Fiigicha guddaa, seenaqabeessa Wancii

Wancii: Oromiyaatti dorgommiin fiigicha guddaa Ikoo Turizimii Wancii-Dandii jedhamuun moggaafame yeroo jalqabaatiif naannawa Haroo Wanciitti fageenya kiiloomeetira 10n adeemsifameera torban har’aa. Milkaa’ina kanaafis Looreetiin Nagaa Addunyaa, Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad... Read more »

 Biyyoonni tapha ittaanuuf darban har’a taphatu

Finfinnee: Amajjii 4 bara 2016 irraa kaasee gareewwan 24 jidduutti adeemsifamaa kan jiru walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa biyyoonni saddeet gulaalaa ala yoo ta’an, 16 ammoo tapha ittaanuuf darbuudhaan har’arraa kaasanii walfalmu.... Read more »

Fiigichi Guddichi Wancii har’a adeemsifama

Finfinnee: Fiigichi guddaan Ikoo Turizimii Wancii/Dandii jedhamuufi biyya keenyatti kan jalqabaa ta’e har’a Wancitti adeemsifama. Kaayyoonsaa atileetota biyya keessaafi alaatiif iddoo shaakalaa sadarkaasaa eeggate jiraachuu beeksisuu, akkasumas pirojektiin Maaddiin biyyaaf Ikoo Turizimii... Read more »

 Torbee Injifannoo atileetota Itoophiyaa

Finfinnee: Itoophiyaan sadarkaa biyyoolessaatti akaakuuwwan ispoortii hedduun hirmaatti. Isaan keessaa kan addunyaarratti kan ittiin beekamtuufi qabxii olaanaas galmeessisaa turteefi jirtu atileetiksiidhaani. Aadaan mo’annaa ispoortii atileetiksii keenyaa kaleessaafi har’as mul’ataa jiru torban kanas... Read more »

 Taphni Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaa ittuma fufee jira

Finfinnee: ALA bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartumitti kan jalqabame Waancaan Kubbaa Miilaa Afrikaa waggoota 67 lakkofsiiseera. Waggoota kanneen keessatti osoo addaan hincitiin haala miidhagaadhaan adeemsifameera. Qopheessummaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF”n... Read more »

 Carraan Luusiiwwanii dhiphateera

Finfinnee: Waancaa kubbaa miilaa Addunyaa kan dubartonni umrii 20 gadi ta’an irratti hirmaatan ALA bara 2002 Kaanaadaatti jalqabame. Walmorkii kanarratti biyyoonni 12 ramaddii saditti qoodamuun kan hirmaatan yoo ta’u, Ameerikaan waancaa jalqabaa... Read more »

 Humni Eletiriikii shaampiyoona qaxxaamura biyyaa ta’e

Finfinnee: Itoophiyaatti dorgommiin qaxxaamura biyyaa akka adeemsifamu yaadni kan dhihaate bara 1976 ture. Kunis kabaja hundeeffama waggaa 10ffaa Mootummaa Dargii sababeeffachuuni. Bu’uruma kanaan dorgommiin qaxxaamura biyyooleessaa Amajjii 27 ALI bara 1976 dhaabbata... Read more »

Luusiiwwan har’a falmii maahessaa jalqabu

Finfinnee: Dubartonni umrii 20 gadii kan irratti hirmaatan Walmorkiin Waancaa Kubbaa Miilaa Dubartootaa Addunyaa 11ffaan Kolombiyaatti adeemsifamuuf ji’ota muraasatu hafa. Walmorkii kanarraatti kanaan dura gareewwan kubbaa miilaa biyyoota 16 qofti hirmaachaa kan... Read more »

Dorgommiin Qaxxaamura biyyoolessaa boru adeemsifama

Fifinnee: Dorgommiin Qaxxaamura Biyyoolessaa 41ffaan bor ganama sa’aatii 12:00 irraa kaasee Jaanmeedaatti akka adeemsifamu ibsame. Ittigaafatamaan Waajjira Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Obbo Yohaannis Ingidaa ibsa dheengada gaazexeessitoota ispoortiif kennaniin akka jedhanitti, dorgommii baranaa... Read more »

 Waancaan kubbaa miilaa Afrikaa har’a eegalama

Finfinnee: Waancaa Addunyaatti aanee daawwattoota kubbaa miilaa Afrikaa biratti hawwii olaanaadhaan kan eegamu waancaan Afrikaa 34ffaan sirnaa miidhagaadhaan waaree boddee banamuuf sa’aatii muraasatu isa hafa. Waancaa kubbaa miilaa yeroo lammaffaadhaaf kan keessumeessitu... Read more »