Nageenya kabachiisuu keessatti shoorri dubartootaa olaanaadha

Aadde Giddeellash Mohaammad, Godina Gujii Lixaa, aanaa Malkaa Soddaatti ittaantuu afyaa’ii mana maree yoo ta’an, waltajji marii afyaa’iiwwan dubartootaa biyyaalessaa tibbana Finfinneerratti qophaa’erratti hirmaachuuf argamanii turan. Gaafdeebii addatti Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin... Read more »

Qabsaa’aa hangaficha mirga Oromoo: Abbaa Anaajinaa

Ifa, mirgaafi faayidaa ummanni Oromoos ta’e saboonni biyyattii biroon har’a argataniifi eenyummaa har’a ittiin boonan kanaaf abbootiin keenya durirraa eegalanii dhiigaafi qaama hir’atanii, lafeesaanii caccabsaa darbees lubbuu ofii aarsaa godhaniiti kan dhaloota... Read more »

Imala raayyaa olaantummaa seeraa qofaaf dhaabbate horachuu

Yeroon amma keessa jirru yeroo kamiyyuu caalaa ummattootni biyyattii kan abdii itti horataniifi jireenya wabii qabu kan itti mirkaneeffachaa jiraniidha. Waggoota kurnan lamaan darbaniif haalli bulchiinsa biyyattii keessa ture afaaniin waa’ee dimokraasii... Read more »

“Ammaan booda kan hindanda’amne duubaatti deebi’uu qofa”

Rakkoolee ijoo damee fayyaa keessatti mul’atan keessaa tokko hanqina ogeessota fayyaati. Yunivarsitiin Jimmaas rakkoo gama kanaan jiru furuuf yeroo yeroon ogeessota fayyaa leenjisee eebbisiisaa jira. Yunivarsitichi Sanbata darbe barattoota damee barnoota adda... Read more »

Pirofesar Asmaroom Laggasaa eenyu?

Qorataafi barreessaan xinhawaasaa ardii Afrikaa akka bakkalcha bariitti ilaalamu, Pirofesar Asmaroom Laggasaa dhalootaan lammii Eertiraa yoo ta’an, ALA bara 1931tti magaalaa guddoo biyyattii, Asmaraa, bakka Gazaa Kenishaa jedhamutti dhalatan. Bakka Gazaa Kenishaa... Read more »

Duudhaalee amantii waliinii

Rakkoolee nageenyaa kutaalee biyyattii addaddaatti uumamaa jiran furuuf mootummaan tarkaanfiiwwan hedduu fudhachaa kan tureefi jiruudha. Yaa’iin Dhaabbilee Amantii Itoophiyaas  nagaafi araara buusuuf kadhannaatiin qoodasaanii bahachaa turaniiru. Wayita ammaas barsiisa caaffata qulqullaa’aa lammiilee... Read more »

WMOfi onnachiistuusaa

Misoomni humna namaa guddina hawaas dinagdee biyya tokkootiif wantoota daran murteessoo ta’an keessaa isa duraafi olaanaadha. Kanaaf  humna nama baratee gaai’inaafi qulqllinaan horachuun wantoota olaanaa guddini biyya tokkoo  itti madaalamu keessaa sadarkaa... Read more »

Magaalaa qalqalloo dureessa tokkoo guutuuf dheebottu: Baatuu

Boo’icha xumura dhabee yeroo hunda imimmaan ummataa dhugu, madaan inni duraa osoo hinqooriin madaa irratti madaa biraa dabalu, boo’icha addaan hincitne boosisuun magaalaa Baatuutti ni mul’ata. Faayidaa ummataa kumaatamaan laakka’amuu irra tarkaanfatanii... Read more »

Qaroomina Kuush deebisuuf gahee labata har’aa

Bara teknolojiin daran hinfagaaanne keessa dandeettii uumamaan argatetti fayyadamuun kalaqaaleen hortee Kushiin lafa qabatan addunyaa addunyaa har’a keessa jiraannu kanaaf gaaffii guddaa ta’uunsaa hin oolu. Ijaarsaaleen, siidaawwaniifi bobbocni meeshaalee garagaraa ogummaa harkaan... Read more »

“Meeteekota xixiqqoo Oromiyaatti argaman seeratti dhiheessuun tarkaanfii ittaanu ta’a”

Konfiransii nageenyaa godinaalee Oromiyaa garagaraa hirmaachise torban kana keessa Jimmaafi Adaamaatti taa’ameera. Kaayyoonsaas haala yeroorratti ummata waliin mari’achuun kallattii gara fuulduraa kaa’uuf ta’uudha Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaarraa kan odeeffanne. Haaluma... Read more »