
Rakkoolee hojii dhabdummaa dargaggootaa furuuf mootummaan Federaalaa bara 2009 fandii liqii marmaartuu dargaggootaa qarshii biliyoona 10 ramaduunsaa kan yaadatamuudha. Fandiin kun karaa Ministeera Maallaqaa naannoleef gadhiifamaa kan jiru yoo ta’u, Biiroon Misooma... Read more »

Ayyaanni Qillee ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajamaniifi ibsama aadaa garagaraa qaban keessaa isa tokko. Ayyaanni kun akkuma addunyaattiyyuu hordoftoota amantii kiristaanaa biratti haala ho’aafi taateewwan addaddaatiin erga kabajamuu eegalee tureera. Amma amma taateen... Read more »

Gaazexaan Bariisaa akkuma kanaan dura gochaa ture maxxansa kanaanis gaafdeebii Hayyuduree ABO Qaama Ce’umsaa waggoota 45 darbaniif mirga Oromootiif qabsaa’aa turan, Obbo Galaasaa Dilboo wajjin taasise akka armaan gadiitti dhiyeessa. Bariisaa: Mee... Read more »

Garaan haadhaa burreedha takkaan haxxee takkaan ammoo gowwaa dahuunsaa hinoolu. Kaan hattuu kaan galtuu kaan ammoo utubaa biyyaaf abdii maatii ta’ee argamuun uumama dhala namaati. “Haxxee abbaatu jabeeffata gowwaa firatu gorfata” jedhe... Read more »
Namni tokko ba’ee kan galu, daldalee kan buufatu, facaasee kan haammatu, hojjetee kan badhaadhu yoo nageeyi jiraateedha. Nama dhuunfaa qofa miti, biyyi tokko karoorfattee kan guddattu, jireenyaaf mijattuu kan taatu, dinagdeen kan... Read more »

Gabaa tasgabbeessuuf bakki gurgurtaa omishaalee kan qophaahe ta’us hordoffiin daballii gatii tasgabbeesuuf taasifamu laafaa ta’uu Dhaabbanni Gabaa Omisha Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hoogganaan dhaabbatichaa, Obbo Hayiluu Dajanee ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif addatti gabaa... Read more »