Saamraawiit Girmaatiin Itoophiyaatti ga’adha jedhamuu baatuus sadarkaa federaalaafi naannootti giddugaloonni qorannoo qonnaa 20 ni argamu. Kunneenis sanyiiwwan filatamoo akaakuu hedduu kan qoratan ta’uus baay’eensaanii kaayyoo jedhameef oolanii qonnaan bultoota yommuu fayyadan hinmul’atu.... Read more »
Kaffaltii bittaa boba’aa dijitaalessuun guddina dinagdee biyyaa utubuu keessatti gahee akkamii qaba?
Natsaannat Taaddasaatiin Baankiin Daldala Itoophiyaa kaffaltiin bittaa boba’aa mobaayilii fayyadamuun karaa ‘CBE Birr’ ykn ‘Nedaj App’ buufachuun sadarkaa biyyaatti raawwatamuu akka qabu Kibxata darbe Magaalaa Adaamaatti beeksiseera. Kaffaltii bittaa boba’aa dijitaalessuun guddina... Read more »
Namootni magaalota gurguddoo Finfinneefi kanneen biroo keessa jiraatan gaafa haalli magaalota sanaa isaan nuffisiiseefi qilleensa qulqulluu barbaadan gara Dawuroo iddoo fakkeenya nageenyaa taate deemanii yeroosaanii akka dabarsaniif Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad... Read more »
Walwaraansa Kaaba Itoophiyaatti waggoota lamaa oliif mudataa tureen hawaasni hedduu qe’eef qabeenyasaarraa buqqa’uun eeggattummaa jalatti akka kufu godheera, qabeenyi hedduu gamlamaaniinuu barbadaa’eera, hawaasni dur walkeessa deemee daldalatee dinagdeen of humneessuuf socho’aa tures... Read more »
Ministeerri Bishaaniifi Inarjii akkuma maqaasaarraa hubachuun danda’amutti qaama dhimmi bishaan qulqulluufi humna ibsaa kallattiidhaan isa ilaallatudha. Kanarraa ka’uun ministeerichi karoora yeroo dheeraafi gabaabaa qopheeffachuun hojiilee garagaraa hojjetaa jira. Bara kana keessa hojiiwwan... Read more »
Waggoota dheeraadhaaf tattaaffiin dinagdee biyyattii qonnaan durfamurraa gara isa indaastiriin durfamuutti taasifamaa ture hanga har’aatti milkaa’uu dhabuusaatiin har’allee maddi sharafa alaa inni guddaafi utubaan dinagdee biyyattii qonnarratti kan hundaa’eedha. Tarsiimoowwan guddinaafi tiraanisfoormiishiinii... Read more »
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad Kibxata gaaffii miseensonni Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa gabaasa raawwii hojii ji’oota jahan darbaniirratti hundaa’uun dhimoota qaala’ina gatii, bu’uuraalee misoomaa, msoomaafi kkf irratti xiyyeeffachuun dhiyeessaniifiif deebiifi ibsa... Read more »
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Dilbata darbe Muuziyeemii Saayinsiitti kanfaltoota gibiraaf beekamtiifi sirna galateeffannaa mataduree, “Gibira kabaja biyyaaf” jedhuun akkasumas, jalqabsiisa sagantaa sosochii kanfaltoota gibiraa eegalchiiseera. Saganticharratti kanfaltoonni gibiraa amanamoon magaalattii 300, beekamtii kan... Read more »
Baasii biliyoonotaa biyyattiin waggatti baaftu oolchee galii alaa galchuu kan eegale: Omisha Qamadii
Bayyanaa Ibraahimiin Itoophiyaan bara 2011 irraa eegaltee omisha qamadiitiif xiyyeeffannoo addaa kennuun wabii nyaataa biyya keessaa mirkaneessuu bira dabartee gabaa alaatiif erguuf karoorfachuun ishee ni yaadatama. Karoorri haaraafi qonna biyyattii hundeedhaan jijjiiruuf... Read more »
(Qindeessituun Saamraawiit Girmaa) Kutaa lammaffaa Maxxansa torban darbeetiin hojiilee omishaafi omishtummaa dabaluuf ji’oottan ja’an darban Oromiyaatti hojjetamanii Pirezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaa Yaa’ii Arfaffaa, Waggaa lammaffaa, bara hojii Caffee ja’aaffaa tibbana Adaamaatti... Read more »