Qabsoo Qeerroofi Paartiilee Siyaasaa Oromoo

ABOn biyyatti akka galu ODPnis aangoo sadarkaa biyya bulchuu irra akka ga’u kan taasise bu’aa qabsoo Qeerrooti. Qabsicha keessatti Qeerroon lubbuu isaa maaliiniyyuu hinmadaalamneefi hindeebine dhabeera; dhiiga isaas dhangalaseera; lafeen isaas cabeera.... Read more »

Haala haasaafi hubannaasaa

Haasaa dhiheessuuf ramadamteetta haa jennu. Haasaan sii kenname walumatti wantoota tokko tokko kan ibsu ta’uu dandaʼa. Haasicha akka waltajjiif qophaa’e ta’utti dhiheessuun akkamitti danda’ama laata? Wanta beekamaadha jettee yaadde sanatti odeeffannoo tokko... Read more »

Biiftuun dimokraasii ifte akka deebitee hinlixneef

 Oromoon harree gurguruuf yoo gabaa baasu mormasheetti kalaala mara. Kalaalli hidda jiidhaa baala qabu yoo ta’u,  mallattoo harreen gurguramtu kan hin gurguramnerraa itti adda baatuudha. Oromoon hattuu hinqabu; kan safuu aadaa cabsee... Read more »

Kan harkaa qabnu jabeeffataa qaawwa jiru duuchuuf hojjenna

Guyyaan kabaja ayyaana saboota, sablammootaafi ummattoota Itiyoophiyaa waggoottan darbaan kabajamaa turan bu’aawwan hin tuffatamne argamsiisanii jiru. Baroottan kurnaan darban keessa saboonnii, sablammoonniifi ummattoonni biyyattii waliigalteedhaan biyya tokkummaan demokiraatawaa ta’e keessatti mirkanaa’e ijaaruuf... Read more »