Karoora qindaa’aa ittifayyadama lafaa hojiirra oolchuun guddina dinagdee ittifufiinsa qabu mirkaneessuudha

Biiroon Lafa Oromiyaa Karoora Qindaa’aa Ittifayyadama lafaarratti Kibxata darbe qooda fudhattoota waliin Finfinneetti mari’ateera. Saganticharratti qorannoon karoorichaa dhiyaatee hoggantoota sektaroota mootummaa naannichaafi federaalaatiin akkasumas hayyoota, qorattootaafi hooggantoota miti mootummaa garagaraa waltajjicharratti argamaniin... Read more »

 “Qonni magaalaa wabii midhaan nyaataa mirkaneessuurra darbee madda galii ta’ee jira” – Doktar Dirribaa Galatii

Misoomni qonna magaalaa erga babal’achuu eegalee as jijjiramni gama dinagdeefi wabii midhaan nyaataatiin of danda’uu yeroorraa yerootti gabbataa dachaan dabalaa jira. Kana milkeessuufis Qorannoon Qonna Itoophiyaa qorannoo gara garaa gaggeessaa ture keessatti... Read more »

 “Waldaaleen hojii gamtaa egeree dinagdee biyyattii keessatti shoora olaanaa qabu” -Obbo Hayilee Gabree

Biyya dinagdee haqaqabeessi hinjirre keessatti guddinni barbaadamuufi fayyadamummaan lammilee qixa ta’e dhufuu hindanda’u. Akka biyyaatti qofa osoo hintaane akkuma addunyaattuu dinagdee haqaqabeessi dhibuusaatiin biyyoota Lixaafi Bahaa gidduutti addaddummaa olaanaan uumamee ture. Kana... Read more »

Maanaajimantii Odeeffannoo Fooyya’aa: Konistiraakshinii fooyya’aaf

Indastiriin konistiraakshinii Itoophiyaa yeroodhaa gara yerootti fooyya’iinsa agarsiisaa ALA bara 2024-2027tti waggaatti guddina dhibbantaa saddeet akka agarsiisu qorannoon raga damichaarratti jiru ni mul’isa. Hojii waggoota darban hojjetamaniinis bu’aa jajjabeessaan galmaa’eera. Ijaarsawwan bu’uuraalee... Read more »

 Albuudonni yeroo gabaabaa keessatti jireenya namaa jijjiiran Oromiyaa keessa jiru

Dacheen Oromiyaa irraafi jalli qabeenya uumamaan kan badhaate taatus akkataa barbaadameen itti fayyadamuun tajaajilarra oolchuun dinagdeen of ijaaruurratti hojiin hojjetamee jiru quubsaa miti kanamalees galiin barbaadamu argameera jechuun hindanda’amu. Haata’uutii qabeenya uumamaa... Read more »

 Kan facaasne haamaa jirra

Warraaqsa dinagdee guutuu Oromiyaatti adeemsifamaa jiru milkeessuu keessatti misoomni qamadii bonaafi gannaa daran saffisaa kan jiru yoo ta’u, Oromiyaarra darbee seenaa Itoophiyaa haaressuu kan danda’udha jedhameefiira. Kana daran milkeessuufis toora xiyyeeffannoo misooma... Read more »

 “Guddinni dinagdee keenya dabalaa jiraachuu ‘IMF’tu ragaa baha” -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Itoophiyaa keessatti warraaqsa siyaasaa ittifufiinsaan gaggeeffamaa tureen raafamni dinagdee biyyattii mudate daran olaanaa yoo ta’u, deebisanii bayyanachiisuuf dhamaatee guddaa kan gaafatu ture. Siyaasni biyyattii tasgabbaa’ee mootummaa jijjiiramaatiin tarkaanfileen dinagdee golgolaa’e deebisaanii bayyanachiisuu... Read more »

 Bittaa elektironiksiifi faayidaaleesaa

Hojmaata bittaa mootummaa baramaadhaan meeshaa ykn mi’a tokko bituuf piroformaa funaanuurraa kaasee birokraasiifi bu’aa ba’ii hedduu keessa darbama ture. Yeroon caalbaasiinsaa fudhatus daran dheeraa (hanga guyyoota 200), nuffisiisaafi hojmaannisaas walxataa ture. Hojmaatichi... Read more »

 Barana gannaafi bonaan lafa hektaara miliyoona 4.7 qamadiidhaan misoomsuuf karoorfameera

Itoophiyaan fedhii qamadii nyaataafi faayidaa biroo guuttachuu dadhabuusheetiin waggoota 50 olif sharafa alaa olaanaa ta’e dhangalaasuudhaan biyya alaatii galchaa turuunshee seenaa waggaa tokko hincaalleedha. Qamadii bifa deeggarsaatiin Itoophiyaaf kennamuufi biyyattiin immoo fedhii... Read more »

 Coba bishaaniirraa hanga balbala galaanaatti…

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) torban kana dhimma galaana diimaa ilaalchisuun ilaalchi namootaa maal fakkaata? Yaadni jiruwoo sirriimoo sirrii miti, ta’uu qabamoo hinqabu? Lammiileen Itoophiyaa hundi dhimma kanarratti mari’atanii ijoolleessaaniif waan... Read more »