Oromoon Ummata Eebbisuufi Eebba jalatuudha. Kanarraa ka’uunis eebbisaa ykn Mandabaayi, jechuun afaan gii’izin yaamaa turan. Akka odeeffannootti Oromoon beekumsa maatiifi hawasaa kan itti qaru, itti cimsuufi barumsa dabarsu iddoo eebbaafi jilaatti. Kanaafis... Read more »
Guraandhala 11, 2011 Pirezideentiin biyya Misir, Hosnii Mubaarek waggaa 30 erga aangoo irra turanii booda yeroo aangoo fedhasaaniin gadi lakkisan gaazexessaan CNN Wolfi Biliizer jedhamu nama biyya Misirii aangoorra jiran Waa’el Goonim... Read more »
Dhukkubni koleeraa maalirraa nama qaba? Akkamiiin daddarbaa? Dhukkubni kun yeroo ammaa biyya keenya kessatti haala adda ta’een namoota dhukkubsachiisuufi lubbuu galafaachuu akka eegale midiyaaleefi qaamoleen dhimma fayyaa hawaasaa adda addaa himaa jiru.... Read more »
Gosoota Oromoo Godina Booranaa keessa jiraatan keessaa Oromoon Gabraa isa tokko. Ummanni Gabraa harki caaluu horsiisee bultoota yoo ta’aan kaan immoo ciinan qote bulaa. Qabeenya gaalaas baay’inaan waan qabaniif aannan gaalaa achitti... Read more »
Duudhaa jechuun maal jechuudha? Duudhaa jechuun qajeelfamoota ykn danboota naamusaa gaariidha jennee fudhanne jechuudha. Kanneen keessaa dhiifama gochuu, haqummaa, bilisummaa nama biroo kabajuu, jaalala, jireenyaaf ulfina kennuufi of to’achuufaan ni eeramu. Kanaafuu... Read more »
Erga dhiiga keessan qorachiiftanii of beektanii booda talaallii fudhachuudhaan vaayirasicha ofirraa ittisuun ni danda’ama. Dhukkubni tiruu kan” viral hepatitis” jedhamu gosoota vaayirasii shan (hepatitis A, hepatitis B, hepatitis C, hepatitis D fi... Read more »
Waggoota muraasa dura Oromummaan walitti qabamuun akka yakkaatti ilaalama ture. Boodasaa ajjeefamuufi hidhamuutu ture. Akkanaan Oromoon gootota meeqa awwallatee, kaan ammoo eessa buuteesaanii wallaalee dhiise. Kana jechuun garuu Oromummaasaa dhoksee harka marate... Read more »
Geggeessaan duuka buutota qopheeffata otoo utuu hintaane geggeessitoota hedduu kaafata! Geggeessaa cimaafi jijjiirama fidu kan ofii waan cimaa hojjetu qofa otoo hintaane kan namoota waan cimaa hojjechiisu ta’uu qaba. Sababiinsaas geggeessaan namoota... Read more »