Fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf gurmaa’insi murteessaa ta’uun ibsame

Gammachuu Kadiriin Adaamaa: Hirmaannaafi fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf gurmaa’insa dubartootaa cimsuun murteessaa ta’uu Federeeshiniin Dubartoota Oromiyaa beeksise. Yaa’iin idilee 3ffaa Federeeshinii Dubartoota Oromiyaa mata duree “Gurmaa’insa dubartootaa jijjiirama waloof” jedhuun kaleessaa magaalaa Adaamaatti... Read more »

 Gargaarsa namoomaa naannoo Tigiraay yeroof addaan cite itti fufsiisuuf hojjetamaa jira

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Yeroof addaan cituu gargaarsa namooma naannoo Tigiraay bakkatti deebisuuf Sagantaan Nyaata Addunyaafi qooda fudhattoota waliin mari’achaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa beeksise. Komishinarri Komishinichaa Ambaasaaddar Doktar Shifarraa Takilamaariyaam... Read more »

Magaalonni Finfinneefi Atlaantaa waliin hojjechuuf walii galan

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Kaantibaan Magaala Finfinneefi kaantibaan Magaalaa Atlaantaa dhimmoota garagaraarratti waliin hojjechuuf walii galan. Jilli Kaantibaa Magaalaa Atlaantaa Mistar Andiree Dikeensin durfamu kaleessaa gara Itoophiyaa dhufuun Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach... Read more »

 Ijoolleen Baalee konkolaataafi tiraaktara, ijoolleen Mooyyaalee qawwee kalaqan

– Nageenya keenya tikfachaa badhaadhina mirkaneessina jedhu  Waasihun Takileetiin Adaamaa: Sagantaa Dorgommii Dandeettii Ogummaa teknolojii Qorannoofi Qo’annoo Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa 4ffaa Adaamaatti kaleessa qophaa’erratti kalaqawwan aleen addaddaa galmaahaniiru Dargaggoo... Read more »

 Itoophiyaan damee beeyladaatiin bu’aa abdachiisaa galmeessaa jirti

 Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Itoophiyaan damee beeyladatiin bu’aa abdachiisaa galmeessaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti, Raawwachiisaan Hojii Dursaan Dhimmoota Tarsimoo Obbo Zeenaa Habtawaldi raawwii ji’oota sagalii ministeerichaa tibbana wayita dhiyeessan akka jedhanitti, Itoophiyaan... Read more »

 Naannichatti inisheetivonni hojiirra oolan jiruufi jireenya ummata jijjiiraa jiraachuun ibsame

• Omisha qamadii bonaarraa callaa kuntaalli miliyoona 26.2 argameera Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Inisheetiivonni garagaraa bocamanii hojiirra oolan jiruufi jireenya ummata naannichaa jijjiiraa jiraachuurra darbee misooma ariifachiisaa galmeessuuf galtee guddaa ta’uu Mootummaan Naannoo... Read more »

 Zoonii Dinagdee Gadaa: carraa hojii bal’aafi hojmaata addaan as ba’aa jiru

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Oromiyaan galaana qabeenya roga maraati yoo jedhame yoo xiqqaate malee dubbii harbeessuu hinta’u. Wayita Obbo Shimallis Abdiisaa “Oromiyaa ni jijjiirra, Itoophiyaa ni utubna, gaanfa Afrikaa ni tasgabbeesina,” jedhan kuufama... Read more »

 “Milkaa’inni omisha qamadiirratti mul’ate kaanirrattis akka mul’atuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu”-Obbo Shimallis Abdiisaa

 Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Agarsiisni Qonnaafi Saayinsii mataduree, “Bakka yaaliitii hanga Omishaatti” jedhuun Finfinnee Godambaa Saayinsiitti qophaa’eefi torban sadiif turu Dilbata darbe Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)n banameera.  Waltajjicharratti omishaaleefi meeshaaleen qonna ammayyaa... Read more »

“Jaarraa kanatti cilee namatti dibuufi nama ajjeesuun aangoon qabamu hinjiru” – Obbo Tolasaa Tasfaayee

Finfinnee: Kanaan booda Itoophiyaa keessatti cilee nama dibuunis ta’e nama ajjeesuun aangoon qabatamu akka hinjirre Durataa’aan Paartii Kongiraasii Biyyaalessa Oromoo duraniifi Gorsaan Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannawaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Tolasaa Tasfaayee... Read more »

 “Toorri xiyyeeffannoofi sabboonummaan Oromoo ittiin ifuu danda’u inni guddaan dinagdeedha” -Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Jilli Pirezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Kamisa darbe Godina Arsii Lixaa, Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti, qonnaan bultootaafi waldaalee Intarpiraayizii Maayikiroofi Xixiqqaa (IMX)’n gurmaa’aniif tiraakteroota qonnaa dhaabbata “Keenyaarraa” dabarsuun... Read more »