Qilleensa siyaasa Harariifi pirezidaantiishee haaraa

Jijjiiramootni siyaasaa biyyattii keessatti erga mul’achuu eegalanii waggaa tokkorra darbeera. Pirezidaantonni naannolee, ministirootniifi hoggantootni duraanii gara sadarkaa federaalaatti kan darban yoo ta’u,  gariin ammoo humna haaraan bakka buufamaniiru. Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo... Read more »

“Biyya kana jeeqaa kan jiru anatu siif beekaadha” -Pirofeesar Efreem Yisaaq

Waggaa 82 dura lubni lammii Israa’eel tokko amantii barsiisuuf gara Dirre Dhawaa dhufe. Utuma achi jiranii hiriyyaan isaa dubartii tokko mataa baqaqsee gara Finfinneetti baqata. Achittis nama Fitaawuraarii Waaqjiraa jedhamuun walbaree, isaan... Read more »

“Yaadni ani durirraa kaasee qabu Itoophiyaanoonni Oromoodhaaf beenyaa kanfaluu akka qabaniidha” -Hayyuu Dinagdeefi Siyaasaa Obbo Bulchaa Dammaqsaa

Obbo Bulchaan ni dubbatu: “-Oromoon mirga argate malee Bilisummaa guutuu hin arganne -Mirga abbaa biyyummaa Finfinnee malee babal’inni Finfinnee nu yaachisuu hin qabu -Badii Finfinneen qonnaan bulaashee irratti raawwatte ogeeyyotaan qoratamu qaba... Read more »

“Namni taa’ee odeessu yoomuu nama hinta’u” -Aadde Angaatuu Haayilee

Gaafa ummanni Oromoo Somaaleerraa buqqa’ee sana “Ani isinii jira” jechuudhaan magaalaa Galaaniifi Dukamitti manneen 16 ijaaruun meeshaa hunda guutuun keessa qubachiisan. Naannawaasaattis baalota kanneen akka (Cilaattammo) cilaaddaamaa, roozmariinoofi kanneen biroo dhaabuun keessummummaan... Read more »

Obbo Haayilee Gabree: Warqee Gujii ofii abidda seenanii Oromoo miidhagsan

Obbo Haayilee Gabreetiin Oromoon wallaalee jira jechuun fafa. Isaan umurii isaanii guutuu Oromoof nama jiraate ta’uu seenaan jireenya isaanii ni agarsiisa. Faayidaa ummata isaanii dursuun gidiraa hedduu arganiiru. Hoggantoota biratti jibbamanii dhiibamaniiru.... Read more »