Pirojektiin Holqa Soofumar bara dhufu akka xumuramuuf tumsi ni taasifama

Finfinnee: Ijaarsi pirojektii riizortiifi daandiiwwanii Holqa Soofumar adeemsifamaa jiru bara dhufu akka xumuramuuf tumsi barbaachisu kan taasifamu ta’uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Doktar Abiyyi tibbana jilasaanii waliin ijaarsa pirojektii Holqa... Read more »

Oromiyaatti kompostiin idilee meetirkuubiin miliyoona 155 qophaa’e

Finfinnee: Oromiyaatti ji’oota saglan darbanitti kompostiin idilee meetirkuubiin miliyoona 155 qophaa’uu Biiroon Qonna Naannichaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Fooyya’iinsa Gabbina Biyyee Obbo Isheetuu Laggasaa ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, naannichatti... Read more »

 Shaashamannee akkuma Finfinnee misooma kooriidarii eegalte

Shaashamannee: Shaashamanneen akkuma Finfinnee misooma kooriidarii eegaluu bulchiinsi magaalattii beeksise. Kantiibaan magaalattii Obbo Adaanaa Taklagiyoorgis Wiixata darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti, inisheetivii misooma kooriidarii Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad kallattii kaa’an hordofee... Read more »

Qorichiifi meeshaaleen wal’aansa fayyaa qarshii biliyoona afurii Tigraayitti ergamaniiru

Finfinnee: Waliigaltee Piritooriyaa booda qorichootaafi meeshaaleen wal’aansa fayyaa qarshii biliyoona afuritti tilmaamaman gara naannichaatti ergamuu Biiroon Fayyaa Naannoo Tigraay ibse. Hogganaan biirichaa Doktar Amaanu’eel Hayilee Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, sababa... Read more »

Milkaa’ina Itoophiyaa Qulqulluuf lammiileen hundi hirmaannaa taasisuu qabu

Finfinnee: Milkaa’ina Itoophiyaa Qulqulluuf lammiileen hundi hirmaannaa taasisuun dirqama lammummaa ba’uu akka qaban Hospitaala Kollejjii Miliniyeemii Paawulositti Ispeeshaalistiin Xinsammuu Doktar Solomoon ibsan. Doktar Solomoon sosochii Itoophiyaa Qulqulluu ilaalchisee Kamisa darbe Gaazexaa Bariisaaf... Read more »

Barana sadarkaa biyyaatti biqiltuun biliyoona   7.5 akka dhaabamu ibsame

Lafti biqilaan dhaabbatu hektaarri miliyoona 1.8 qophaa’eera Finfinnee: Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaatiin biqiltuu biliyoona 7.5 dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Koreen Teeknikii Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa ibse. Sadarkaa biyyaattis Waxabajjii 22 akka eegaluuf murtaa’ee... Read more »

 Dhaabbileen mootummaa fedaraalaa hundi karaa elektirooniksii bittaa eegalan

Finfinnee: Sadarkaa fedaraalaatti dhaabbileen mootummaa hundi sirna elektirooniksii fayyadamuun bittaa meeshaalee eegaluu Abbaan Taayitaa Bittaafi Horataa Mootummaa beeksise. Daarektarri olaanaan abbaa taayitichaa Obbo Hajii Ibsaa ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka... Read more »

 Ji’oota kurnan darbanitti galiin qarshii biliyoonni 425 ol sassaabame

Finfinnee: Ji’oota kurnan darbanitti gatiin qarshii biliyoona 442.85 sassaabuuf karoorfamee qarshii biliyoonni 425.27 sassaabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Ministirri Galiiwwanii Aadde Aynaalam Nugusee Kamisa darbe raawwii ministeerichaa ji’oota salgan darbanii ilaalchisee miidiyaaleef wayita... Read more »

 Zooniin Dinagdee Addaa guddina dinagdee si’eessuuf shoora olaanaa qaba

Finfinnee: Eegalamuun Zoonii Dinagdee Addaa sharafa alaa dabaluufi carraa hojii uumuun guddina dinagdee si’eessuu keessatti shoora guddaa akka qabu hayyuun dinagdee Doktar Qosxanxinoos Barehetasfaa ibsan. Daktar Qosxanxinoos Kamisa darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka... Read more »

“Pirojektonni sababa rakkoo nageenyaan addaan citanii turan gara hojiitti deebi’aniiru”- Bulchiinsa godina Wallagga Bahaa

Finfinnee: Wallagga Bahaatti pirojektonni sababa rakkoo nageenyaatiin ijaarsisaanii addaan citee ture gara hojiitti deebi’uu Bulchaan Godinichaa Obbo Waaqgaarii Nagaraa ibsan. Obbo Waaqgaariin ibsa torbee darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, Wallaggi Bahaa... Read more »