“Mindeeffamanii hojjechuurra xiqqaas ta’u hojii dhuunfaa ofii uummatanii hojjechuu wayya” -Shamarree Aziizaa Duubee

Shamarree Aziizaan abbaashee Obbo Duubee Badhaasoofi haadha ishee Aadde Mohiinaa Gadaarraa Godina Arsii Lixaa, Heeban Arsiitti dhalattee guddatte. Barumsashee hanga kutaa 9ffaatti bakkuma dhalootasheetti baratte. Shamarreen tun yeroo ammaa Magaalaa Adaamaa kan... Read more »

Sirna nyaataafi fayyaa keenya

Qaamni keenya hojii idilee isaa guyyaa guyyaan raawwachuuf wantoota barbaachisan keessaa tokko nyaata. Nyaanni bu’uuraalee idilee guyyaa guyyaan nu barbaachisan keessaa isa tokkodha. Nyaata nyaannu keessa albuudonni xixiqqoo kutaawwan qaama keenyaaf barbaachisan... Read more »

 Ergaa Doktar Abiyyi Ayyaana Qillee sababeeffachuun dabarsan

Ministirri Muummee RFDI Abiyyi Ahmad ayyaana Qillee bara 2015 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan. Hordoftoota amantii kiristaanaa biratti Ayyaanni Dhaloota Yesuus Kiristoos akka jalqabbii araaraatti kan fudhatamu ta’uu ibsaniiru. Dhaloota... Read more »

 Qillee: Fakkeenya nagaa, jaalalaafi araaraa

Ayyaanni Qillee dhalachuu Ilma Waaqayyoo Yesuus Kiristoos har’a akka biyya keenyaatti kabajaa jirru araarri Waaqayyoo hammam guddaafi daangaa kan hinqabne ta’uu nu yaadachiisa. Inni utuu Waaqayyo ta’ee jiruu ilmaan namootaa humna cubbuufi... Read more »

Marii injifannoowwan waloon galmaa’an cimsuu dandeessisan taasifaman

Baahirdaar: Marii injifannoowwan waloon galmaa’an cimsuuf dandeessisu taasisuusaanii hoggantoonni Waajjiraalee Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaafi Amaaraa ibsaniiru. Waltajjiin marii hoggantoonni olaanoon naannolee lameenii irratti hirmaatan mata duree “nageenya waaraafi badhaadhina gama maraa” jedhu... Read more »

Sababiin malaammaltummaa maali?

 Gaaffii kanaaf namoonni deebii hedduu kennu. Baay’een qorannoowwan gara garaa dubbisuun tarii sababiin malaammaltummaa mootummaadha jedhu. Kaanis haala jirutu akka malaammaltummaan dagaage taasise jedhanii yaadu. Namni tokko Hiindiitii kan inni deebise isaan... Read more »

Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa humneessuuf qarshii biliyoona sadii ol walittiqabuuf hojjetamaa jira

Kenniinsi tajaajila inshuraansii fayyaa hawaasaa Oromiyaa keessatti erga eegalamee waggoota 10 kan lakkoofsise yoo ta’u, maatii harkaqall’eeyyiifi sooressaa osoo adda hinbaasiin tajaajila yaalaa si’ataafi qulqullina qabu akka argatan taasisaa jira. Hawaasni harkaqal’eeyyii... Read more »

Gargaarsi namoomaa meetrik toonii kuma 135 ol Itoophiyaa kaabaatti ergame

Riippoorta Gaazexichaatiin Finfinnee: Lammiilee saba­ba waraanaan gaaga’aman bayyanachiisuuf nyaanniifi dhiyeessiileen gara garaa meetrik toonii kuma 135 ol gara Itoophiyaa kaabaatti ergame ummata qaqqabuu Komishiniin Hoggansa So­daa Balaa Federaalaa beek­sise. Hojigaggeessituufi raawwachiistuu sagan­taa... Read more »

“Hayyoonni yunivarsiitii caasaa siyaasaa ijaaruurra dhaloota ijaaruutti fuulleffachuu qabu”Hayyoota Yunivarsitii

Finfinnee: Badhadhinaafi ijaarama akkasumas nageenya biyyaa keessatti hayyoota dhaabbilee barnoota olaanaa hirmaachisuun murteessaa ta’us sirnoonni dhufanii darban hayyoota fagootti ofirraa dhiibaa ofiin biyya ijaaruuf wayita kaka’an mul’ataa turan. Burqaan ijaarsa biyyaa dhaabbilee... Read more »

Ayyaana Qilleefi ispoortii aadaa Itoophiyaatti

Finfinnee: Ayyaanni Qillee yoom akka jalqabame ragaan barreeffamaan taa’e jiraachuu baatus dhaloota Kiristos dura akka turellee ni himama. Ispoortichi biyya keenyatti seerri baheefii Federeeshiniin Ispoortii Aadaas erga hundeeffame walakkaa jaarraa ol lakkoofsiseera.... Read more »