“Lakkaawwii ummataafi manaarratti baay’ina saba tokkoo hir’isuun; dabaluunis waan hinyaadamnedha” -Obbo Birraatuu Yiggazuu

Lakkaawwiin ummataafi manaa waggaa kudhanitti al tokko akka biyyaalessaatti kan gaggeeffamu yoo ta’u, baay’ina lammiileefi manneenii bulchiinsa daangaa biyya tokkoo keessa jiraatan, akkasumas ragaalee hawaasummaafi dinagdee ibsan funaanuun, qindeessuufi xiinxaluun caasaalee bulchiinsa ... Read more »

Liqii yeroon deebisuu dhabuu: Danqaa waliin ga’iinsa bishaanii

Itoophiyaan biyya qabeenya bishaaniitiin beekkamte taatus, lammiileeshee dheebuu baasuun garuu hanga har’aattis akkuma itti ulfaatetti jira. Biyyi laggeeniifi haroowwan gurguddoo akkuma Ardii Afrikaattuu sadarkaawwan duraa irratti argaman osoo qabdu bishaan gidduu teessee... Read more »

Waan facaasan haammachuu: Jechama Seeneet Gizaachoorratti dhugoomaa jiru

Dhalattoota Godina Shawaa Lixaafi hojjettoota mootummaa kan ta’an Obbo Gizaachoo Waldatsaadiqiifi Aadde Saraawit Mokonnin ijoollee dubaraa sadii qabu. Sadeen keessaa tokko Seeneet Gizaachoo jedhamti. Gaazexaan Bariisaa maxxansaa Amajjii 10 bara 2011tiin gaafdeebii... Read more »

“Afaan beekaniin faarfachuu heeraafi wangeelatu deeggara” -Faarfattoota Afaan Oromoo

  Ayyaanni cuupphaa guyyaa cuuphamuu Yesuus Kiristoos sababa godhachuun waggaa waggaan hordoftoota amantii kiristaanaan kan kabajamu yoo ta’u  hacuuccaa sirnootaarraa kan ka’e jaarraa dheeraaf magaalaa Finfinnee keessatti Afaan Oromootiin faarfachuun hayyamamaa hinturre.... Read more »

Nagaa buusuu keessatti shoorri amantootaa olaanaadha

Rakkoo nageenyaa Oromiyaa Lixaa keessatti mudachaa tureen jiruufi jireenyi dhala namaa sadarkaa yaaddessaa keessa kan ture yoo ta’u, haalli kun yaaddoo egeree biyyaa ta’uurra darbee gaaga’ama qabeenyaa qaqqabsiiseera. Bakka nagaan hinjirretti jijjiiramnis... Read more »

Waldaalee qonnaan bultoota Oromiyaafi sochiileesaanii

Biyya keenyatti gurmuuleen adda addaa kanneen akka waldaa dubartootaa, dargaggootaafi ogummaawwan bal’inaan argamu. Akka Oromiyaatti yoo ilaalle waldaan qonnaan bultootaa ni eerama. Waldaan qonnaan bultootaa ammaan tana akka biyyaatti hundaa’e jiraachuu baatus... Read more »

Fooramii magaalotaa: Waltajjii magaaloonni muuxannoo itti waljijjiiran

Fooramiin magaalota Itoophiyaa bara 2002 kabajamuu kan eegale yoo ta’u, kaayyoon isaa magaalonni qulqullinaan sadarkaa keessa jiran waliif moodela ta’uun muuxannoo waljijjiiruun guddina si’ataafi walfakkaatu akka galmeessaniif kan akeekedha. Baranas marsaa saddeettaffaaf... Read more »

Itoophiyaatti Yunivarsitii Kolleejjii Islaamummaa isa jalqabaa

Barnoonni madda beekumsaa, qaroominaa, bantuu ijaafi haqxuu dukkaanaati. Guddina dinagdee, hawaasummaafi siyaasa biyyaa keessattis qoodni qabu olaanaadha. Biyyoonni dinagdeen fagaatan dudduuba iccitiin jiru yeroo qoratamu barnoota ta’uunsaa kan haalamu miti. Fakkeenyaaf jaarraa... Read more »

“Oggaan Afaan Oromootiin barreessu qubee tokkollee hindogoggoru” -Daa’ima Seeneet Gizaachoo

Seeneet Gizaachoo umriidhaan daa’ima waggaa 10 taatus yaadni ishiin kennituufi bilchinni sammuushii kan hayyuutiin qixxeedha yoon jedhe dubbii arbeessuu hinta’u. Mucaan xiqqittiin tun oggaa waltajjiirratti walaloo dheeraa sammuutti qabatte walaleessitu hordofe dinqisiifannaa... Read more »

Xiyyeeffannoon mootummaan damee barnootaatiif qabu olaanaadha

Ministirri Muummee mootummaa Rippablika Federaalawaa Dimokraatawaa Itoophiyaa (RFDI) Doktar Abiyyi Ahmad, barsiisota yunvarsiitiiwwan addaddaafi hoggantoota olaanaa barnootaa kuma sadii ol ta’an waliin tibbana masaraa mootummaatti marii gaggeessaniiru. Kanaanis dhimmoota fayyadamummaa barsiisotaa, rakkoolee... Read more »