Oduu Bariisaa
Finfinnee: Ayyaanni jijjiirama bara haaraa ummata Sidaamaa Fiichee Cambalalaan baranaa haala duudhaafi aadaasaa eeggateen kabajuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Biiroon Aadaa, Tuurizimii fi Ispoortii Naannoo Sidaamaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Abbabaa Maarimoo ibsa... Read more »
Yaabelloo: Oromiyaa keessatti godinoota irra deddeebiin hongeef saaxilamanitti hidha bishaan kuusuuf gargaaran 70 hojjechuuf karoorfamuu Biiron Misooma Jallisiifi Horsiisee Bulaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Injiinar Alamuu Raggaasaa pirojeektota hidha bishaanii godina... Read more »
Finfinnee: Sirni ijaaramaa jiru kan kaleessa dhiibame giddugaleessatti kan fiduufi walqixxummaa kan mirkaneessu malee kan biyya diigu miti jechuun Ministirri Aadaafi Ispoortiifi durataa’aa ittaanaan ABO Jaal Qajeelaa Mardaasaa ibsan. Jaal Qajeelaan gaafdeebii... Read more »
Finfinnee: Araarri walitti bu’iinsa waggoota afurii ol booda mootummaafi qaama hidhatee bosona jiru jidduutti yaadame kutannoon jiraannaan kan barfate akka hintaane Gaazexessaa Abdii Fiixee hubachiise. Taatee qabatamaa amma argaa jiruun miidiyaaleen biyyattii... Read more »
Yaabelloo: Hawaansi Booranaa Dhaabbata Pireesiif addatti yaada kenneen, balaan hongee isaan mudateen walqabatee deggersi ummatni Oromoo taasiseefiif galateeffataniiru. “Oromoon nu baraarrateera,” kan jedhe hawaasichi “Jaalalli ummatni keenya wayita rakkina gocha qabatamaan nutti... Read more »
Finfinnee: Qaala’iinsa jireenyaafi hanqina sharafa alaa furuuf mootummaan tarkaanfii qabatamaa fudhachaa jiraachuu Ministir De’eetaan Ministeera Karooraafi Misoomaa Doktar Namarraa Gabayyoo hubachiisan. Doktar Namarraan ibsa addatti Roobii darbe Dhaabbata pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka... Read more »
Finfinnee: Sooma Ramadaanaa 1444ffaa sababeeffachuun mataduree, “Ifxaara keenya lammiilee keenyaaf” jedhuun sagantaan Ifxaarii daandiirraa marsaa sadaffaan har’a Bitootessa 30 bara 2015 ni adeemsifama. Hawaasni Musliimaa Finfinneetti argamu nyaatawwan Ifxaaraa manasaatti qopheeffatu gara... Read more »
Finfinnee: Waldaan Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Waliigalaa gatii gabaa ayyaana Faasikaa tasgabbeessuuf omishaalee qonnaa gara garaa gatii madaalawaan fayyadamtootaafi dhiyeessaa jiraachuu ibse. Ayyaanichaaf omishaalee akka xaafii, shunkurtii, killee akkasumas re’oota, hoolotaafi sangoota... Read more »
Finfinnee: Riiformiin biyyaalessaa yayyabamuun dinagdeen Itoophiyaa bu’uura jabaafi egeree abdachiisaa akka qabaatu taasiseera, jechuun hayyuun dinagdee Obbo Zamadenah Nigaatuu ibsan. Obbo Zamadenah yaada addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, jijjiirama biyyattiitti... Read more »
Finfinnee: Dirree Dimokraasii bal’isuu qofa osoo hintaane lammii dimokratawaa horachuun barbaachisaa akka ta’e Gaggeessaan Hojii Kongirasii Viizyinii Dimokiraasii Itoophiyaa ibsan. Gaggeessaan hojii kongirasichaa Obbo Taaddalaa Darsa yaada dheengadda addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »