
Warraaqsa siyaasaa akka Itoophiyaatti waggoota lama dura taasifamaa tureen hubaatiin sochii hawaas dinagdee lammiileefi biyyaarra gahe daran olaanaadha. Fayyadamummaan lammiilee keessumaa dargaggootaa haalaan mirkanaa’uu dhabuun rakkoo hojidhabdummaa babal’ateen harki waan hojjetee bulu... Read more »

Biyyi hir’ina daldala alaa keessa jirtu takka sababoota hir’ina sanaa tokko lama jettee adda baafachuudhaan fala furmaataa kaa’uun dirqamasheeti. Hir’inni daldala alaa kun immoo meeshaalee hedduu omishanii biyya alaatti erguu dadhaburraa kan... Read more »

Namootni baay’een waa’ee jiruufi jireenyaa kallattii addaddaatiin hiika itti yaa kennan malee galmisaanii tokkichuma. Tokko tokko jiruun bu’aa ba’ii hedduutiin kan guutamte waan taateef, akka waan mana barumsaa taateetti fudhatu. Kunis imala... Read more »

Yeroo tokko tokko jireenyi addunyaa kanaa baasanii buusanii; akkasumas fageessanii yoo ilaalan waan dhoksaa fakkaatti. Si’a tokko tokko ammoo carraa ykn hiree namni tokko wayita biyya lafaa kanarra jiraatu uumamumaan kennamuuf ta’eetu... Read more »

Oromiyaan qabeenya uumamaan badhaatuu ta’uusheetiin invastimantiin biyyattii harki caalu naannicha keessatti kan argamuudha. Kana malees magaalonni magaalaa gudditti Oromiyaa, Itoophiyaafi teessoo Gamtaa Afrikaa Finfinneetti marsaniifi dhiheenyatti jiran magaalota Oromiyaa waan ta’anif kuufamni... Read more »

Maloota Mootummaan jijjiiramaa akka haaraatti qabatee itti deemaa jiru keessaa tokko waa’ee qabeenyuma biyya keessaatti fayyadamuun dinagdee guddisuuti. Kanaafis tooftaaleen adda addaa qophaa’anii hojiitti seenaa jiru. Gaazexaan Bariisaas dhimma riiformii dinagdee kanaafi... Read more »

Itoophiyaan madda qabeenya bishaanii ardii Afrikaati ishee jechisiisan keessaa tokko laga Gannaalee Daawwaa yoo ta’u, biyyattii kibba bahaatti kan argamuudha. Lagni kun bishaan yaa’a gaarreen naannoo Sidaamaafi Godina Baalee keessaa burquun kan... Read more »

Tibba kana jecha taaksii eksaayizii (Excise Tax) jedhu dhaga’uun haaraa miti. Mootummaan oomishaalee garagaraarratti taaksii dabaluuf wixinee qopheessee qaamolee garagaraa mariisisaa akka jirus hubannaa hamma ta’e ni qabna. Garuu oomishoota akkamiirratti, maaliif,... Read more »

Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa teknolojiiwwan qonnaa adda addaa baasuu, madaqsuufi babal’isuudhaan akkasumas sanyiiwwan midhaanotaafi beelladootaa omisha fooyya’aa kennan qorannoodhaan baasee qonnaan bulaa biraan gahuudhaan omishaafi omishtummaa qonnaa guddisuuf tattaaffii cimaa taasisaa jira.... Read more »

Aadaa kanaan dura tureen mootummaan aangoorra jiru umrii aangoosaa dheereffachuuf jedhee hojii dur hojjechuu qabu kachachalummaan bira darbuun wayita filannoon jala ga’u maqaa misoomaan oliif gadi fiiga. Kun Itoophiyaaf haaraa miti bara... Read more »