Oromiyaan bakkewwan hawwatoo qabduun filannoo daawwattoota hedduu ta’uunshee ibsame

Finfinnee: Oromiyaan bakkewwan hawwata turizimii uumamaa hedduu qabdu beeksisuun walqabate filannoo dawwattoota biyya keessaafi alaa ta’aa dhufuushee Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Pirojektoonni Wancii-Dandiifi Holqa Soofumar ijaarsarra jiran hawwata turizimii naannichaa haalaan... Read more »

 “Maraanmartoo jeequmsaa siyaasaa biyyattiif furtuun dimokiraasii dhugaa gad dhaabuudha” – Doktar Diimaa Nagoo

Finfinnee: Maraanmartoo jeequmsa siyaasaa biyyattii maqsuuf sirna dimokiraasii dhugaa hunda hammate hundeen gad dhaabuun furtuu cimaa ta’uu miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota gameessi Oromoo Doktar Diimaa Nagoo beeksisan. Qabsaa’an kun imala jijjiiramaa... Read more »

 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee dargaggoota kuma 210f carraa hojii uumuuf karoorfachuu ibse

Finfinnee: Magaalaan Finfinnee dargaggoota kuma 210f carraa hojii uumuuf dhihootti galmee kan jalqabu ta’uu beeksise. Bulchiinsi Magaalichaa marii mata duree “Dargaggoo sababarratti hundaa’ee badhaadhina magaalaa Finfinneef” jedhuun Bitootessaa 28 hanga Ebla 12tti... Read more »

 Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa ayyaana tokkummaafi obbolummaa ta’uun ibsame

Finfinnee: Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa duudhaalee tokkummaa, jaalalaafi obbolummaa waan ta’eef kan ummata Sidaamaa qofa osoo hintaane kan Itoophiyaanota maraa ta’uun ibsame. Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Ledaamoo Kabaja ayyaanicharratti, ayyaanni Fiichee... Read more »

 “Nageenya uummataa mirkaneessuun gara misoomaatti deebi’uuf ittigaafatama waloo qabna” – Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadifi Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa bakka bu’oota hawaasa godinaalee Wallaggaa arfan waliin magaalaa Naqamteetti dhimmoota nageenyaafi misoomaarratti Roobii darbe mari’ataniiru.  Ministirri Muummee Doktar... Read more »

 Ummatni duudhaa harka qalleeyyiif maaddii qooduu gabbisuu qaba jedhame

– Ayyaannii Id Al Faxir 1444ffaa kaleessa sirna ho’aan kabajameera Finfinnee: Duudhaa namoota harka qalleeyyiif maaddii qooduu ayyaana sooma hiikaa (Iid alfaxirii ) irrattis ta’e sanaan boodas cimee ittifufuu akka qabu Manni... Read more »

 Gamtichi waamicha araaraa taasifame akka deggaru ibse

Finfinnee: Gamtaan Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Itoophiyaa waamicha araaraa mootummaan qaama hidhatee Naannoo Oromiyaa keessa socho’aa jiruuf taasisee kan deeggaru ta’uu ibse. Pirezidaantiin gamticha Paastar Tsaadiquu Abdoo ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

 Pirojektonni Haroo Wanciifi Holqa Soofumar guddina turiizimii naannichaaf galtee guddaadha

Finfinnee: Pirojektonni Haroo Wanciifi Holqa Soofumar guddina turiizimii naannichaatiif galtee guddaa ta’uu Komishinii Turiizimii Oromiyaa ibse. Komishinarri Ittaanaan komishinichaa Obbo Naggaa Wadaajoo ibsa addatti tibbana Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, ijaarsi... Read more »

Ijaarsi biyyaa gochaafi ilaalcha finxaaleyyiitiin akka hingufanneef of eeggannoo cimaa gochuun barbaachisaadha

Finfinnee: “Finxaalessummaan ilaalchaafi gocha fiixeetti ba’ee sirna federaalizimii sabdaneessaa moggaatti dhiibuun ilaalcha kootu caalaa leellisuudha” jedhu Yunivarsitii Ambootti, Hayyuu Saayinsii Siyaasaa Obbo Solomoon Tafarraa. Obbo Solomoon ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin,... Read more »

Kenni tajaajilaa magaalaa Asallaa fooyya’aa jira

• Lafti hektaarri torba baankii lafaatti deebi’eera Asallaa: Tarkaanfii sirreessuu manneen hojii 14 irratti fudhatameen kenni tajaajilaa fooyya’aa jiraachuu Bulchiinsi Magaalaa Asallaa beeksise. Kantiibaan magaalichaa Obbo Gazaal Hashuu ibsa tibbana Dhaabbata Pireesii... Read more »