“Amboo daandii tokkorraa gara daandiiwwan hedduu horachuutti ceeteerti.” Obbo Haacaaluu Gammachuu

Finfinnee: Amboo daandii tokko qofaan beekamaa turte jijjiiramaa as daandiiwwan hedduu horachaa jiraachuu kantiibaan magaalattii Obbo Haacaaluu Gammachuu ibsan. Obbo Haacaaluun Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, Ambo baroota dheeraaf daandii... Read more »

 Bitootessi 24 guyyaa gaaffiin Sabootaafi sabalammootaa deebi’uu eegaleedha

Finfinnee: Bitootessi 24 guyyaa gaaffiin sabaa sabalammootiifi ummatoota Itoophiyaa itti deebi’uu eegale ta’uu Manni Marii Federeshinii Itoophiyaa ibse. Mana marichaatti Ittigaafatamaan Dhimmoota Kominikeeshinii Obbo Tarrafaa Badhaadhaa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, gaaffiileen... Read more »

 Hojiirra oolmaa labsii kiraa manaa to’annoofi hordoffiin deggarame

Finfinnee: Fedhiin mana jireenyaa guddina baay’ina ummataa waliin dabalaa jiru qormaata guddaa ta’uunsaa bubbuleera. Fedhii kana guutuuf mootummaan gama dhiyeessii mana jireenyaatiin hojii bal’aa hojjetus ammayyuu rakkoon hanqina mana jireenyaa olaanaadha. Rakkoon... Read more »

 “Nagaa buusuun barbaachisaa ta’us haala heera biyyattii kabajeen ta’uu qaba” -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad(PhD)

Finfinnee: Nageenya biyyattii waaressuun dhimma ijoo ta’us sochii nagaa buusuu bu’uura heerra biyyattii ta’uu akka qabu Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi ibsan. Doktar Abiyyi kan kan ibsan tibbana wayita paartiilee siyaasaa morkattoota... Read more »

Abbayyaa weedduu quufe har’a lammiif gugguufe

Finfinnee: Biyyootni qaroomina duriin irra deddeebiin maqaansaanii ka’u karaa tokkoonis kaaniin seenaansaanii lageeniin kan walqabatuudha. Itoophiyaan biyyoota qaroomina duriin beekaman keessaa tokko taatus Laga Abbayyaatiif bishaan %86 gumaachiti. Lagni Abbayyaa Itoophiyaa qaroomina... Read more »

Agarsiisni imalaOromiyaa waggoota 30 mul’isu yeroo jalqabaatiif adeemsifame

Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa waggoota 30 darban gama siyaas dinagdeefi hawaasummaatiin hojiilee guguddoo raawwatewera. Qindeessummaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatiin agarsiifni imala sektaroota mootummaa waggoota soddoma darbanii agarsiisu Bitootessa 25-27 bara 2016tti Giddugala Aadaa... Read more »

Marii biyyaalessaaf hanga ammaatti bakka bu’ootni kuma 14 filataman

Finfinnee: Hanga ammaatti bakka bu’ootni hawaasaa waltajjii galtee ajandaa marii biyyaalessaa walitti qaburratti hirmaatan kuma 14 ta’an filatamuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Dubbi himaan komishinichaa Obbo Xibabuu Taaddasaa ibsa Kaleessa miidiyaaleef kennaniin... Read more »

Bitootessi 24 guyyaa seenaqabeessa jijjiiramni abdachiisaan itti eegalame

Shaggar: Bitootessi 24 bara 2010, jalqabbii jijjiirama siyaasaa, dinagdeefi hawaasummaan seenaa Itoophiyaa keessatti dhagaa bu’uuraa seenaqabeessa ta’uun yaadatama. Raafama siyaasaa hammaateen biyyi diigamuuf qarqara geessee mataa hoggansa jijjiiramaa Ministira Muummee Abiyyi Ahmadiin... Read more »

Duula dhibee sombaarratti taasifamaa jiruufi hudhaalee mul’atan

Finfinnee: Dhibee sombaa toora dhibeewwan balaafamoo addunyaa ta’an bara 2030tti dhabamsiisuuf duula taasifamaa jiru milkeessuuf Itoophiyaanis tattaaffii cimaa taasisaa jirti. Dhibeen kun dhibee wal’aansaan fayyan keessaa tokko yoo ta’u, sababa wal’aansa gahaa... Read more »

Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti xaa’oo seeraan ala socho’u hambisuuf qajeelfamni bahee hojiirra oolaa jira”  – Obbo Usmaan Suruur

Halaabaa: Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti qonna arfaasaa baranaatiif Amajjiirraa eegalee qophii gahaan taasifamaa turuufi raabsa xaa’oorratti to’annoofi hordoffii cimaan taasifamaa jiraachuu biiroon qonna naannichaa ibse. Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti Qindeessaan Damee Qonnaafi Misooma Baadiyyaafi... Read more »