Keessummaa Bariisaa

Biyyootni gulantaa guddinaan mataa addunyaa ta’an xiyyeeffannaa sektara industiriif kennaniin akka ta’e ragaaleen ni mul’isu. Itoophiyaanis jijjiiramaa as meeshaalee alaa galan biyya keessatti omishuuf kan alatti ergamanittis sona dabaluuf sochii walirraa hin... Read more »

Keessummaan Bariisaa Maxxansa kanaa Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaarraa Luba Haragawayin Mogas yoo ta’an, gaafdeebii yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos boru kabajamu sababeeffachuun dheengadda isaan waliin taasifne akka armaan gadiitti... Read more »

Ogeessa fayyaa ta’anii sadarkaa aanaarraa hanga Ogeessa Biiroo Fayyaa Oromiyaatti, Ittigaafatamaa Waajjira Fayyaa aanaarraa hanga Daariktera Bajataafi Gamaggamaatti, dhumarratti Hogganaa Ittaanaa Biiroo Fayyaa Oromiyaarraa gara Ittigaafatamaa Waajjira Fayyaa Shaggaritti damee fayyaatiin ashaaraasaanii... Read more »

Dachee Oromiyaa, godinni Shawaa Kaabaa gootota akka Abbichuu, Jeneraal Taaddasaa Birruufi Agarii Tulluufaan ala haadha hayyoota hedduu biqilchuun beekamtuudha yoo jenne arbeessuu hin ta’u. Jechi Jeneraal Taaddasaa Birruu ‘‘lammiin hinbaranne mirgasaaf hinfalmatu’’... Read more »

Ayyaanni Id Alfaxirii kan bara 1446ffaa hordoftoota amantii Islaamaa biratti bor ykn iftaan kabajama. Nutis ayyaana kana sababeeffachuun Pirezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Sheeh Hajii Ibraahim Tufaa keessummaa keenya taasifanneerra;... Read more »

Magaalaan Gindhiir magaalaa guddattuu Godina Baalee Bahaa kan teessumnishee jireenyaaf hawwataa taatedha. Magaalaan kun godina omishtummaa olaanaa qabuufi haala qilleensaan mijataa ta’e keessatti argamtus rakkoo bu’uuraalee misoomaarraa kan ka’e guddina umuriishee giturra... Read more »

Jijjiiramaa as wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun dhimmoota ijoo keessaa isa tokkoofi xiyyeeffannoo mootummaa jijjiiramaati. Sirnoota darban keessatti biyyi seenaa dheeraa, ummata guddaafi lafa bal’aa qabdu Itoophiyaan addunyaa biratti fakkeenya beelaafi hiyyummaan eeramaa... Read more »

Magaalaan Walisoo Finfinneerraa kallattii kibba lixaatti kiilo meetira 114 fagaattee argamti. Magaalaan erga hundeeffamtee waggoota 98 lakkoofsiste tun gama misoomaatiin sadarkaa umriishii giturra hinjirtu. Magaalaan jiddugaleessa biyyaafi Finfinneetti dhiyaattee argamtu tun carraa... Read more »

Beekumsaafi muuxannoo umrii ijoollummaatiin biyya ormaatti horatte guduunfattee hawaasa keessaa dhalatteef gumachuuf gara biyyaatti kan galte, kabajaafi ulfina aadaafi ummatichaaf qabduuf jecha, osoo humna qabduu of tuffattee carraa muudamaa argaterraa qoolliffattee booddee... Read more »

Jijjiirama haala qilleensaan walqabatee gaaga’amni Gaanfi Afrikaa keessummeessaa jiru daran olaanaadha. Hongeen waggoota lama dura godina Booranaa mudate beeyiladoota miliyoonaan lakkaa’aman galaafachuun seenaa keessatti godaannisa hamaa buusee darbeera. Hongeen hamaan kun sanyiiwwan... Read more »