Qubsuma Bareentummaa

Kutaa 3fa Qubsuma Oromoo Walloo Wallo qabiyyee gosoota torban Wallooti. Maqaa gosoota torbanii kanaan kan moggaafameedha. Torban Walloo kun eenyu akka ta’an kanaa olitti kaasuun keenya ni yaadatama. Seenaa waa’ee Walloo jedhamu... Read more »

Qubsuma Bareentummaa

Kutaa 2fa Akkichu Ibsa mataduree xixinnaa qubsuma Oromoo bahaa jedhu jalatti eegalle osoo hinxumuriin dura  akkaataa qubsuma Akkichuu ibsuun murteessaadha. Asiin dura yaadota adda addaa ka’an lameen keessatti Akkichuun ilma Bareentummaati kan... Read more »

Qubsuma Oromoo Boorana kaabaa

Kutaa 3fafi isa xumuraa Bacho Booranaa: Bacho Booranaa kan jedhaman immoo Oromoota gara Kaabaa jiraatan Meettaa, Waajituu, Ada’aafi Warra Jaarsoo Galaaniin walqabatee gara Kaabaatti laga Walaqaa ce’uun hanga laga Bashalootti kan qubataniidha.... Read more »

Jijjirama hawaas dinagdeefi Hundeeffama Mootummoota Oromoo Maccaa

Kutaa 2fa Morkiin aangoo irratti Shuumiifi Gamaa Mooraa gidduu ture qabbaneessuuf jaarsummaan Luboota Kaatolikii gahee guddaa qaba. Isaanis morkattoota lamaan gaa’elaan walitti hidhuun araara buusan. Waliigalteen gaa’elaa kan raawwate akka amantii Kaatolikiitti... Read more »

Jijjiirama hawaas dinagdeefi hundeeffama mootummoota Oromoo Maccaa

Kutaa 1fa Guddinni dinagdeefi jijjiiramni omishaa guddachaa yoo deemu jijjiirama hawaas dinagdee fiduun hinoolu. Haaluma kanaan hawaasa Oromoo keessattis yeroodhaa gara yerootti jijjiiramni mootummaa abbaa irree mul’achaa dhufee ture. Bulchiinsi sirna Gadaa... Read more »

qubsuma Oromoo

Kutaa 5fa Oromduroofi Gabaroo kan jedhaman garuu irra caalaa Oromoo heeraan malee Seeraan yookaan murtii hin feenu jedhanii mormaa turan kan ibsudha jedhu. Saglan Booranaa boodas maqaa Oromoon Maccaafi Tuulamaa ittiin beekamu... Read more »

Maddaafi Qubsuma Oromoo

Kutaa afraffaa Haata’u malee seenaa Oromoo jaarraa 16fa seenaa ummattoota Kaaba Baha Afrikaarraa gargar baasnee ilaaluu hindandeenyu. Sochiin Booranaafi Bareentuu jalqaba jaarraa sana keessa eegale bu’aa hariiroo ummattoota jaarraa sana dura tureeti.... Read more »

Maddaafi qubsuma Oromoo

Kutaa 3fa Utuu hariiroo Oromoofi ummattoota Baha Afrikaa yeroo sana turetti hincehin gaaffii “Oromoon jaarraa 16fa hawaasa attamii ture? Eessa jiraataa ture?” isa jedhu ilaaluun barbaachisaadha. Gaaffileen kunniin yoo deebii argatan “Biyyi... Read more »

Sirna Bulchiinsa Federaalawaa Yajjuu

Barreessitoonni seenaa Itoophiyaa hedduun sirni bulchiinsi federaalawaa Oromoo Yajjuu kun akka Itoophiyaa diigeefi tamsaasetti fudhatu. Warreen kanaaf sirni kun boodatti hafaafi guddina Itoophiyaa ennasii daran kan boodatti hambisedha jedhu. Kunis kan ta’ee... Read more »

Oromoota gara Kaaba Itoophiyaa jiraatan

Kutaa arfaffaa Dubbistoota Gaazexaa Bariisaa, torbanoota sadan darbanitti mata duree kan jalatti dhimmoota garagaraa isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Torban kanas barreeffama Oromoota Walloofi Booranaa akkasumas, Gojjamitti fufe isin dubbisisna; dubbisa gaarii.... Read more »