“Pirojektiin misooma lageenii Finfinneerratti hojjetamaa jiru qulqullina lageenii eegsisuu keessatti gahee olaanaa qaba” -Pirofeesar Tashoomaa Sooromsaa

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Yunivarsitii Finfinneetti, Barsiisaafi Qorataa Saayinsii Naannawaa Pirofeesar Tashoomaa Sooromsaa jedhamaniidha. Hayyuun kun guddina Afaan Oromoo keessattis nama gumaacha olaanaa taasisaa turaniifi jiraniidha. Akkasumas hayyuu cimaa maxxansaalee 200 ol... Read more »

 “Ejjennoo Misir calaqqisaa jirtu ijaarsa hidha Abbayyaarratti dhiibbaa tokkollee hinqabaatu” -Obbo Muusaa Sheekkoo (Ogeessaafi Xiinxalaa Siyaasa Bishaanii)

Baadiyyaatti barnoota amantii Islaamaa sirnaan barachuudhaan magaalaa guddoo Itoophiyaa Finfinneetti, Afaan Arabaa barsiisuu kan danda’an, dhaabbilee gurguddoo kanneen akka Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniifi Gamtaa Afrikaa keessatti hojjachuuf carraa kan argataniifi dandeettii Afaan Arabaa... Read more »

 “Jireenya aartiidhaan guutametti akkan galuuf kan nagargaare Oromoodha” -Artisti Leencoo Gammachuu

Dur dur bara dukkanaa sana keessa Afaan Oromootiin weellisuu mitiitii dubbachuunuu yakka ta’ee, kanneen didanii weellisanirratti tarkaanfii hammaataan ajjeechaa hanga biyyaa baasuu irra gahaa tureera. Afaan Oromoo raadiyoo cabsa jedhamee ifatti Oromoofi... Read more »

 Guyyaan sabootaa baranaa agarsiisa dirreerra qofaan osoo hintaane waan ummata fayyadu hojjechuun kabajama” Kabajamoo Obbo Eeliyaas Uummataa

Guyyaan Saboota Sabalammootaafi Ummattoota Itoophiyaa 18ffaan har’a, magaalaa guddittii naannoo Somaalee, Jigjigaatti sirna ho’aadhaan kabajama. Guyyaa kun guyyaa heerri biyyattii sanada waliigaltee ummattootaa jedhamee beekamu itti ragga’e sababeeffachuun kan kabajamu yoo ta’u,... Read more »

 “Wayita omishni qamadii daran dabale kanatti gabaarratti hanqinni akkamitti akka uumame qalbiidhaan ilaaluu feesisa” – Mallasaa Mokonnin (PhD) Ministir De’eetaa Qonnaa

Waggoota afran darbanitti Itoophiyaan damee qonnaarratti jijjiirama olaanaa keessa galuushii kan ragaa bahu hedduudha. Keessattuu gama omisha qamadii waggoota dheeraaf bittaanis ta’e gargaarsaaf biyyoota alaa jala harka qabachaa turte waggoota muraasaa as... Read more »

 Barnoonni cabe, fayyaan weerara busaan gaaga’ame Oromiyaatti maalirra jira? Sababniifi malli dhahame maali? Obbo Abdulhakiim Muluu deebii qabu

Barnootaa ammas barnootaa kana ta’uu qaba kaayyoon Oromootaa jedhamee weellifameefiira. Barnoonni furtuu waan hundaa ta’u hayyoonni Oromoo darbanillee beekanii dhaloonni barumsaaf akka ka’u fayyasaafis wabii akka ta’u gorsaa turan. Dhaloonni hinbaranne mirgasaatiif... Read more »

 “Afaan Oromoo erga Afaan ‘Google’ ta’ee as fooyya’iinsa lakkoofsaan ykn dhibbantaan ibsamuu hindandeenye agarsiiseera” -Abdiisaa Baancaa Jaarraa  

 Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Ogeessa ‘ICT’, Hogganaa Olaanaa ‘Afan Africa Association-3A’ akkasumas Hundeessaa ‘OICT Solutions’fi Qindeessaa ‘Google’ Afaanota Itoophiyaa/Afrikaa kan ta’e Dargaggoo Abdiisaa Baancaa Jaarraati. Dargaggoon kun dargaggootaafi hayyoota biyya keessaafi alaa... Read more »

“Yunivarsitiin Finfinnee dhimmoota shanan Itoophiyaan irratti xiyyeeffattee hojjechaa jirtu milkeessuurratti hojjetaa jira” -Doktar Maatiwos Hinsarmuu (Pirezdaantii Ittaanaa Yunivarsitii Finfinnee)

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Pirezidaantii Ittaanaa Yunivarsitii Finfinnee Pirofeesara Gargaaraa Doktar Maatiwos Hinsarmuu yoo ta’an, gaafdeebii isaan waliin dhimmoota ofiin of bulchuu yunivarsitichaa, gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaa akkasumas dhimmoota dinagdee dijitaalawaa, teknolojiifi... Read more »

 “Paarkiiwwan indastirii keessatti hirmaannaan dureeyyota biyya keessaa gadaanaadha; warra fedha qaban kamiifuu ammayyuu karri keenya banaadha” -Aadde Sannaayit Mabree

Mootummaan dinagdee biyyattii qonnaan utubamu gara indastiriitti ceesisuuf hojii baay’ee hojjetaa tureera; hojjetaas jira. Kanneen keessaa paarkiiwwan indastirii babal’isuufi misoomsuun carraa hojii bal’aa uumuurra darbee dinagdee biyyaa akka utubaniif hojii bal’aan hojjetaa... Read more »

 “Guyyaa tokko fardikoo bishaan galaana Diimaa nidhuga” – Lij Iyyaasuu

Addunyaa sadii afraffaanshii galaanaan uwwifame keessaa biyyoonni balbala galaanaa hinqabne sadarkaa addunyaatti biyyoota 44 yoo ta’an, sadarkaa Afrikaattimmoo biyyoota kudha jaha. Afrikaatti biyyoota balbala galaanaa hinqabne keessaa Itoophiyaan ishee tokko yoo taatu,... Read more »