ODPn uummata waliin tarkaanfachuuf ta’ee argamuu qaba

“Ya soogiddaa yoo ofiif jette mi’aayi kanaachi dhagaadha jedhanii sigatu” jedha Oromoon yoo makmaaku. Oromoon harqoota gabrummaa jaarraa tokkoo oliif isatti fe’amee ture ofirraa darbatee mirga abbaa biyyummaasaa qabatamaan mirkaneeffachuuf kaleessa caalaa... Read more »

Dhimma Finfinneetiif furmaata kennuun nageenyaaf wabiidha

Oromoo saba bal’aa ta’e kana walirratti kakaaftee diina walii taasifte. Tokkummaasaa diiguudhaan irratti of tuultee gadi qabdee mataarra teesse. Kabaja namummaa uumamaan argate dhorkatte, kumaatama ajjeeftee, kumaatama qaama hir’uu gootee beektota ija... Read more »

Barri goommaadha jechuun kana mitiiree?

“Barri gommaadha takka namaa deema takkammoo namaan deema” jedhama. Maraammartoo kana keessatti ifaafi dukkanni dabaree walgegeeddaranii mul’ataa ija hojii qabatanii argamuun danbalii jiruufi jireenya dhala namaa keessatti mudatudha. Sirnoonni gara garaas aangoof... Read more »

Injifannoo Adwaa keessatti qooda ummata Oromoo

Biyya Itoophiyaa jedhamuun beekamtu tana hundeessuurraa kaasee  ijaaruun ykn haaressee dhaloota har’aa biraan kan gahe ummata Oromoo ta’uu hayyuuleen seenaa ragaalee seenaa wabeeffachuun dubbatu. Kunis, latiinsa Afroo-Eeshiyaa afran (Seemota, Kuushota, Oomotaafi Naayiloo... Read more »

Seenaa hundeeffama Gaazexaa Bariisaa

Bara 1965 oggaa sagantaan siyaasaa wixinametti qaamni qabsoo qindeessu ‘Koree Qindeessituu Waaltaa’ jedhamu hundaa’ea ture. Miseensota korechaatti dirqama adda addaatu kenname. Koree dhaabbate keessaa tokko ‘Koreen Aadaafi Hawaasummaati. Koree kana kan hoogganaa... Read more »

Lakkaawwii ummataafi manaa marsaa 4fa

Lakkaawwiin ummataafi manaa gurmaa’ina heeraafi sirna hawaas-dinagdee, akkasumas sirni siyaasa biyyattiin hordofaa jirtu duuchaatti jireenya lammiilee akka fooyyessuuf qophii taasifamu keessatti gahee olaanaa qaba. Akkuma biyyaattis ta’e naannootti  baay’ina ummataa sirrii ta’e... Read more »

Filannoo biyyaalessaafi qooda fudhattoota

Itoophiyaatti filannoon biyyaalessaa 6fa bara dhufu kan gaggeeffamu yoo ta’u, gaaffiin ‘yaa dheeratu moo hindheeratiin’ jedhu bifa faashinii fakkaatuun dhiyaachaa jira. Sababni dheerachuufi haaluma sagantaa taa’een gaggeeffamuunsaa garuu sirnaan eeramee hanga har’aatti... Read more »

Ummata ofiisaarra loonsaatiif yaadda’uuf haa birmatamu

Oromoofi loon waliif fira, fira keessaallee fira dhiigaa. Oromoon loon kan horsiisuuf bu‘aa achirraa argatu qofaaf osoo hintaane, walitti hidhamiinsa cimaa isaan waliin qabaachuusaatiini. “Arriyyoo arriyyoo arroo boonaa kiyyaa, anaan haa lolanii... Read more »

Jaarsolii biyyaa nageenya biyyaatiif

Tibbana jaarsoliin biyyaa, abbootiin amantiifi bakka buutonni kutaalee hawaasaa biyyattii keessaa baba’an kuma tokkoofi 200 Finfinneetti walga’anii turan. Yommuu gara galma walitti qabamaniitti seenamu uffataa aadaa Oromoo dabalatee hundumtuu kan aadaafi amantiisaa... Read more »

Erga Oromoon waljifatee dimokraasummaan Sirna Gadaa maali?

Sirni Gadaa sirna bulchiinsa hawaas-dinagdeefi siyaasaa ummatni Oromoo baroota hedduuf karaa dimokraatawaa ta’een ittiin walbulchaa tureedha. Kunis  dhalootarraa dhalootatti darbaa  har’a kan gahe yoo ta’u, hawaasa addunyaafis keessumaa biyyoota lixaatiif akka bu’uuraafi... Read more »