Sochoosaa Siphat

Bar tokko jaarsatu ilmasaaniif intala ilaaluu gara naannawa tokkootti imalan. Akkuma qe’ee warra intalaa gahaniin ‘warri kun…warri kun…’ jechaa sagalee ol kaasanii  waaman. Intalli warra manaas nooraa jettee gadi baate. Jaarsis kuma... Read more »

Hubadhu

Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hintaane, nama sammuu hiyyoomeedha! Beekaa jechuun nama dogoggora ofii beekee, irraa sirraa’eedha! Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee, kopheen qixxeessuuf luka hinmuran! Mo’uu jechuun 1fa bahuu qofa... Read more »

Maaliif Jigjigaa jedhame?

Jigjigaan magaalaa guddoo bulchiinsa mootummaa naannoo Somaaleeti. Obbo Abdurramaan Sheeh Ahmad jiraataa magaalaa Jijigaati. Akka isaan jedhanitti,  lafti magaalattii biyyee gurraacha waan ta’eef yeroo qotan ni jijjiga. Kanarraa ka’uun magaalattiin Jigjigaa jedhamtee... Read more »

Oduu durii

Bara durii sangoota sadii bifaan: adii, burreefi gurraacha ta’an jaalalaan bosona keessa waliin jiraatu turan. Waraabeessi ammoo jaalalaafi tokkummaa isaaniitti hinaafuudhaan mala ittiin adda isaan baasu barbaadu eegale. Sangootni yeroo mara waliin... Read more »

Maaliif Bishooftuu jedhame?

Finfinneerraa kiiloo meetira 42 fagaattee kan argamtu Magaalaan Bishooftuu keessumaa tibba ayyaana Irreechaatti maqaanshii irra deddeebiin ka’a. Har’a mataduree kana jalatti waa’ee moggaasashiirratti xiyyeeffanneerra. Maqaan Bisooftuu jedhamu jecha Afaan Oromoo “Bishaan” jedhamurraa... Read more »

Ashandaa, ashandiyyee: Tapha shamarran Itoophiyaa kaabaa

Ashandaa/Shaaday/Ashandiyyee/Soolal ayyaana ykn tapha shamarran Itoophiyaa kaabaa (Naannoo Amaaraafi Tigraayi) naannawa  tokko  jiraatan walitti qabamuun biqiltuu ashandiyyee kan yeroo baay’ee naannawa tabbaarratti argamu mudhiitti hidhatanii, uffannaa aadaatiin miidhaganii, rifeensa haalota adda addaatii... Read more »

Mammaaksa

-Hattuu ija jabeettiin abbaa faana teessee nyaatti. -Isa ati baalaan martee fidde gabaan bartee didde. -Gamna gowomsuun jibba dabalachuudha. -Kan citaa qabaa tokko namaa hinkennine mana bal’isii gorsiti. -Uleefi dubbiin gabaabduu wayya.... Read more »

Leencaafi dhala namaa

Bara durii leenci tokko osoo bosona keessa deemuu daa’ima saamtonni haadhaafi abbaa irraa ajjeesan tokko argatee nyaachuuf yoo deemu haatiifi abbaan kan irraa du’an ta’uu argee daa’ima sana qabee gara mana jireenyaa... Read more »

Odaan maaliif saffeeffame laata?

Odaan gaaddisa Gadaati. Gadaan akka afoolaa Oromooti dur-durii namni Garraamiin Walaabu (‘innocent person’) jedhamu tokko goromsi jalaa bade barbaadee akkuma argateen gammadee gaddisa Odaa jalaa yoo ta’u, achumati hirribni fudhate. Achumatti sagalee... Read more »

Haatikee sidhiistee du’uushiitu nagaddisiise

Abbaa warraafi haadha warraatu walgubaa bara hedduu lakkoofsisan. Dhihu bari’u lolaafi iyyatu qe’eesaaniirraa dhagahama. Guyyaa tokko abbaan warraa qufaan qabee daran isa rakkisnaan maaloo mooqa naa mooqi jedheen. Haadha warraas hedduu waan... Read more »