
Soomni Ramadaanaa har’a eegala Finfinnee: Baatiin Ramadaana guddichaa dhiifama kan itti waliif goodhamu ta’uu Pirezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaaa Itoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis ibsan. Muftii Hajii Umar Idiriis, sooma baatii... Read more »

Wancii: Qaala’insi jireenyaa daran humnaa ol ta’aa waan jiruuf mootummaan callisuu akka hinqabne jiraattonni Godina Shawaa Kibba Lixaa aanaa Wancii ganda Haroo Wancii dubbatan. Jiraattonni Gandichaa ibsa addatti Gaazexaa Bariisaaf dheengadda kennaniin... Read more »

Finfinnee: Ministeerri Nageenyaa Mata duree “Federaaliizimiifi Ijaarsa Nageenyaa Itoophiyaatti” jedhuun Abbootii amantiifi jaarsolii biyyaa wajjin Magaalaa Bishooftuutti mari’ateera. Marii kanarratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, abbootiin Amantiifi jaarsoliin biyyaa hirmaataniiru. Ministeera Nageenyaatti Ministir... Read more »

Finfinnee: Erga Raayyaan Ittisa Biyyaa (RIB) naannoo Tigraayiin gadhiishee bahe ummanni naannichaa dararaa keessa jiraachuu dargaggoonni gara naannoo Amaaraatti baqatan ibsan. Bittaa shoroorkeessaa ABUT mormuun gara naannoo Amaaraatti dargaggoonni baqataa jiran yaada... Read more »

Finfinnee: Paartiin Badhaadhinaa qorannoo yaa’ii jalqabaa tibbana taa’een hoggantoota paartichaa kuma lamaafi 574 hoggansa irraa akka ka’an taasisuu hime. Pireezdantii Ittaanaan Paartichaa Obbo Adam Faaraah yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaafi haal dureewwan yaa’iicha... Read more »

• Ji’ota sadan dhufanittis waliigala zayitii liitirii miliyoona 150ni kan galu ta’a Finfinnee: Mootummaan zayitii nyaataa litira miiliyoona 12.5 ariitiin gara biyyaatti akka galuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Ministirri Maallaqaa Obbo... Read more »

Finfinnee: Godina Arsii Lixaatti miseensonni Shanee karaa nagaatiin Qajeelcha Poolisii Godina Arsii Lixaatiif harka kennataniiru. Ittigaafatamaan Waajjira Bulchiinsaafi Nageenyaa godinichaa Komaandar Geetaachoo Taayyee, sochii hoggansi siyaasaafi qaamoleen nageenyaa abbootii gadaafi hawaasa bal’aa... Read more »

Finfinnee: Ministirri Muummee Itoophiyaa, Doktar Abiyyi Ahimad Wiixata darbe hojii ijaarsa piroojektii babal’isa Warshaa Qorqoorroo Adaamaa eebbisan. Warshichi bara 2003 birri miiliyoona 40 kan ijaarame yoo ta’u qorqorroofi mismaara oomishaa tureera. Yeroo... Read more »

Finfinnee: Sagantaan lammiilee waraanaafi hongeedhaan miidhaman deeggarsa walitti qabuuf ooluufi mataduree, ‘’Anis Lammii koof’’ jedhamu dheengadda Eegduu Olaantuu Waldaa Fannoo Diimaa Itoophiyaafi Pirezidaantii Itoophiyaa Saahilawarqi Zawudeetiin jalqabame. Itoophiyaatti yeroo ammaa sababa hongeefi... Read more »

Finfinnee: Guraandhalli seenaa Itoophiyaanotaa keessatti bakka olaanaa qaba. Innis guyyaa biiftuun bilisummaa gurraachotaa itti baateefi harqoonni gabrummaa itti cabe waan ta’eefi. Guyyaan kun waggaa waggaan ilmaan sabaaf sablammii Itoophiyaa biratti hedduu kan... Read more »