Poornoogiraafiifi dargaggoota

Qorannoowwan garaa garaa akka addeessanitti barattoonni dandeetii barnootaa olaanaa dhibbantaan jaatamii torba (67%) ol ta’an araada poornoogiraafiin qabamoo ta’uu isaanii agarsiisa. Karaa biraas biyya Ameerikaa qofa keessatti ga’eessonni miliyoona 40 ta’an araada... Read more »

 Maaliif dhalatte?

Yeroo tokko waa’ee dubartii utuu mana namaa keessa hojjettuu yeroo boqonnaasheetii deemtee suura kaaftu tokkoo dubbiseen ture. Dubartiin tun namoota erga duutee booda badhaasa akka addunyaatti namoota beekamoof kennamu argatan keessaa tokko... Read more »

Yeroon Geejiba; ati balaliisaadha

 Yeroo ilaalchisee wantootni hedduun dubbatamaniiru. Yeroo warqee, xiyyaara, jireenya, umurii wajjin, walumaagalatti yeroon baay’ee mi’aa ta’uu isaa namoonni utuu ibsuuf yaalanii argina. Dhuguma yeroon mi’aadha. Namni horii gate deebi’ee ni argata, Yeroo... Read more »

Yeroon qabeenya guddaadha

Biyya lafaa kanarratti akka qorannoowwan garaa garaa ibsanitti namootni yeroo qaban sirriitti itti fayyadaman dhibbeentaa 10 qofa. Isa kana irraa kan hubannu namootni hedduun yeroo qabanitti sirriitti akka hinfayyadamne ta’uu isaaniiti. Faayidaa... Read more »

Ayyaanonni keenya duudhaasaanii eeguu qabu

Addunyaa kanarratti amantii, waqtiilee, guyyoota injifannoowwaniifi kkf biyyoota, hordoftoota amantiifi hawaasa addaa addaatiin kan ayyaaneffatamaniifi kan kabajan yoo ta’u, kanneen keessaa gariinsaanii gita addunyaatti beekamtii argataniin kaan ammoo sadarkaa biyyaatti utuu ayyaaneffatamanii... Read more »

Jijjiiramni seera jireenyaati

Waggoota muraasa dura namootni karoora waggaa haaraaf baafatanii kan milkaa’anis ta’e waan karoorsan utuu hojiitti hinhiikin hafan kanaafis sababoota adda addaa kan kennan hedduudha. Bara darbe namni tokko akkas jedhe, “Waggaa haaraarraa... Read more »

Eessaayyuu koottu, eenyuyyuu ta’i of fooyyessuu ni dandeessa

Jireenya dhala namaa keessatti milkaa’uufi kufaatiin kan waljijjiiraniidha. Kufaatiin kan jibbamu ta’ullee darbee darbee garuu namootni jabaatanii haala jiru injifachuun akka keessaa ba’an kan taasisu yoo ta’u, namootni jabaatanii ofirratti hojjechuu baannaan... Read more »

Waggaa haaraatti namum maa haaraa qabaachuu

Qorannoowwan gara garaa akka addeessanitti namoota waggaa haaraatti haala keessa jiran, tarii haala jireenyasaanii miidhu, haala guddinasaaniif gufuu ta’u kamuu keessaa ba’uuf karoorsan keessaa dhibbantaan 25 ol utuu ji’a tokko hinguutin akka... Read more »

Hanga kuftutti utuu hinta’in hanga milkooftutti yaali

Namni kamuu jireenyasaa keessatti bakka tokkotti kufataa yookaan milkaa’ina dhabuu isa jedhu utuu hindhandhamatin kan darbu hinjiru. Wanti guddaan garuu kufuu yookaan ka’uu utuu hinta’in haala numudatan akkaataa itti ilaalluufi keessa tarruudha.... Read more »

Haadholiin ulfaa’uu dhiisuuf mirga qabu, mucaanis jiraachuuf mirga qaba

Bara keessa jirru kana biyyoottan akka Ameerikaatti ulfa baasuu wajjin kan walqabaterratti bara itti rakkoo cimaan uumame, murtoo guddaan murteeffame jechuun nidanda’ama. Waggoota dheeraaf ulfa baasuun seeraqabeessa ta’ee inni ture nika’e; inni... Read more »