Odaan Hullee Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaa daangaa gandoota Laaloo Beeyyamiifi Collee Beeyyamirratti Aalleerraa kiilomeetira shan, Bulbulirraa kiilomeetira 10 fagaatee argama. Odeeffannoon maddoota adda addaa irraa argame akka ibsutti, Odaan Hullee, Odaa... Read more »
Finfinnee: Sirni mootummoota darbanii qabsaa’ota siyaasaa, artistootaafi hayyoota Oromoo hedduu cunqursaa waan tureef gariinsaanii lubbuusaanii dhabaniiru, gariin ammoo biyyasaanii jaalatan dhiisanii jireenya biyya ormaatiif saaxilaman baay’eedha. Erga siyaasni Itoophiyaa daandii sirrii qabachuu... Read more »
Bara 1974 erga biyyaa bahee baqatummaan biyyoota gargaraa jiraachuu kan dubbatu Elemoon, ka’uumsi biyyaa bahuu kootiis roorrifamuu ture jedha. Mootummaan bara sana ture nama ajjeessa, hidhe dararaa turee kanattiin baqadhe’ jedha. Hidhaa... Read more »
Ummannii Oromoo hundeen dhaloota isaa tokkuma. Yeroo booda baay’inaa maatiifi barbaacha qabeenya jireenyaaf tolu sakkatta’uf iddoo adda addaatti faca’e. Gosaan qodamuun kun aadaa yeroo iddoo tokko ture sana akka irraaffatu hingoone. Seeraa... Read more »
“As we look ahead into the 21st century, leaders will be those who empower others.” Bill Gates Geggeessummaan nama ga’oomsuudha malee nama gowwoomsuu miti. Geggeessummaan adeemsa imala ka’umsaafi ga’umsa of keessaa qabuudha. Kanaaf,... Read more »
Finfinneen lafa horaati. Iddoon horri kun itti argamu araddaa amma “Filwuhaa’’ jedhamutti yoo ta’u, dur bosonaan haguugamtee turte. Iddoon kun bakka bishaan ho’aan lafa keessaa ol finiinu ykn ol utaalu waan ta’eef... Read more »
Gaaf tokko oggaa doktarri tokko laaqana nyaachuuf ba’u waardiyyaadhaan hangan dhufutti namoota naaf keessummeessi jedhee deeme. waardiyyichis tole, doktar rakkoo hinqabu jedheen. Akkuma doktarichi demeen namichi tokko dhufee ol seene. Waardiyyichis maaltaate... Read more »
Lammiileen Chaayinaa baay’een Peengi Shu’iliiniin maqaa masoo Ajaa’iba jedhuun waamu. Sababiin kanaas Peengi walakkaa qaamasaatii balaa konkolaataatiin dhabee daldalaa maqaa gaarii qabu ta’uu waan danda’eefi. Peengi sababa balaa kanaatiin waggoota lamaaf Chaayinaa... Read more »
Addunyaa keenya kanarra nama hagamtu alkoolii dhuga jettanii yaadduu? Akka Dhaabbanni Fayyaa addunyaa jedhutti sadarkaa addunyaatti namoota biliyoona 2.3 (2,300,000,000) ol ta’antu dhugaatii alkoolii dhuga. Waggaa tokko keessattis rakkoowwan dhugaatii alkoolii waliin... Read more »