“Irreecha Hora Finfinnee waggaa 150 booda kabajuun ummata Oromoo maraaf injifannoo guddaadha” -Hayyuu Seenaa Obbo Alamaayyoo Hayilee

Keessummaan keenya har’aa hayyuu seenaa Obbo Alamaayyoo Hayileeti. Obbo Alamaayyoon yeroo ammaa Giddugala Aadaa Oromootti, Qorataa Seenaafi Dursaa Garee Seenaati. Gaafdeebii isaan torban darbe Gaazexaan Bariisaa wajjin dhimmoota seenaa Oromoo, Sirna Gadaafi... Read more »

“Irreecha Hora Finfinneetiif qophiileen hundi xumuramaniiru” -Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa

Sirna Gadaa Oromoo keessatti ayyaanni Irreechaa iddoo guddaa qaba. Durirraa kaasee Oromoon waytiin gannaa darbee birraan yoo bari’u, malkaafi tulluutti walga’uun Waaqasaa galateeffata. Jaarraawwan hedduuf Hora Finfinneefi Arsadeefaatti walga’uun irreenfachaa kan ture... Read more »

“Irreechiifi Finfinneen duruu walbeeku” -Abbaa Gadaa, Doktar Mulugeetaa Dabbabaa

Seenaa biyya kanaa keessatti Oromiyaan madda hayyootaati yoo jedhame kan haalamu miti. Ta’us, sababa dhiibbaawwan addaddaatiin hayyootni kunneen hawaasa osoo hinbaratiin isaan barsiiseef haala barbaadamuun hojjechaa akka hinturre ni beekama. Muraasni garuu... Read more »

“Biyya tokko keessatti yaadni ‘dabarsanii kennuu’ jedhamu hinjiru” – Abbaa Alangaa waliigalaa Federaalaa, Birhaanuu Tsaggaayee

Torban torbaniin namoota  ogummaawwan adda addaa qaban, hayyoota seenaafi aadaa, akkasumas kanneen muuxannoo jireenyasaaniirraa waa barachuu danda’amu Gaazexaan Bariisaa keessummaa godhatee dubbistootasaa biraan  gahaa tureera. Maxxansa kanaanis gaafdeebii nama jijjiirama ammaan tana... Read more »

“Qabeenya uumamaa eeguufi kunuunsuun iccitii jiraachuu keenyaati” -Doktar Faasiil Isheetuu

Keessummaan keenya maxxansa kanaa Doktar Faasiil Isheetuu jedhamu. Doktar Faasiil Yunivarsitii Arba Mincitti, Qorataa Saayinsii Qabeenya Bishaaniiti. Haroowwan Abbayyaa, Caamoo, Qooqaafi Rifti Vaalii akkasumas misooma sululaarratti qo’annoo bal’aa geggeessuudhaan hojii bu’aa qabeessa... Read more »

“Yeroon yeroo waa’ee jaalalaa, nagaafi tokkummaa itti labsaniidha” -Artisti Alii Shabboo

Keessummaan keenya har’aa Weellisaa  Doktara Kabajaa Artisti Alii Shabboo. Aliin abbaasaa  Obbo Shabboo Waddoofi harmeessaa Aadde  Hamidaa Mawludirraa ALA bara 1942 Dirre Dhawaatti dhalate. Artistiin kun keessumaa sirbasaa “Dinbushee Galaa” jedhamuun caalaatti... Read more »

“Gareen biyyaalessaa atileetiksii Itoophiyaa diigamuun daran na gaddisiise” – Irreessaa Tolasaa Qottuu

Itoophiyaan sadarkaa addunyaattis ta’u Afrikaatti walmorkiiwwan ispoortii hedduurratti ni hirmaatti. Kanneen keessaa qabxii olaanaa galmeessisaa kan jirtu ispoortii atileetiksiitiini. Kanaanis “Dirreen atileetonni Itoophiyaa irratti hinhirmaanne dirree dorgommii hinfakkaatu” hanga jedhamutti ga’ameera. Atileetota ... Read more »

Odaan odaa dhaabe

Ganama ganama namni magaalli qal’aa dheeraan tokko daandiiwwan Faransaay Lagaasiiyoon gara Jaanmeedaa geessuurra wayita fiigu mul’ata. Namni kun wayita fiigu harkasaa kan raasuuf sochii ispoortiif jecha osoo hintaane namoota daandiirraa isa dubbisan... Read more »

“Ce’umsiifi jijjiiramichi hattoota ADWUI keessa jiraniin butameera” -Pirofeesar Hizqe’eel Gabbisaa

Namni televizhiinii ilaaluu jaalatuufi yeroo hedduu hordofu isaan beeka. Namni marsariitii hawaasaa keessattuu feesbuukii fayyadamu immoo, sochii fincila waggoota darban akka biyyaafi Oromiyaa keessatti taasifamaa turerratti  yaadaafi ergaa isaan gama fuula feesbuukiitiin... Read more »

“Gaazexaan Bariisaa handhuura qabsoo Oromooti” -Abbaa Bariisaa

Keessummaan keenya har’aa Doktar Mahaadii Hamiid Muudee ykn Abbaa Bariisaa jedhamu. Hundeessaa Gaazexaa Bariisaati. Bariisaan aadaa, afaaniifi seenaa Oromoo guddisuufi dagaagsuu keessatti gumaacha olaanaa taasiseera; taasisaas jira. Faayidaa ummata Oromoo mirkaneessuu, mirgasaa... Read more »