Abdii waliigaltee Piriitooriyaa

Piriitooriyaan magaalota guguddoo sadeen Riippabliikii Afrikaa Kibbaa keessaa ishee tokko. Teessoon qaama mootummaa raawwachiisaa hojii (executive branch)ti. Teessoon embaasiiwwan biyyoota hedduu magaalaa kana. Magalattiin bara 1855 akka hundoofte seenaan ni hima. Magaalaa... Read more »

 Qormata kutaa 12ffaa jalqabbii gaarii

Barattootuman ani beeku fakkeenya fudhachuun danda’a. Osoo kan fagoo hinta’in waggaa darbe kutaa 12 kan qoraman. Qabxiin qormaata kutaa 12 barattooti kunniin galmeessisan waan ajaa’ibaati. Tokko namuman dhihootti beekuudha. Yuunivarsiitiitti ramadamee osoo... Read more »

 Dhimma sharafa alaa

Nama mucaa dubaraa xiqqoo qabu tokkotu natti hime. Suuqii Shamsuu olla jiru dhaqxe; maastiikaa bitachuu. Maastiikaa dur qarshii tokkoon bittu Shamsuun qarshii shan jedheen. Boo’aa manatti deebitee haati qarshii afur akka dabaltuuf... Read more »

Qabxiilee ijoo haasaa Pirezidaanti Saahilawarqi Zawudee

Heerri biyya keenyaa, kan amma biyyattiin ittiin bultu, bara 1987 ragga’e. Heerichi deeggartootaafi mormitoota qaba. Ta’us akka biyyaatti ittiin bulaafi ittiin walbulchaa jirra. Jaalannus jibbinus muummeen seerota biyya keenyaa heera kana. Qeesiin... Read more »

Duudhaalee Irreecha keessa jiran

Torbee tare faayidaa irreechaa kan osoo itti hinfayyadamin jirru ilaalchisee waa barreesseen ture. Dhugaadha. Irreecharraa gama dinagdeetiin gahinaan hinfayyadamne. Yaadonni biizinasii hedduun irreecha keessaa burqanii maallaqa argamsiisuu qabu. Akkuma torbee taree har’as... Read more »

Ayyaana Irreechaatti hangam fayyadamne?

Ayyaana Irreechaa. Ayyaana sirna gadaarraa bocame. Ayyaana guddaa ummati Oromoo addunyaaf gumeeche. Ayyaana Waaqa uumaatiif galata itti galchan. Kan malkaa bu’anii kan darbaaf gala galchan kan dhufuuf milkii gaarii itti kadhatan. Irreechi... Read more »

Kuusaa qabeenyaa biyyi irraa hinfayyadamne

Birraan bariite. Jala bultii ayyaana Masqalaarra jirra. Ittaansuudhaan Irreechi dhufaa jira. Irreecha malkaa horawwan Finfiinneefi Arsadii. Ayyaanoti ji’a Fulbaanaa walitti aansanii dhufanii ummatis akka amantiifi fedhiisaatti kabajateera. Kabajachuufis qophiitti jira. Abaaboon birraa... Read more »

Yeroo manneen barumsaa banaman

Baatiin Fulbaanaa ba’aa guddaa fe’atee dhufa. Jalqabbii bara haarawaati. Ayyaana bara haarawaatiif waan hedduutu nama barbaachisa. Akkuma ta’etti jala baane. “shawwadnee’ dabarre isa baranaa. Kan bara egereetiin immoo nagayaan nu haa ga’u.... Read more »

Baruma baraan nagayaa haa hawwinu

Nuuf bara haaraadha. Boruu eegalee. Fulbaana 1 bara 2015 jennee lakkoofna. Warra kaaniif waggaan qixxee darbe. Baatii salgaffaa keessa jiru; bara 2022. Waggaa darbe bara haarawaa ilaalchisee waa barreesseen ture. Xiyyeeffannoon barreeffama... Read more »

Filannoon nagaa caalu hinjiru

Nageenyi waan hunda. Nageenyi jireenya. Nageenyi misooma. Nageenyi guddina. Nageenyi tasgabbiidha; nageenyi waliin jireenya. Kanaaf nageenyi waan hunda kan jedhamuuf. Biyyi Xoobbiyaa jedhamtu tun seenaanshii hedduun nageenya caala waraanaan kan walqabateedha. Waraanni... Read more »