Xalayaa jijjiirraa kallattii qabsoo

Haa ga’u nagaan koo qilleensarra balali’ee galaanarraa dhangala’ee tulluufi hawaa qaxxaamuree qabsaa’aa ilmakoo Qeerroo Nageessootiif. Shiraafi harqoota gabrummaa lammii keenyarratti fe’amee jiru qarxam godhee cabsuuf qabsoo hidhannoo taasisuuf jecha siif haadha keerraa... Read more »

Lafa Abbaa Gadaatiin bulturratti waraanni banamuu hinqabu

Olaantummaan seeraa kabajamee nageenyi waaraan akka mirkanaa’uuf hirmaannaan ummataa kallattii hundaanuu cimuu qaba. Biyya keenyatti nagaa waaraan bu’ee fayyadamummaa haqaqabeessi akka dhugoomuuf keessumaa waggoota sadan darbanitti qabsoo hadhaawaan gaggeeffamaa tureera. Loogummaafi cunqursaan... Read more »

Beekaan “Singonfa” jennaan, galeen mari’adha jedhe gowwaan

Garaan haadhaa burreedha takkaan haxxee takkaan ammoo gowwaa dahuunsaa hinoolu. Kaan hattuu kaan galtuu kaan ammoo utubaa biyyaaf abdii maatii ta’ee argamuun uumama dhala namaati. “Haxxee abbaatu jabeeffata gowwaa firatu gorfata” jedhe... Read more »

Hunduu tiksee nageenyaa ta’uu qaba

Namni tokko ba’ee kan galu, daldalee kan buufatu, facaasee kan haammatu, hojjetee kan badhaadhu yoo nageeyi jiraateedha. Nama dhuunfaa qofa miti, biyyi tokko karoorfattee kan guddattu, jireenyaaf mijattuu kan taatu, dinagdeen kan... Read more »

Dhimma nageenyaarratti cichinee haa hojjennu

Qabsoofi wareegamni ummanni biyyattii keessumaa waggoota muraasa darbanii as taasisaa turan dhaaba siyaasaa tokko ykn ummata Oromoo qofaaf utuu hintaane injifannoo bilisummaa ummattoota Itoophiyaa hunda kan mirkaneessedha. Biyya keenyaa waggoota darbanitti sarbama... Read more »

Qabsoo Qeerroofi Paartiilee Siyaasaa Oromoo

ABOn biyyatti akka galu ODPnis aangoo sadarkaa biyya bulchuu irra akka ga’u kan taasise bu’aa qabsoo Qeerrooti. Qabsicha keessatti Qeerroon lubbuu isaa maaliiniyyuu hinmadaalamneefi hindeebine dhabeera; dhiiga isaas dhangalaseera; lafeen isaas cabeera.... Read more »

Dhimma nageenyaarratti cichinee haa hojjennu

Qabsoofi wareegamni ummanni biyyattii keessumaa waggoota muraasa darbanii as taasisaa turan dhaaba siyaasaa tokko ykn ummata Oromoo qofaaf utuu hintaane injifannoo bilisummaa ummattoota Itoophiyaa hunda kan mirkaneessedha. Biyya keenyaa waggoota darbanitti sarbama... Read more »

Haala haasaafi hubannaasaa

Haasaa dhiheessuuf ramadamteetta haa jennu. Haasaan sii kenname walumatti wantoota tokko tokko kan ibsu ta’uu dandaʼa. Haasicha akka waltajjiif qophaa’e ta’utti dhiheessuun akkamitti danda’ama laata? Wanta beekamaadha jettee yaadde sanatti odeeffannoo tokko... Read more »

Hammeenya raawwatanii dhokachuun haa ga’u!

Itoophiyaafi ummannishii baroota dhufaanii darbaniin sarbitoota mirgaafi saamtota maqaafi bifa jijjiirratanii, afaan damma dibatanii ittidhiyaataniin miidhaafi gidiraa argaa turaniiru. Kanatu wayyutu dhufe oggaa jedhamu hammeenya raawwatamuun kan caalu ta’ee argamuun dabaree walfuraa... Read more »

Biiftuun dimokraasii ifte akka deebitee hinlixneef

 Oromoon harree gurguruuf yoo gabaa baasu mormasheetti kalaala mara. Kalaalli hidda jiidhaa baala qabu yoo ta’u,  mallattoo harreen gurguramtu kan hin gurguramnerraa itti adda baatuudha. Oromoon hattuu hinqabu; kan safuu aadaa cabsee... Read more »