Sa’aatii si’ataa Atileet Barrihuu Aragaawwii

Finfinnee: Atileet Barrihuu Aragaawwii dorgommii marsaa jahaffaa liigii daayimandii bara 2023 Siwiizarlaandi, Luuzaanitti adeemsifameen meetira kuma shaniin sa’aatii si’ataa kan waggaa kanaa galmeessisuun mo’ateera. Atileet Barrihuu daqiiqaa 12 sakondii 40 maayikiroo sakandii... Read more »

 Gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa dubartoota Itoophiyaa Olompikii Paarisiitiif qophii xumuraa jira

Finfinnee: Bara 2024 qopheessummaa Faransaayiin Paarisitti kan gaggeeffamu taphoota Olompikii irratti kan hirmaatu gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa dubartootaa Itoophiyaa qophii cimaa taasisaa jiraachuun himame. Gareen Itoophiyaa bakka bu’uun olompikicharratti hirmaatu shaakala erga... Read more »

 “Itoophiyaan oggaa jijjiiramichi eegalamu idaa ‘GDP’ harka 59 ofirraa qabdiiyyu” – Doktar Abiyyi Ahmad

Ministirri Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmad yaa’ii idilee 28ffaa Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa Kamisa darbe adeemsifamerratti gaaffiilee miseensota mana marichaarraa dhiyaataniif deebiifi ibsa kennaniiru. Kanaanis waa’ee hojiilee bara bajataa 2015tti raawwatamaniifi... Read more »

 Naannoo Harariitti tajaajilli tola ooltummaa gannaa jalqabame

Naannoo Harariitti tajaajilli tola ooltummaa gannaa bara 2015 iddoo Pirezidaantii ittaantuu naannichaa Aadde Misraa Abdallaa argamanitti jalqabame. Aadde Misraan ergaa dabarsaniin tajaajila tola ooltummaa baranaa mataduree “Gaarummaan olka’iinsa Itoophiyaaf” jedhuun jalqabame hojiiwwan... Read more »

 Dargaggoo Naasir Ahmad holqa haaraa argate

Osoo mana barumsaa sadarkaa duraa baratuu gumii ‘aadaa kee bari’ keessatti hirmaachuunsaa bakka har’a jiruuf ka’umsa jalqabaa turte. Miseensota gumichaa wajjin ta’uudhaanis guyyaa tokko yemmuu holqa tokko daawwatanitti, fedhiin inni damee kana... Read more »

 Urjiiwwan indastirii muuziqaa Oromoo finiinsaa jiran keessaa

Muuziqaan afaan addunyaati jedhama. Dhugaadha afaan tokko wallaalanis rukuttaan wallee sanaa kan mi’aawu yoo ta’e qaamasaa kan itti hinbashannansiisne hinjiru. Kanarraa kan ka’e afaan addunyaatis jedhama. Kuni ta’us jaarraa tokkofi walakkaa oliif... Read more »

 Barnoonni dhalootaaf

Dhaloota gama hundaan gahoomeefi qaroome horachuu keessatti qoodni manneen barnoota sadarkaasaanii eeggatanii olaanaadha. Barsiisaan, ogeessi fayyaa, injiinarri, paayiletiin, gaggeessaan biyyaafi hojjetaan dhaabbilee adda addaa gaaraa hanga dakaatti tajaajilaa jiru bu’aa manneen barnootaa... Read more »

 “Bakka yaadame bira ga’uuf qorattoonni miira ‘biyyi kun kiyya, wanti narraa eegamu guddaadha’ jedhuun halkanii guyyaa hojjechuun dirqama” – Doktar Fatoo Esmoo

Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa erga hundaa’ee waggoota 50 ol lakkoofsiseera. Waggoota kanneen keessatti hojiilee qonna biyyattii utubaniifi omishaafi omishtummaa qonnaan bulaa dabalan hedduu hojjeteera. Damichi qonna Itoophiyaa utubuu keessatti gahee olaanaa akka taphateedha... Read more »

 “Hangi boqqolloo faca’eefi dhiyeessiin xaa’oo yuuriyaa walhinsimu”

– Omishaalee gannaarraa waliigalaan callaa kuntaala miliyoona 29 oltu eegama Finfinnee: Omisha gannaa bara 2015/16tti hamma boqqolloo faca’eefi hammi xaa’oo adii (Yuuriyaa) dhiyaatee kan walhinsimne ta’uu Biiroon Qonnaa Naannoo Beenishaangul Gumuz beeksise.... Read more »

 Mootummaan naannoo Oromiyaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjachaa jira

– WMOn gamoo Odaa G+11 Magaalaa Adaamaatti eebbisiise Adaamaa: Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjachaa jiraachuu Pirezdaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii ibsan. Obbo Awwaluun, haasaa kaleessa sirna... Read more »