“Wallaggi dachee jaalalaa, nageenyaafi gammachuu ta’uun qabatamaan mul’ateera” -Bulchitoota godinaalee Wallaggaa

Finfinnee: Hiriirri deggarsaa Roobii darbe Naqamtetti adaeemsifame ummataafi mootummaa aannaniifi garaa taasisuu cinatti Wallagga dachee jaalalaa, nageenyaafi gammachuu ta’uu qabatamaan mul’isuusaa bulchitoonni godinaalee Wallagga hubachiisan. Bulchitoonni kunneen kaleessa Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti,... Read more »

Sossochii “Itoophiyaan haa omishtuutiin” baasii doolaara Ameerikaa biliyoona 1.9 baraaruun danda’ameera

Finfinnee: Sossochii “Itoophiyaan haa omishtuun” omishaalee alaa gala turan biyya keessatti omishuun baasii ba’uuf malu doolara Ameerikaa biliyoona 1.9 baraaruun akka danda’ame Ministirri Mummee Doktar Abiyyi Ahimad beeksisan. Doktar Abiyyi sagantaa baniinsaa... Read more »

Wallaggi dirree waraanaa osoo hintaane dirree nagaafi jaalalaati

Finfinnee: Ummatni Wallaggaa akkuma Oromoo warra kaanii maraa calaqqee jaalalaa, gootummaafi tokkummaati. Barnoota ammayyaafi amantaa dursee ofitti simachuun akkuma biyyaattuu tumsi rogawwan maraa inni guddina biyyaa keessatti qabu seenaa Itoophiyaa keessatti hayyoota... Read more »

 Walitti hidhaminsaa Indastiriifi kanneen omisha barbaadan jidduu jiru cimsuun misooma si’eessuun barbaachisaadha

Walitti hidhamissaa Indastiriifi kanneen oomisha barbaadan jidduu jiru cimsuun misooma ariifachiisuun barbaachisaa ta’uu Ministira Muummee Ittaanaa RFDI Obbo Tamasgeen Xurunaa himan. Jilli isaaniin durfamu magaalaa Bahaar Daaritti sosochii hojii misooma jiru daawwateera.... Read more »

 Qophii nageenyaa Ayyaana Faasikaa ilaalchisee ibsa Komishiinii Poolisii Oromiyaarraa kenname

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaaf baga Ayyaana Faasikaa (Sooma Hiikaa) bara 2016n isin gahe jechaa, Komishiiniin Poolisii Oromiyaa ergamasaa gama hundaan hojiirra olchuuf hirmaannaa ummataatiin hojjachaa tureera, ammas hojjachuurratti argama. Ergamnisaa guguddoon nageenya... Read more »

Miseensonni Shanee harka kennachuu ittifufan

Godina Boorana Bahaatti miseensonni ABO Shanee 107 ta’an waamicha karaa nagaa mootummaan taasiseef fudhachuun harka kennatan. Godinichatti tarkaanfii olaantummaa seeraa mirkaneessuu qindoomina qaamolee nageenyaatiin fudhatamaa jiruun miseensota garee ABO Shanee rukutamaa jiru.... Read more »

Itoophiyaan buna toonii kuma 175 alatti erguun doolaara miliyoona 836 argatte

Finfinnee: Ji’oota saglan darbanitti Itoophiyaan buna toonii kuma 175 gabaa alaatti erguun doolaara Ameerikaa miliyoona 836 kan argatte ta’uu, Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayii beeksise. Abbaa taayitichaatti raawwachiisaan hojii Qunnamtii Ummataafi Kominikeeshinii Obbo... Read more »

 Ji’oota saglan darbanitti aannan liitirri biliyoona 7.2 omishame

Finfinnee: Inisheetivii Maaddii Guutuun ji’oota saglan darbanitti aannan liitirri biliyoona 7.2 omishamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti Gorsaan Ministira De’eetaa Damee Misooma Beeyiladaafi Qurxummii Doktar Yohaannis Girmaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin... Read more »

 Kutaalee biyyattii tokko tokkotti balaan lolaa tasa mudachuu mala

Finfinnee: Guyyoota kurnan ittaananitti kutaalee biyyattii tokko tokkotti balaan lolaa tasa mudachuu waan danda’uuf of eeggannoon barbaachisu akka taasifamu Inistitiyutiin Metiworolojii Itoophiyaa hubachiise. Inistitiyutichatti, Daarekitarri Ittaanaan Raagaa, Akeekkachiisa duraa, Gorsaafi Damee qorannoo... Read more »

 Hojiin omishaafi omishtummaa warqee guddisuu qorannoon deeggaramee adeemsifamaa jira

Duraamee: Biiroon Qonnaa Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa Yunivarsitiiwwan Walqixxee, Waraabeefi Waachaamoo naannicha keessa jiran waliin ta’uun omishaafi omishtummaa qaachoo guddisuufi babal’isuu, nyaata omishicharraa argamu qindeessuufi dhibee omishicha miidhu ittisuurratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu beeksise.... Read more »