Charinnat Hundeessaatiin Ayyaanonni aadaafi amantii dadammaqina damee turizimiitiif gumaacha olaanaa qabaachuunsaanii beekamaadha. Tibbi amma itti argamnus yeroo ayyaanonni Qilleefi Cuuphaa itti kabajamanidha. Haala kabaja ayyaanota kanneenii ilaalchisuun Biiroon Aadaafi Turizimii Naannoo Amaaraa... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Ayyaanni Yaadannoo Guyyaa Dhaloota Yesuus Kiristoos akka Itoophiyaatti Mudde 29 (waggaa afuritti yeroo tokko Mudde 28) kabajama. Ayyaana kana sababeeffachuun taphni Qillee ni adeemsifama. Taphni Qillee taphoota aadaa keessaa isa... Read more »
Kutaa 8ffaa Oromoon aangoos bifa ifaa ta’een qooddatanii akka ittiin walgaggeessan ibseera. Odaa Oromoon Yaa’ii Caffee jala taa’u muka oka (Odaa) kun akka sabni isaa Basque (Spen) keessa jiraatu jala taa’aniifi, bokkuu... Read more »

Har’i guyyaa ayyaanaati. Ayyaana Qillee jedhama Oromoota hedduu biratti. Afaan Amaaraatiin “Gannaa” jedhama. Maaliif akkanatti moggaafame laata? Namni beeku yaada osoo itti kennee gaariidha. Qiilleen Tapha ijoolleetti. Otoo akka ammaa kubbaan baadiyyaa... Read more »

Liigiin Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa dhiyeenya kana yaa’ii tokkoffaasaa Magaalaa Adaamaatti geggeeffateera. Dambiin ittiin bulmaata liigichaa waggaa lamaafi walakkaaf hojiirra oolu, akkasumas sagantaan liigichaafi gabaasni sochii liigichaa waggaa lamaan darbanii mul’isu yaa’ichaaf dhiyaatee... Read more »