“Paarkiin Biyyaalessaa Bosona Subbaa akka Afrikaatti paarkii jalqabaati jedhama” -Obbo Biiniyaam Tsaggaayee

Turizimiin utubaawwan riifoormii dinagdee mandhalee shanan (Qonna, Industirii, Turizimii, Albuudaafi ICT) keessaa isa tokkoodha. Jijjiiramaa as xiyyeeffannaa mootummaan damee kanaaf kenneen jijjiiramni guddaan mul’achaa jira. Iddoowwan hawwata turizimii akka biyyaatti jiran hedduunis... Read more »

 “Bishaan Haroo Haramaayaa ALA bara 2020 kiyuubikii miliyoona 6.5 ture yeroo ammaa kiyuubikii miliyoona 12 irra gaheera” – Doktar Yisihaaq Yusuuf

Naannoo Oromiyaa, Godina Harargee Bahaa, Magaalaa Haramaayaatti kan argamu Haroon Haramaayaa eegumsaafi kunuunsa barbaachisu dhabuufi bishaan harichaatti seeraan ala fayyadamuurraa kan ka’e waggaa 18fi ji’a saddeetiif gogee dirree kubbaa miilaafi beelladoonni irra... Read more »

 Misooma ittifufaa bara 2030 milkeessuuf shoorri waldaalee hojii gamtaa olaanaadha

Qormaatilee jiruufi jireenya hawaasaatti sakaallaa ta’an keessaa inni ijoo dhimma dinagdeen kan walqabatu yoo ta’u, lammiileen wabii midhaan nyaataan of dadhabuurra darbanii eeggattummaaf akka saaxilaman kan taasisuudha. Hudhaa kana furuuf omishaafi omishtummaan... Read more »

 “Itoophiyaan bakka invastimantii filatamtuu ta’aa jirti” -Zallaqaa Tamasgeen (PhD)

Taateewwan biyyooleessaafi biyyaaleessaa kanneen akka weerara kovidii, qaala’insa, nageenyaafi kkf damee invastimantii biyyattii miidhanii turan. Kana malees dambiiwwaniifi qajeelfamoonni damichaa hojii damichaaf danqaa ta’aa turuusaatiin biyyattiin faayidaa hedduu dhabuuf dirqamtee turte. Dhimmichi... Read more »

 “Konkolaataa ‘Cyber truck’ biyyatti kan galchine beeksisaaf osoo hintaane teknolojii haaraa madaqsuufi” -Dargaggoo Eliyaas Yirdaawu

Addunyaarratti guyyuu waan haaraa dhalataa bula. Teknolojiin kalaqamaa bulus yeroodhaa gara yerootti fooyya’aafi dandeettiin kalaqa sammuu namaa hangam dabalaa akka jiru nu agarsiisa. Kalaqawwan omishaman kanneenis biyyoonni addaddaa fudhatanii itti fayyadamu. Hojii... Read more »

 Dhaabbilee misoomaa mootummaa cabiinsa dinagdee biyyaa suphaa jiran

Mootummaan naannoo Oromiyaa Dinagdee naannichaa cimsuudhaaf dhaabbilee misoomaa garagaraa hundeessuun qabeenya dilbii naannichaa bifa guutuu ta’een faayidaaf oolchuuf tarkaanfiiwwan garagaraa fudhachaa tureera. Kanaafis inisheetiiviiwwan addaddaa bocuun hojirra oolchaa kan jiru yoo ta’u,... Read more »

 ‘Boba’aan mootummaan hirphaan dhiyeessuu kontiroobaandiidhaan alatti ba’aa jira” – Doktar Fitsum Asaffaa

Riiformiin dinagdee damdaneessa jijjiiramaa as erga taasifamee yeroo gabaabaa keessatti bu’aalee abdachiisoo galmeessisu danda’eera. Karoorri tarsimaawaan waggaa 10 qabames utubaa dinagdee kanaa ta’uun imala gara badhaadhinaatti taasifamu haalaan saffisiisaa jira. Dinagdeen beekumsa... Read more »

 Pirojektoota buleeyyiifi haaraa 300 Godina Harargee Bahaatti hojjetamaa jiran keessaa 80 ol xumuramaniiru” -Obbo Ayyaalewu Taakkalaa

Obbo Ayyaalewu Taakkalaa Ittaanaa Bulchaa Godina Harargee Bahaa yoo ta’an, gaafdeebii torban darbe dhimmoota omisha qonnaa, misooma sululaa, qophii biqiltuu, nageenyaa, ijaarsa pirojektotaa, gurmaa’insa caasaa gandaa, mana murtii aadaa, buusaa gonofaa, walitti... Read more »

 Mariin eegalame dinagdee rakkoo nageenyaatiin miidhame bayyanachiisaa jira

Waldhabdee garaagarummaa siyaasaa akka biyyaatti jiru bu’uura godhatee uumameen hawaasni bahee galuun, daldalee dinagdeesaa cimsuun rakkoo hawaasummaa keessattis walcina akka hinhiriirreef rakkoon nageenyaa hudhaa guddaa ta’ee ture. Rakkoo nageenyaa akka Oromiyaatti mudataa... Read more »

Magaalota Oromiyaatti hojii misooma beelladaa ammayyaa’aa

Imalli badhaadhinaa yaadamarra kan ce’e gocha qabatamaa lammilee maraammartoo hiyyummaa keessaa gara milkaa’inaatti ceesisudha. Imala kana milkeessuuf karoora xiiqii tarkaanfilee haaraan dabaalameen bu’aawwan guguddoon magaalota Oromiyaatti keessatti galmaa’aa jiru. Hojiiwwan inisheetiivii garaa... Read more »