“Yeroo kaan lubbuu kennu ani dhiiga kennuun daran salphaadha” -Dargaggoota dhiiga arjooman

Dargaggoo Kaasaahun Geetaachoo jiraataa magaalaa Finfinnee, naannawa Jamoo jedhamuu yoo ta’u, dargaggoota sagantaa Kibxata darbeetiin dhiiga arjooman keessaa isa tokko. Sagantaa arjooma dhiigaa Liigiin Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinnee qopheesserratti kanneen hirmaatan keessaa... Read more »

 Moodeel Saadaam Qaasiim: Qeerroo Oromoo moodeelingiidhaan waltajjii idiladdunyaarratti injifate

Yeroo baay’ee gaafa dorgommii miidhaginaa ykn moodeelingii jedhamu sammuu keenya keessa kan dhufu shamarree dheertuu, qal’oo mudhii soonsaa, fuula toleettiifi gaafa deemtu miilashee waljalaa dabarsaa deemtuudha. Dorgommiiwwan miidhaginaa yeroo baay’ee qophaa’anis shamarran... Read more »

 Leencoo Fiqruu: Dargaggeessa jabaa suursagaleewwan muuziqaa Afaan Oromoo duubaan jiru

Muuziqaawwan Afaan Oromoo dhiheenya ba’an walaloofi yadaloon, meeshaan muuziqaafi qulqullinni suursagaleesaanii daran dinqisiifamuufi indastirii muuziqaa Oromoo sadarkaa tokko fuulduratti tarkaanfachiisan ta’aa dhufuun walnama hingaafachiisu. Keessumaa ergaan sirboota keessa jiru sammuu namaa keessatti... Read more »

 Dargaggoota daboodhaan midhaan waliisassaabanii, aadaa abbootasaanii haaressaa jiran

Dur dur Oromoon gaafa hojiiwwan gara garaa kophaasaa namni tokko hojjachuu hindandeenyeef aadaa walgargaarsaa marsaa marsaadhaan nama miseensa hawaasa sanaa ta’e hunda bira qaqqabu fayyadamee hojiiwwan muddamsiisoo hojjatataa ture. Aadaan walgaarsaa yeroo... Read more »

 “Balicha booda tarii Waaqayyoo isan miila lamaan dhabe miila tokkoon naa kennuufi, jedheen of amansiise” -Gaazexeessituu Firehiwoot Taammiruu

Jiruu keenya guyyuu keessatti waan nu mudatu hinbeeknu. Karoorfannee bakka akkanaan ga’ee, kana hojjedheen dhufa jennee malee akkamitti akka oolluufi hojjennu waan beeknu hinqabnu. Yeroo tokko tokko akka jennetti akka yaadnetti oollee... Read more »

 Dargaggoo kombaayinara marga haamu kalaqee kan midhaan haamus hojjetaa jiru

Godinni Arsii Lixaa dachee Oromiyaa omishaafi omishtummaa qamadiifi garbuun daran kan beekamtuudha. Omishni kun yeroorraa yerootti dachaan dabalaa deemuusaatiin walqabatee hanqinni kombaayinaraa mudataa waan jiruuf sassaabbii irratti rakkoon mudachaa tureera. Rakkoo mudate... Read more »

 “Tola ooltummaan hojii boqonnaa sammuu gonfachuuf raawwatamuudha” -Dargaggoota hojicharratti hirmaatanii badhaafaman

Sagantaan cufiinsaafi beekamtii tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa ji’oota ganna bara 2015 Onkoloolessa 16 bara 2016 Finfinnee, Hoteela Iskaayilaayititti adeemsifameera. Saganticharratti Ministeerri Dubartootaafi Hawaasummaa hoggantoota qaamolee milkaa’ina hojichaatiif haala mijeessaniifi dargaggoota naannoleefi bulchiinsota... Read more »

 Bishooftuutti dargaggoota horsiisa lukkuu ammayyaawaa akka dhugoomuuf carraaqaa jiran

Nyaata pirootiniidhaan badhaadhe argachuudhaaf beeylada mana ofiitti horsiisuudhaan bu’aalee achirraa argamutti fayyadamuun barbaachisaadha. Barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa gara garaarraa eebbifaman hojii mootummaatti galchuun ulfaataa ta’uunsaafi sababa kanaan humni namaa barate damee horsiisa... Read more »

 Natsaannat Asaffaa: Dargaggoo qaroo hinqabne, dhaga’uufi dubbachuu hindandeenye garuummoo miira hindanda’amuu nidanda’amaatti jijjiire

 “Waaqni cittoo namatti fide qeensa nama hindhowwatu” jedhama. Miidhamummaa qaamaa jechuun dandeettii ykn ga’umsa dhabuu jechuu akka hintaane hojiilee isaan jiruufi jireenya mo’achuuf hawaasaa keessatti qabatamaan raawwachaa jiraniifi jijjiirama guddaa isaan galmeessisaaa... Read more »

 “Haalli nageenyaafi naamusa Ayyaana Irreechaa daran nama gammachiisa” -Qeerroofi Qarree ayyaanicharratti hirmaatan

Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee torban har’aa Finfinneefi Bishooftuuti haala miidhagaa, hawwataa, nagaa, duudhaafi safuusaa eegeen kabajameera. Nutis turtii Qeerroofi Qarreen Irreecha Hora Harsadiirratti hirmaatan Gaazexaa Bariisaa waliin taasisan akka arrmaan gadiitti qindeessineerra.... Read more »