Erga lafa saamamnee qotiyyoo qeeraatti oofna

Harki barootaaf qotee midhaan gosee galaana fakkaatu galchee beela’aa beela baasuufi jiraachuu Itoophiyaatiif bu’uura ta’aa ture, dacheen maccaafi tuulamaa har’a of harkaa dhabee harka ilaaluutti yoo taa’u afaan nama qabachiisa. Oromoon kaleessa... Read more »

“Oromoon kanaan booda rasaasa bilisummaaf dhukaasuu hinqabu” – Obbo Hayilee Gabree

“Ilmaan keenya bosona keessa jiran nutti makamanii nu haa eegan”- Obbo Baqqalaa Garbaa Amajjii 16 guyyaa Oromoo biratti adda taateefi abdii ifaa gonfachiifteedha. Akkasumas, sirni Gadaa hammam Oromoo biratti kabajaafi fudhatamummaa akka... Read more »

Obbo Bulchaa Dammaqsaa: Hayyuu Dinagdeefi Siyaasaa

Obbo Bulchaan abbaa isaanii Obbo Dammaqsaa Sanbatoofi haadha isaanii Aadde Naansiisee Sardaa irraa bara 1922 naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Lixaa Aanaa Boojji Dirmajii, Magaalaa Gimbiitti dhalatan. Barnoota isaanii sadarkaa tokkoffaa kutaa 1fa... Read more »

Doktar Abiyyi Ahimad: Nama jabaa Afrikaa bara 2018

Xalayaa barreessitoonni Afrikaa ‘BBC’f barreessan keessaa gaazexeessituun Gaanaa Elzaabeet Oheenee bara Faranjootaa xumuramaa jirutt taateewwan guguddoo Afrikaa keessatti raawwataman eerteetti. Taateewwan ALA bara 2018tti raawwatama keessaas jalqabarratti kan eerte waa’een Ministira Muummee... Read more »