Duudhaalee Ramadaanaafi Islaamummaa

Addunyaarratti hordoftoota amantii Islaamaa biratti jiini Ramadaanaa(Ramadaan Kaarem) caalaatti  beekamaafi iddoo olaanaa kan qabuudha. Ramadaana keessa hordoftootni amantichaa marti barii lafaarraa  kaasee hanga biiftuun lixxutti nyaataafi dhugaatii, akkasumas walqunnamtii saalaarraa of qabuun... Read more »

“Qalma hoolota lamaa: Tokko waadaaf kaan jaalalaafi” -Abbaa Gadaa Dabaloo Hiikaa

Haala kanaan dura seenaa keessatti takkaa hinbeekamneen Gadaan jibbaa faca’e saba barootaaf waldanda’ee gaddaafi gammachuu waliin hirmaachaa ture kan gaddisiise fakkaata. Hunduu mudannoo balaafamaa saboota gidduutti qaqqabuun wareegama qaalii lubbuufi qabeenya baasise... Read more »

“Fayyadama miidiyaalee hawaasaarratti daangaan taa’uu qaba”

Kutaa 2fa Dubbistoota keenya kutaan jalqabaa gaafdeebii gaazexeessaa Mohaammad Adamoo wajjin taasisne maxxansa keenya torbaniitiin dubbisiisuun keenya ni yaatama. Kutaan ittaanu kunooti. Bariisaa: OMN hundeessuu keessatti gaheen kee maal ture? Mohaammad: Yommuu... Read more »

“Fayyadama miidiyaalee hawaasaarratti daangaan taa’uu qaba” -Gaazexeessaa Mohaammad Adamoo

Yeroo qabsoo Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG) sana namoonni hedduun mormiin Oromoo xiyyeeffannaa addunyaa akka argatuuf gumaacha taasisaniiru. Keessumaa Oromoonni biyya alaa jiraatan gareenis ta’u dhuunfaadhaan haalaa mijateef hundaan dhimmichi gurra mootummootaa akka... Read more »

“Oromoofi Gumuz waljibba hinqaban”-Aadde Dirribee Lammaa

Sabni Oromoofi Beenishaangul Gumuz saboota malkaa tokko daakan, sabootaa gaddaafi gammachuu waliin hirmaatan, hawaasummaan walmakan, saba walfuudhanii ilmaan walirraa horatan jaarraa hedduu obbolummaan dabarsaniifi wajjummaan guddataniidha. Dhalattoonni naannolee lamaanii kunneen aadaan, duudhaan... Read more »

Boordichi bilisaa ta’uusaa mirka­neessuuf hojjetaa jiraachuu ibse

Boordiin filannoo bi­yyaalessaa hanga caasaa ga­diitti qaama bilisaa ta’uusaa mirkaneessuuf fooyya’insa gochaa jiraachuu beeksise. Walittiqabduun boordi­chaa, Dubree Burtukaan Miidhagsaa akka jedhanitti, boordichi qaama bilisaa ta’uusaa hanga aanaatti mirkaneessuuf fooyya’insa seeraarratti xiyyeeffatamee hojjetamaa... Read more »

Haleellaa Saayibarii maqsuurratti tattaaffii Yunivarsiitii Jimmaa

Babal’achuun saayinsiifi teknolojii guddina biyyaa qabatamaan mirkaneessuu keessatti akkuma utubaaw­wan murteessoo ta’an balaan saayinsiifi teknolojii kana sababa godhachuun dhufum­moo kufaatii dinagdeetiif rak­koo hawaasummaa gara garaaf ka’umsa ta’ee mul’ata. Kun ta’us guddinni saay­insiifi... Read more »

“Namni kamiyyuu afaansaatiin tajaajila argachuu qaba” -Obbo Baqqalaa Garbaa

Durataa’aa Ittaanaan Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) Obbo Baqqalaa Garbaa dhiheenya kana haasawa waa’ee afaaniirratti waltajji tokkorratti taasisanii turaniin qeeqamaa turaniiru. Akka isaan laguu afaanii labsanittis yaadonni garagaraa keessumaa feesbuukiirratti ka’aa turaniiru.... Read more »

Ibsa ejjannoo ayyaana hundeeffama ODP waggaa 29fafi kabaja adeemsa jijjiiramaa waggaa 1fa ilaalchisuun kenname

“Ilaafi ilaamee milkaa’ina egereetiif”! ODPn Boqonnaa qabsoo seenaan yaadatu kamuu keessattuu loogummaafi cunqursaa taasifamaa ture keessatti gaaffiiwwan bu’uuraa ummata Oromoo deebisuuf paartii bu’aa ba’ii hedduu keessa cehee as gaheedha. Falmiin mirga siyaasaa,... Read more »

“Mootummaan gaafa Oromoon dubbatus na’uu qaba” -Seenaa Jimjimoo

Dubbistoota keenya kutaa tokkoffaa gaafdeebii qabsooftuu mirga namaafi barreessituu Seenaa Jimjimoo wajjin taasisnee maxxansa torban darbeetiin dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan ammoo gaaffii irratti dhaabneef deebii Seenaan nuu kenniterraa ittifufnaa dubbisa... Read more »