Duudhaaleen naamusaa keenya eessa jiru?

Duudhaa jechuun maal jechuudha? Duudhaa jechuun qajeelfamoota ykn danboota naamusaa gaariidha jennee  fudhanne jechuudha. Kanneen keessaa dhiifama gochuu, haqummaa, bilisummaa nama biroo kabajuu, jaalala, jireenyaaf ulfina kennuufi of to’achuufaan ni eeramu. Kanaafuu... Read more »

Namoota jijjiiramaaf onnatan horachuu

Geggeessaan duuka buutota qopheeffata otoo utuu hintaane geggeessitoota hedduu kaafata! Geggeessaa cimaafi jijjiirama fidu kan ofii waan cimaa hojjetu qofa otoo hintaane kan namoota waan cimaa hojjechiisu ta’uu qaba. Sababiinsaas geggeessaan namoota... Read more »

DANDEETTII GEGGEESSUMMAA GONFACHUU

“As we look ahead into the 21st century, leaders will be those who empower others.” Bill Gates Geggeessummaan nama ga’oomsuudha malee nama gowwoomsuu miti. Geggeessummaan adeemsa imala ka’umsaafi ga’umsa of keessaa qabuudha. Kanaaf,... Read more »