Gootota misoomaa gara invastimantiitti ce’an

Oromiyaatti gootota misoomaa 717 filatamuun torban darbe Magaalaa Adaamaatti meedaaliyaa badhaafamaniifi beekamtii argatan keessaa qonnaan bultootni buleeyyiin shantamni gara invastimantiitti ce’aniiru. Goototni misoomaa kunneen ammoo akkaataa kaappitaala galmeessisaniin kan badhaafaman yoo ta’u,... Read more »

Liqii maallaqaa deebisuuf sharafa alaarratti cichamee hojjetamaa jira

Mootummaan Itoophiyaa waggoota kurnan sadan darbanirraa kaasee Baankii Addunyaa,  dhaabbilee faayinaansii addaddaafi biyyoota Lixaa dureeyyii  ta’an kanneen akka Faransaayi, Jaappaan, Ameerikaa Kaabaa (‘USA’)fi Biritaaniyaarraa liqiifi deggarsa maallaqaa fudhachuun bu’uuraalee misoomaa guguddoo ijaarsisaa... Read more »

Injifannoo siyaasaan argame dinagdeedhaan utubuuf

“Jijjiiramoota biyyattii keessatti mul’achaa jiraniif ummatni Oromoo gatii olaanaa akka kanfale beekamaadha. Kana immoo dingdeerrattis agarsiisuun barbaachiisadha. Haa ta’u malee Oromoon lafti isaa lafee isaa ta’ee jiraatu iyyuu akka hintaaneen harkaa fuudhameera.... Read more »

Rakkoo walitti hidhamiinsa gabaa qonnaan bultootaa furuuf hojjetamaa jiraachuun himame

Rakkoolee walitti hidhamiinsa gabaa qonnaan bultootaafi warshaalee addaddaa gidduu jiru furuuf hojjetamaa jiraachuu Ejensiin Misooma Gabaa Oromiyaa beeksise. Hoggantootni ejensichaa Roobii darbe abbootii warshaalee paastaa, mokoronii, daabboo omishaniifi yuuneeniiwwan wajjin ta’uun omisha... Read more »

Misooma suluulaafi kunuunsa qabeenya uumamaa Shawaa Kibba Lixaatti

Akka biyyaatti hojiileen misooma suluulaafi kunuunsa qabeenya uumamaa lafa hektaara miliyoona tokkoofi kuma afurii ol deebisanii misoomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu ragaaleen Ministeera Qonnaarraa argaman ni mul’isu. Akka Oromiyaattis hojiin misooma sululaafi kunuunsa... Read more »

Ijaarsa paarkiiwwan indastirii haaraa duubatti harkifachaa jiran

Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indastirii erga hundeeffamee waggoota afur kan lakkoofsise yoo ta’u, umurii gabaabaa keessatti paarkiiwwan indastirii 11 ijaarsisuu danda’eera. Kanneen keessaa paarkiiwwan indastirii jaha hojii keessa seenuun misooma dinagdee biyyattii utubaa... Read more »

Hanga liqii maallaqaafi guddina dinagdee

Mootummaan yeroowwan addaddaatti bu’uuraalee misoomaa ijaarsisuuf dhaabbilee maallaqaaa alaafi keessa jiranirraa liqii fudhachaa kan ture yoo ta’u, wayita ammaa doolaara biliyoona 26 gahuusaa Ministeerri Maallaqaa mootummaa RFDI ji’a Amajjii jalqabaarra gabaasa dhiyeessee... Read more »

Sagantaa misoomaafi guddina dinagdee haaraa

Jijjiiramoota akka biyyaatti dhufaniin walqabatee dhaabbbilee mootummaa addaddaarratti fooyya’insi taasifamaa turuusaafi ammas taasifamaa jiraachuusaa kan beekamuudha. Sochiiwwan daldalaafi invastimantii biyyattii fooyyessuufillee sagantaan misoomaafi guddina dinagdee haaraa diriiruusaa Ministirri Muummee mootummaa RFDI, Doktar... Read more »

Rakkoo walitti hidhaminsa gabaafi dhiyeessii furuuf

Ejensiin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa aadaa hojii gamtaa babal’isuun fayyadamummaa qonnaan bulaa qabatamaan mirkaneessuufi fedhii hawaasaa guutuun gabaa tasgabbeessuuf kan hojjetuudha. Sochii jalqabame kana milkeessee itti quufinsa maamilootasaa dhugoomsuuf dameewwan qonnaan alatti... Read more »

Pirojektotni jallisii lafa hektaara kuma tokkoofi 280 misoomsan ji’oota afur booda ni eebbifamu

Dalloo Mannaa: Godina Baalee, Aanaa Harannaa Bulluqiifi Aanaa Dalloo Mannaatti kan argaman pirojektotni jallisii lafa hektaara kuma tokkoofi 280 misoomsan lama ji’oota afur booda kan eebbifaman ta’uu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa... Read more »