Dargaggeessa hojiiwwan kalaqaa 20 oliin fakkeenya ta’e; Gurmeessaa Goobanaa

Barnoota sadarkaa jalqabaa osoo baratuu fedhiifi hawwiin kalaqaa onneesaa booji’e. keessattuu barataa kutaa 5ffaa yemmuu turetti, barnoota ogummaa harkaa jedhamu yemmuu fudhachuu eegalutti fedhiin keessoosaatti uumamte lafa qabachuu eegalte. Akkuma umuriinis dabalaa... Read more »

 Wabii Kabbadaa Barkeessaa: Barreessaafi taatoo ijoo tiyaatira ‘Ganamee’

Dargaggoo Wabii Kabbadaa Barkeessaa Godina Wallagga Bahaa, Aannaa Diggaa, Magaalaa Arjoo Guddattuutti dhalatee guddate. Barootasaa sadarkaa tokkoffaa bakkuma dhalootasaatti, sadarkaa lammaffaafi qophaa’inaa akkasumas Kollejii ammoo Magaalaa Naqamteetti barate. Inistiitiyuutii Aartii Oromiyaatti carraa... Read more »

 Birqee Gassee: Shamarree qaxalee hojii humnaa hojjechaa Ingiliffaan qabxii 3.943 galmeessiste

Akkuma warqiin abiddaan qoramee faaya gatijabeessaafi miidhaginaa ta’u, dhalli namaa bu’aa ba’ii hadhaa’aa keessa darbee gara jireenya milkaa’inaatti ba’uunsaa waan oolu miti. Kanaaf hadhaa’aan jireenyaa qoraasuma dhalli namaa ittiin ulamee urgaa’u, ichima... Read more »

Girmaa Mokonnon: Injinara moosaajii harka maleessa

Yeroo baay’ee ganama gaafan hojiif deemu konkolaataa sarviisii waajjira koo otoo hintaane kan dhaabbata biraattin fayyadama. Konkolaataa kana kanin fayyadamuuf namoota dhaabbiticha keessa hojjetan waliin ogumma walfakkaataarratti bobbaanee waan jirruuf hojiirratti walbeekna.... Read more »

Obsineet Gaaromaa: Narsii qaxalee qabxii 100 keessa 99 galmeessiste

Tibbana waa’een shamarree qormaata bahumsaatiin qabxii olaanaa jechuunis 100 keessaa 99 galmeessistee qilleensa miidiyaa dhuunfatee ture. Nutis waan gabaabinaan keessumaa ajandaa miidiyaa hawaasaa ta’e kana gadifageenyaan hubannee dubbistoota keenya biraan gahuuf Obsineet... Read more »

Dargaggoota Hararii tola ooltummaarratti

Hojiin tola ooltummaa waqtii gannaa eeggatee bifa duulaatiin bal’inaan gaggeeffama. Amma amma garuu hojiin kun kan tibba tokko hojjetamee tibba tokkommoo dhaabachuu qabu waan hintaaneef bakkeewwan hedduutti waggaa guutuu raawwatama. Keessumaa dargaggoonni... Read more »

 Naannoo Harariitti tajaajilli tola ooltummaa gannaa jalqabame

Naannoo Harariitti tajaajilli tola ooltummaa gannaa bara 2015 iddoo Pirezidaantii ittaantuu naannichaa Aadde Misraa Abdallaa argamanitti jalqabame. Aadde Misraan ergaa dabarsaniin tajaajila tola ooltummaa baranaa mataduree “Gaarummaan olka’iinsa Itoophiyaaf” jedhuun jalqabame hojiiwwan... Read more »

 Dargaggoo Naasir Ahmad holqa haaraa argate

Osoo mana barumsaa sadarkaa duraa baratuu gumii ‘aadaa kee bari’ keessatti hirmaachuunsaa bakka har’a jiruuf ka’umsa jalqabaa turte. Miseensota gumichaa wajjin ta’uudhaanis guyyaa tokko yemmuu holqa tokko daawwatanitti, fedhiin inni damee kana... Read more »

Qormaata ba’iinsa dhaabbilee barnootaa olaanaafi qophii barattootaa

 Saamraawiit Girmaatiin Ministeerri Barnootaa barattoonni barana dhaabbilee barnoota olaanaa mootummaafi dhuunfaarraa digirii jalqabaatiin barachaa turan qorumsa ba’umsaa akka fudhataniif murteessuunsaa ni yaadatama. Kunis guutuu biyyaatti Waxabajjii 30 hanga Adooleessa 8tti kan kennamu... Read more »

 Moyyaaleetti dargaggeessa qawwee kalaqeen walbaraa

Dargaggoo Diimaa Baqqalaa jiraataa Godina Booranaa, Magaalaa Moyyaalee, Ganda Boolee Olaanaati. Waraana Itoophiyaa kaabaatti mudatee tureen walqabatee bittaa meeshaa waraanaatiif doolaara olaanaa bahaa jirachuun dhagahe jedha. Kana booda gatiin bittaa meeshaa waraanaaf... Read more »