Waliigalteen Itoophiyaafi Somaalilaandi aadaa waliin hojjachuu Afrikaanotaatiif bu’uura kan ta’uudha” – Gumii Dargaggoota Afrikaa

Itoophiyaafi Somaalilaandi waliigaltee waliin hojjachuu dhiheenya kana waliimallatteessan ilaalchisee akkuma qaamoleen waliigalticha sirnaan hubatan jiranitti kanneen bu’uura waliigaltichaa osoo sirnaan hinhubatiin qeeqaniifi akka waan Itoophiyaan humnaan qaama biyya tokkoo qabachuuf socho’aa jirtuutti... Read more »

 Dorgommii Haroo Wancii: Bashannansiisaa ispoorteessitoota ciccimoo horachuu jalqabe

Haroo guyyaa tokkotti yeroo sadiif bifa jijjiirratu ykn guyyaa tokkotti bifa sadii horatu. Yeroo ganamaa ykn obboroo carallaan biiftuu irra bu’e akka calalaqu ta’uudhaan bifa miidhagaafi hawwataa uummatu. Yemmuu lafti guyya’ee biiftuun... Read more »

 ‘Zero Plan’: Karoora yunivarsitoota hundatti babal’achuu qabu

 Yunivarsitiin Walqixxee karoora ‘Zero Plan’ jedhamu hojiirra oolchuun keessumaa rakkoolee barattoota shamarraniirra gahuu malan ittisuufi furmaata kennuurratti xiyyeeffateera. Karoorichi Yunivarsitii Diillaatti kan jalqabane ta’uufi yeroo ammaa ammoo Yunivarsitii Walqixxeetti babal’atee rakkoo gama... Read more »

 “Fardeen Oromoo kaleessa gaarreen Adwaa raasan har’a madda galii ta’uu qabu” -Dargaggoota Dandii

Nama biyya Ameerikaarraa dhufee Akaakoo Mana Abbichuutti ilmaan qonnaan bulaa gombisaafi tapha fardaa tolaan leenjisu tokko waliin walargee waa’ee seenaa gootota Oromoofi fardeensaanii Adwaarratti galmaa’e haasa’aa turre. Ani ardii Awurooppaa waggaa dheeraan... Read more »

 “Alaabaan keenya Kiristoosi, isaaf hojjenna afaanuma beeknuun isa waaqeffanna”

– Hangafa Faarfattootaa Diyaaqoon Firaanol Moosisaa  “Wayyaan cuuphaaf hintaane haaciccitu” jedhama, guyyichi guyyaa hafuuraan lammata dhalachuu, guyya qulqullaa’uu yoo ta’u, keessumattuu qeerroofi qarreef gama hafuuraanis ta’e aadaan guyyaa addaa nama bultiif ta’u... Read more »

Biyyi dargaggootaaf hintaane…

Dhalli namaa akka nama tokkootti jiraachuuf wantootni bu’uuraa kanneen akka nyaataa, uffataafi bakki jireenyaa isa barbaachisu. Wantootni bu’uuraa dhala namaaf barbaachisan kunneen yoo tattaafatanii hojjetan qofa argamu. Hojii mootummaas ta’e dhuunfaa argachuun... Read more »

Ikoo Turizimii Haroo Wancii-Dandii: Pirojektii fayyadamummaa dargaggootaas mirkaneessu

Haroon Wancii Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Kibba Lixaa, Aanaa Wancii, Ganda Wanciitti Finfinneerraa karaa Magaalaa Walisoo ykn Magaalaa Amboo kiiloomeetira 140-150 fagaatee argama. Haroon kun gaarreen bosona uumamaa uffataniin marfamee argama. Haalli... Read more »

 “Dargaggeessi hojii hinqabne, nageenya eegsisuuf hamilee hinqabaatu” – Birhaanuu Baqqalaa

0Liigiin Dargaggoota Ergama Nageenyaafi Badhaadhina Itoophiyaa kan hundaa’e bara 2011 yoo ta’u, kunis heera keeyyata 57 bu’uura godhachuun gurmii dargaggootaa isa guddaa akka biyyaatti hundaa’eedha. Biyya keenyatti nageenyi waaraa akka uumamuufi tasgabbiin... Read more »

 “Yeroo kaan lubbuu kennu ani dhiiga kennuun daran salphaadha” -Dargaggoota dhiiga arjooman

Dargaggoo Kaasaahun Geetaachoo jiraataa magaalaa Finfinnee, naannawa Jamoo jedhamuu yoo ta’u, dargaggoota sagantaa Kibxata darbeetiin dhiiga arjooman keessaa isa tokko. Sagantaa arjooma dhiigaa Liigiin Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinnee qopheesserratti kanneen hirmaatan keessaa... Read more »

 Moodeel Saadaam Qaasiim: Qeerroo Oromoo moodeelingiidhaan waltajjii idiladdunyaarratti injifate

Yeroo baay’ee gaafa dorgommii miidhaginaa ykn moodeelingii jedhamu sammuu keenya keessa kan dhufu shamarree dheertuu, qal’oo mudhii soonsaa, fuula toleettiifi gaafa deemtu miilashee waljalaa dabarsaa deemtuudha. Dorgommiiwwan miidhaginaa yeroo baay’ee qophaa’anis shamarran... Read more »