Kaampaanota idiladdunyaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaatti hawwachuuf  hojjetamaa jira

Finfinnee:   Kaampaanota idilAddunyaa Boyingiifi Raampaanti jedhaman Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa keessa galanii hojii invastimantii akka hojjetaniif mariin garaagaraa gaggeeffamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Zoonichaa beeksise. Zoonichatti Qindeessaan Bu’uraalee Misoomaa Doktar Lammaa Moosisaa ibsa... Read more »

Walharkaa fuudhiinsi Baallii Gujii karaa dimokraatawaan raawwatame

Me’ee Bokkoo: Abbootiin Gadaa waggoota saddeetiif erga ummata bulchanii booda barri bulchiinsasaanii yeroo darbuuf jiru, Baallii kennuuf of qopheessu. Otoo guyyaan Baallii itti kennan hinga’in dura halkanii guyyaa Waaqaaf galata dhiyeessuuf Tuulii... Read more »

“Ulaan galaanaa dhimma jiruufi jireenyaa waan ta’eef wacaan kan dhiifamu miti ” -Roobaa Pheexiroos (PhD) Hayyuu Seeraafi Nageenyaa

Finfinnee: Itoophiyaa  biyya ummata miliyoona 120 oliif ulaan galaanaa dhimma jiruufi jireenyaa waan ta’eef waca kamiinuu kan boodatti jedhamu akka hintaane Yuunivarsiitii Dirre Dhawaatti Hayyuun Seeraafi Nageenyaa Doktar Roobaa Pheexiroos ibsan. Doktar... Read more »

Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) bakka buutota ummattoota naannolee Oromiyaafi Amaaraa wajjin mari’atan

Finfinnee: Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad Kamisaafi Kibxata darbe bakka buutota ummattoota godinaalee naannolee lamaaniirraa babbahan wajjin haalota wayitiirratti mari’atan. Doktar Abiyyi odeeffannoo karaa fuula miidiyaa hawaasaasaaniin Kamisa darbe kennaniin, “Har’a bakkabuutota godinaalee... Read more »

 Gujii Bahaatti ittigaafatamaan Damee Siyaasaafi Loojistiksii Shanee harka kennate

Finfinnee: Godina Gujii Bahaatti Ittigaafatamaan Damee Siyaasaafi Loojistiksii Shanee, Gammadaa Dhugoo harka kennate. Ajajaan Olaanaa Kutaa Waraanaa Letenaal Koloneel Gabree Gaamoo akka ibsanitti, Raayyaan Ittisa Biyyaa garee Shanee Godina Gujii Bahaa sosocho’aa... Read more »

 To’annoo cimaa daldala seeraan alaarratti taasifameen qarshiin miliyoona 433 ol mootummaaf galii ta’e

Finfinnee: Ji’oota ja’an darbanitti ittisaafi to’annoo cimaa daldala seeraan alaarratti taasifameen qarshiin miliyoona 433 ol mootummaaf galii ta’uu Biiroon Daldala Oromiyaa ibse. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Tasfaayee Gashoo ibsa dhiyeenya kana Dhaabbata... Read more »

 “Naannoon Sumaalee daandii misoomaafi nageenyaan fakkeenya gaarii ta’eera” -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Naannoo Sumaalee daandii misoomaafi nageenyaa qabatee jiruun fakkeenya gaarii ta’uu Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) ibsan. Tibbana gara naannichaatti imaluun warshaa daabboo ijaarsisaa xumurame kan eebbisiisaniifi riizoortii haaraa kan jalqabsiisan Ministirri... Read more »

 “Ijaaramuun godambichi kabaja injifannoo Adwaa laafee ture lafaa kaasaa” -Mulugeetaa Dabbabaa (PhD) Hayyuufi Qorataa Saayinsii Hawaasaa

Finfinnee: Ijaaramuun Godambaa Yaadannoo Adwaa kabaja injifannoo lola Adwaa laafee ture kan lafaa kaasu ta’uu Hayyuufi Qorataa Saayinsii Hawaasaa Doktar Mulugeetaa Dabbabaa ibsan. Doktar Mulugeetaan Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf Kamisa darbe akka ibsanitti,... Read more »

 Injifannoon Adwaa duudhaa birmadummaafi jaalalli biyyaa itti dhaalamuudha

Finfinnee: Injifannoon Adwaa duudhaa birmadummaafi jaalala biyyaa dhalooti irraa dhaalu ta’uu ministirri muummee Doktar Abiyyi Ahmad eebba Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaarratti ibsan. Doktar Abiyyi eebba godambichaa Dilbata darbe gaggeeffamerratti haasaa taasisaniin, injifannoon... Read more »

 “Jijjiiramni investimentiirratti mul’ate ummata keenyaaf aaragalfii fideera” -Aadde Saynab Hajii

Jigjigaa: Jijjiirama dura Naannoon Somaalee saamicha seerdhabdummaafi gaaga’ama hamaa keessa turuu Hoggantuu Ittaantuun Biiroo Investimentiifi Indastirii naannichaa beeksisan. Hoggantuu Ittaantuun biirichaa Aadde Saynab Hajii turtii kaleessa waajjirasaaniitti Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin jijjiirama... Read more »