Sodoomummaafi furmaatasaa

Namoonni akkaataa itti sodoomummaa eegalan irratti wantoonni hedduun dubbatameera, akkasumas barreeffameera. Kaanis sodoomummaan akka maatii irraa dhaaluun namatti dhufa kan labsan jiru. Kaanis naannoo jiraatan irraa kan ka’e jedhu. Baay’een ammoo namni... Read more »

Saayinsiifi sodoomummaa

Akkuma kanaan dura ilaalaa turre, sodoomummaan korniyaa walfakkaataa gidduutti sagaagalummaa raawwatamu; korniyaa walfakkaataa ta’anitti jireenya qunnamtii saalaaf harkifamuufi jireenya hamaa kana waliin raawwachuun sodoomummaadha. Dhiirrifi dhiirri (gay), dhalaafi dhalaan (lesbian) yookaan saala... Read more »

Balaa soddoomummaan qaqqabsiisu

Bara keessa jirru kana biyyoonniifi namootni barnoota qabu jedhamanii yaadaman soddoomummaa (Homosexual, sodomy) ilaalchisee ilaalchi qaban gartokkee fakkaata. Mirga dhala namaa qofarratti kan xiyyeeffate fakkaata. Gama mirga dhala namaatiin kan leellisan malee... Read more »

Mukkeen walitti hidhaman salphaatti hincaban

Namoonni yeroo dubbatan “Tokkummaan humna” jedhu. Maartiin Luutar Kiingi namni jedhamu “Akka obbolootaatti walii wajjin jiraanna; yoo kana ta’uudhaa baate garuu akka gowwootaatti walfudhannee banna” jedhe. Tokkummaan jiraachuu ilmaan namootaaf daran barbaachisaadha.... Read more »

Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiri

Yeroo hedduu bineensotni garagaraa yeroo wal-ari’anii wal nyaatan agarree beekna ta’a. Bineensotni tokko tokko humnaanis ta’e dandeettiin cimoo ta’anii utuu jiranii bineensota isaaniin gadiitiin utuu nyaatamanii agarra. Fakkeenyaaf arbi ulfaatinnisaa kiilo giraamii... Read more »

Ilaalchakee jijjiiri, haallikee ni jijjiirama

Bara keenya keessatti yeroo hedduu wantoota nu mudataniifi haalli keessa dabarru hanga yaadnuu olitti nutti cimee beeka ta’a. Kunneen ammoo jireenya keenya gara abdii kutannaatti nu geessaniirus ta’a. Ilaalchi nuti ofiif qabnu... Read more »

Furmaata sirriif rakkoo sirrii beekuun murteessaadha

Yeroo tokko namichi dureessi utuu wal irraa hinkutin kadhata wal-fakkaatu kadhatu tokko akka ture namootni dubbatu. Kadhata isaa keessaa kan hinhafne kadhata isaa isa akkas jedhu ture, “Yaa Waaq, waan tokko qofan... Read more »

Jijjiiramaaf yaadakee misoomsi

Tarii bara keenya keessatti mul’atni hojiitti hinjijjiiramin yookaan abjuun hindhugoomin yoo jiraate sababa isaa beekuun barbaachisaadha. Qorannoon garaa garaa akka addeessutti namoonni dhibbeentaa sagaltamii lama (%92) ta’an karoorri isaan baafatan, murtoon isaan... Read more »

Amalli gaariin hinbitamu ni jijjiirama

Yeroo tokko maanguddoo dhukkubni itti hammaatee gara fuulduraatti ijoolleensaanii attamitti hojii eegalan akka ittifufsiisan gorsanii maasii qonnaa qabanis addaan qoodaniif du’an tokkotu ture. Ijoolleensaaniis lafa abbaansaanii kenneef kana irra bara baay’eef walii... Read more »

Jijjiirama bu’uuraa

Waggaa muraasa dura waa’ee joobiraa gadi fageenyaan akkan itti yaadu kan na taasise leenjii geggeessitootaa gabaabaa tokkotu ture. Leenjii kana iratti wantoota ilaalle keessaa tokko joobira ture. Joobirri gosa allaattii ta’ee gosoota... Read more »