Humna Qilleensaa samiin kan jajjabeewwanii ta’uu mirkaneesse

Raayyaan Ittisaa Itoophiyaa akkuma addunyaattuu humna gama hundaan maqaa gaarii qabuudha. Raayyaan waggaa 116ffaasaa baatii Onkoloolessaa darbe kabajate kun naamusa loltummaa goonfaterraa ka’uun biyyoota ergama kabachiisa nagaa qabatee deeme hundatti gootummaa, gaachanummaafi... Read more »

 Heddumminaafi walqixxummaa utubaa tokkummaa biyyaalessaa

Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa har’a, Sadaasa 29 bara 2016 kabajamaa jiru bu’aa qabsoo waloo sabootuma kanneeniiti. Sarbamni eenyummaa, aadaa, duudhaafi seenaa waggoota 150 oliif ture qabsoo ummatoota cunqurfamootiin hunkutaa’ee wabii heerawaa... Read more »

 Dippilomaasii milkaa’aan nageenya biyya keessaatiin utubamuu qaba

Itoophiyaan waraanaa kaabaa waggoota lamaaf adeemsifame hordofee keessumaa hariiroon biyyoota lixaa wajjin qabdu daran laafee, dhiibbaanis hammaatee ture. Qormaanni hidha Abbayyaatiin walqabatee ka’aa tures daran olaanaa ture. Ta’us gama waraana kaabaatiin waliigaltee... Read more »

 Harka nageenyaaf diriire dhiibuun dararaa ummataa caalaatti hammeessuudha

 “Wadaree Haadha Liiban Daldaltuu jabduufi haadha harkaqal’eeyyiiti. Nama siyaasa hordoftus miti. Yakka tokko malee Shaneen guyyaa saafaadhaan ija ummataa duratti gara jabinaan ijjeefte. Du’a suukanneessaa gara nama nyaatu!” Gujiitti namni miseensa garee... Read more »

 Seenessa waloo ijaarsa biyya walootiif

Seenessi bu’aa ida’ama dhugaawwan, afoolawwan, seenaawwan, taateewwan odeeffannoowwan dhala namaatti himamaniiti. Bu’aa humnaa dhalli namaa dhugaa (reality) waa fakkeessuuf ittifayyadamuuti. Seenessi humna dhangala’ina odeeffannoowwan beekumsa (Cognitive)fi miira (Affective) dhala namaa ijaaruudha. Maddiwwan... Read more »

 Marii: Duudhaa waliinummaafi walta’iinsaa

 Wantoota waldhabdee xiqqeessanii olaantummaa nageenyaa mirkaneessuu danda’an keessaa mariin isa ijoodha. Yoo mari’atan yaada walii beekuun, walhubachuun darbees walamansiisanii addaddummaarraa tokkummaatti dhufuun ni salphata. Kanaanis namoota gidduutti miirri walamanuu, walkabajuufi qindoomuu gabbachuun... Read more »

 Milkaa’ina karoora xiiqiitiif xiiqiidhaan

Mootummaan Naannoo Oromiyaa, karoora mootummaa bara 2016 “Karoora Xiiqii” jedhee, moggaasuunsaa ni beekama. Hoggansa sadarkaan jiru waliinis akkaataa karoorrri qabame kun ittimilkaa’uurratti waliigalamuuni hojiitti kan galame. Milkaa’ina karoorichaatiif waan hojjechuuf qabame tokko... Read more »

Raayyaa qormaata hunda keessatti injifatu

“Raayyaa Ittisaa qabatamaan qorameefi Afrikaan ittiin boontu ijaarreerra, raayyaan bara baraan aarsaa kan kafalu, nageenya argame cimsuufi kan dhabame deebisuuf, biyyi keenya fayyadama walootiif biyyoota ollaa waliin nihojjetti, riifoormii hojjetameen raayyaan muuxannoo... Read more »

 Hariiroo Itiyoo Chaayinaa walamantaafi walta’iinsa waloorratti hundaa’e

 Bal’inni lafaa Chaayinaa iskuweer kiiloo meetira miliyoona 9.6 yoo ta’u; Ruusiyaa, Kanaadaafi Ameerikaatti aanuun addunyaarraa sadarkaa afraffarraatti argamti. Biyyattiin ammaan tana Indiyaatti aantee baay’ina ummataatiin sadarkaa 2ffaa irratti argamti. Chaayinaatti umriin jireenyaa... Read more »

 Mariif dursa kennuudhaan tokkummaa daneessummaa cimsuu

Oggaa seenaa biyya keenyaa duubatti deebinee mil’annu haalota adda addaa hubanna. Tokkummaadhaan rakkoolee danuu ceenee eenyummaa keenya eegsifanneerra. Walkabajneefi walii yaadaa walummaan baroota ceeneerra. Gamtaadhaan dhaabannee waltaanee diinota biyya keenya weeraranii jilbeeffachiisuuf... Read more »