Mariin maraamartoo keessaa bahuu

Mammaaksa tokkotu jira; kan Oromooti mammaakan. Maaliin mariin maal godhan hin ajooftu jedhama. ‘Maaliin’ maala akka taate isinuu beektu. Eddii mari’atanii irratti walii galaniin booda funyaan hin qabatan jechuudha; wantichi kan funyaan... Read more »

Rakkoo biyyattiitti mataa bowwoo ta’e

Qarsaa. Daandii Kizaanchisii. Fooqii hojjaansaa jiddugala ta’e tokko fuuldura namni hedduun hiriireera. Hiriirichi dheeraadha. Namni oddoo waajirichaa keessaa bahee daandii lafootirra sararee jira. Waansaa hubacuuf asiifi achi mil’adhe. Gamoo kana yeroo dheerafan... Read more »

Finfinnee-Oromiyaa, Oromiyaa-Finfinnee

Gaaffiin ummati Oromoo biyya kanarratti qabu hedduudha. Kan deebii argatanis kan deebii dhabanis ni jiru. Fakeenyaaf; gaaffiin Afaan ofiitiin barachuufi afaan ofiitiin hojjechuu hanga tokko deebii argateera. Gaaffiin naannoo ofiitti ofiin of... Read more »

Haqa bubbulte; haqa haqaaqamte

Jidduu kana waraabbiin barreeffama tokko miidiyaa hawaasaarra deddeebi’aa jira. Barreeffama ciccitaadha. Mataduree irratti hinagarre. Toora maqaa namootaa qaba. Mallattoowwan irratti mul’atu. Barreeffama dhugaa ykn sobaa ta’uusaa hinbeeku. Garuu qaboo yaa’ii akka ta’e... Read more »

Seenaa cululuqaa bara baraan calaqqisu

Daandiin geejiba baaburaa Magaalaa Finfinnee qaxxaamura deema. Sararri tokko Birbirsa Goorotii eegalee Qaallittiitti gahee deebi’a. Tokko Xoorhayiloochii ka’a. Xumurrisaa Lammii Kuraa, naannawa Ayaat jedhamuudha. Ani fayyadamaa tajaajila geejiba Baaburaa miti. Ta’us sarara... Read more »

Siidaawwan tokkummaa Oromoo utuban

Warri faranjii ‘statue’ ykn ‘monument’ jedhuun. Oromoon immoo siidaa jedhee waama. Bu’uurri jecha siidaa Afaan Oromoo keessaa dhalate moo ergifannaadhaan dhufe laata? Gaaffiin jedhu sammuutti na dhufeera. Garuu qo’attoota saayinsii afaaniifin dhiisa.... Read more »

Dhaloota egeree biyyaa bocu

“Egereen keenya.” Barri akka bubbeetti fiiga. Bara 1985; Harargee-Dadar. Dhaabbati ‘OXFAM’ ummataaf deeggarsa kenna. Hojii kana akka ilaalan Dhaabbata Pireesii Xoobbiyaa affeere. Anis carraa argadhee gara Harargeefi Jijjigaatti imale. Harargee bakkeewwan daawwanne... Read more »

Ajandaa marii… ajandaa hunda dursuu qabu

“Jirtuu!?” jedha Haacaaluu Hundeessaa bara sana. Boollasaa nadhiin haa guuttuu sirbootisaa lama “ jirraafi jirtuu” wajjin walqabata. Bara barri hammaatte sana “Maalan jira? jedhee ummatatti bahe. Gaafa barri waan fooyyofte itti fakkaate... Read more »

 Gama maraanuu of dagachuu dhiisuu Ganni seenee ji’a tokko irraa rukutuuf guyyaa muraasatu nu hafe. Akka dhaha yerootti ganni kan seenu jalqaba baatii Waxabajjiirraa eegalaeeti. Ganni kan bahummoo Qaam’ee bariidha. Guyyooti Waxabajjii... Read more »

Waan xiyyeeffannaa barbaaduuf xiyyeeffannaa

Maraammartoo jedha hawaasti. Yoo wanti tokko achi siquu didee bakkuma duraat­ti deebi’e. Daa’imtillee maraammar­too taphatti. Tapha giingoo naanna’anii bakka ka’anitti deebi’uu. Naanna’anii… naanna’anii… naanna’anii ifaajii hedduu booda bakkuma ka’anitti deebi’uu. Akka biyyaatti... Read more »