TB somba miidhame keessatti Somba dhibichaan qabame Baakteeriyaa TB Kutaa 1fa Dhukkubni tiibii maalii? lubbuu hagam galaafataa? Dhukkunbi tiibii baakteeriyaa xixiqqoo ijaan hin mul’anne kan maayikoo bakteeriyaa tuuberkuloosis (‘mycobacteria tuberculosis’) jedhamaniin kan... Read more »
Addunyaarratti namoota biliyoona sadiitu dhukkuba busaatiif saaxilama. Kanneen keessaasa kan dhukkubni busaa qabatee mallattoo irratti argiisu namoota miiliyoona 243 kan ta’aniidha. Dhukkubni busaa ALA bara 2004 waggaa tokkittii keessatti namoota miliyoona 1.82... Read more »
Kutaa 2fa Namni kamuu yaalamuuf haaldureen jalqabaa dhukkubasaa beekuu qaba. Akkuma yeroo darbe kaasnetti namoonni hedduu dhukkuba sukkaaraa kana utuu qaamasaanii keessaa qabanii akka qaban waan hinbeekneef qofa yaala argataa hinjiran. Kanaaf... Read more »
Kutaa 1fa Addunyaa keenyarratti biyyoota guddataa jiranis ta’e kanneen guddatan ija walqixxeen ilaalee kan hubuufi yeroo ammaa kana baay’inaan dabalaa kan jiru dhukkubni sukkaaraa, ALA bara 2016 keessa akka addunyaatti namoota miliyoona... Read more »
Dubartoonni yemmuu ulfaa’an (garaatti baatan) jijjiiramni hedduun qaamasaanii keessatti waan uumamuuf dhukkuboonni duraan hinjiraanne tokko tokko akka isaanitti dhufaniifi kanneen duraan jiran ammoo akka itti hammaatan taasisa. Dhukkuboota kanneen keessaa tokko tokko... Read more »
Kaansariin ulaa gadameessaa Maalii? (‘cervical cancer’): Qaama kaansariin kun hubu kan sarviksii jedhamu irraa yoo jalqabnu, sarviksiin qaama gadameessaa keessaan isa gara qaama saalaatti gadi aanee, qaama saalaafi gadameessa gidduutti argamuudha. Kaansariin... Read more »
ALA bara 2015 keessa addunyaa keenyarraa namoota biliyoona tokkoo ol ta’an akka tamboo fayyadaman Dhabbanni Fayyaa Addunyaa (‘WHO’) gabaasee ture. Dhaabbatumti kun akka gabaasetti, biyya keenya, Itoophiyaattillee bara 2002 namoota umuriin ga’eeyyii... Read more »
Bowwoo kan jennu akka qorannoo Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (‘World Health Organization’)tti namoota wagga 18 ol ta’an keessaa walakkaa (50%) kan ta’an yoo xiqqaate waggaa tokko keessatti altakkaa yoo dhukkubsatuudha. Akaakuuwwan bowwoo guguddoo... Read more »
Namoonni tokko tokko “Garaachan qaba” yoo jedhan ni dhaga’ama. Kunis dhukkuba garaachaa ibsuuf haala isaan itti fayyadamaniidha. Garaachi qaama dhala namaati malee dhukkuba miti. Kanaaf “dhukkuba garaachaan qaba” kan jedhuun osoo sirreeffamee... Read more »
“Mucayyoon osoon bishaan suuta jedhii waraabi jedhuu cirracha waliin lagaa waraabdee na obaastee kunoo dhibeerra na buuste” jedhu. Maanguddoo tokkotu kutaa altiraasaawundii itti ilaalamanii ba’an jala taa’anii… maaltaatan jennaan “Cirrachatu kalee kiyya... Read more »