuun hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Eegumsaafi Qo’annaa Hambaalee beeksise. Daarektarri Olaanaan Abbaa taayitichaa Pirofeesara Gargaaraan Ababaawu Ayyaaloo Roobii darbe ibsa miidiyaaleef kennaniin akka jedhanitti,... Read more »