Inisheetiviiwwan 28 omishaafi omishtummaa dabaluuf hojiirra oolan

Finfinnee: Oromiyaatti potenshaala qonnaa uumamaan jiru duguuganii fayyadamuun omishaafi omishtummaa dabaluuf innisheetiviiwwan garaagaraa 28 bocamanii hojiirra oolaniiru. Naannichi potenshaala omishaa damee heddurratti qabu kana ilaalcha keessa galchuun xiyyeeffannoo addaatiin hojjechuun omishaafi omishtummaa... Read more »

 Misoomni koriidariichaa magaalaa jireenyaaf mijattuu taate kan uumuudha

Finfinnee: Misoomni koriidarii Finfinnee, miidhagina rogawwan maraa dabaluun magaalaa jiraattotaaf mijattuu uumuuf kan gargaaru ta’uu jiraattotni magaalattii ibsan. Jiraattotni kunneen tibba darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, Finfinneen bareedinaafi bu’uuraalee misoomaa maqaashee... Read more »

 Itoophiyaan argannoo qonnaan dursitus wabii nyaataan boodatti argamti

Finfinnee: Biyya argannoo qonnaan dursitu Itoophiyaatti wabiin nyaataa rakkoo ammaa ta’uun taatee qaanessaadha. Itoophiyaan biyyoota jaarrota hedduu dura qonna argatan keessaa ishee tokko taatus qonna ammayyaan lammiishee beela keessaa baasuu dhabuun dhimma... Read more »

 Wallagga Lixaatti duula Shaneerratti taasifamaa jiru keessatti qoodni milishaa olaanaadha

Finfinnee: Godina Wallagga Lixaatti duula Shanee dhabamsiisuuf taasifamaa jiru keessatti qoodni milishaa olaanaa ta’uu Bulchiinsi Godinichaa beeksise. Bulchaan godinichaa Obbo Solomoon Taammiruu Wiixata darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, dirree dimokraasii babal’isuuf jecha... Read more »

 Godaansi buddeena abjuu wareegama qaalii lammii kaffalchiisaa jiruudha

Finfinnee: Otoo biyyuma keessatti hojjetanii jijjiiramuun danda’amuu kanneen buddeena abjuuf gammoojjiitti dhumanii irbaata allaattii ta’an manni lakkaa’ee hinfixu. Utuma yaaddessaarra jiranii kanneen bidiruu/dooniin ittiin garagalee soorata qurxummii ta’anis hedduudha. Godaansi rakkoo addunyaa... Read more »

 “Itoophiyaan Hidha Laga Abbayyaa hunda fayyadu waan ijaarteef deeggaramuu qabdi” -Doktar Immiruu Gammachuu (Hayyuu buulchiinsa lageen daangaa ce’anii)

Finfinnee: Itoophiyaan Hidha Laga Abbayyaa hunda fayyadu waan ijaarteef deeggarsa maluuf argachuu qabdi jechuun Yunivarsitii Haramayaatti hayyuun bulchiinsa lageen daangaa ce’anii Doktar Immiruu Gammachuu ibsan. Doktar Immiruun ibsa deengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »

“Omishni misooma jallisiirraa arganne hojii qonnaa ittaanuuf nu kakaaseera” -Horsiisee bultoota Godina Booranaa

Finfinnee: Horsiisee bultoonni godina Booranaa omishaaleen bara darbe misooma jallisii fayyadamuun argatan hojii qonnaa ittaanuuf akka isaan kakaase ibsan. Horsiisee bultoonni kunneen tibba darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti, kanaan dura beeyiladaafi bu’aalee... Read more »

Gumichi milkaa’ina marii biyyaalessaatiif qoodasaa bahachaa jira

Finfinnee: Gumiin Dhaabbilee Amantii Itoophiyaa mariin biyyaalessaa adeemsifamuuf jedhiru akka milkaa’uuf deggarsa gamasaa taasisaa jiraachuu ibse. Barreessaa Olaanaan gumichaa Luba Taagaay Taaddalaa gaafdeebii torban darbe Gaazexaa Bariisaa wajjin taasisaniin akka jedhanitti, gumiinsaanii... Read more »

“Misoomni koriidarii dandeettiin raawwachuufi raawwachiisuu biyyattii kan  mul’iseedha” -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad( PhD)

Finfinnee: Misoomni koriidarii Finfinnee dandeettiin raawwachuufi raawwachisuu biyyattii kan ittimul’ate ta’uu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi qaamolee raawwachiiftuu misooma koriidarii Finfinnee waliin Kibxata darbe wayita mari’atanitti  misoomichi dandeettii raawwachuufi... Read more »

 Shaggaritti rakkoolee bulchiinsa gaarii 612f furmaatni kenname

Shaggar: Magaalaa Shaggaritti rakkoo bulchiinsa gaarii kenna tajaajilaan walqabatan 1094 adda ba’an keessaa 612n furmaata argachuu Waajjirri Pablik Sarvisii Magaalaa Shaggar ibse Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Cammaraa Shibbiruu ibsa tibbana Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »