“Shaggaritti guyyaa Wiixataatti uffata aadaatiin hojjachuu eegaluun tajaajila fooyyessuu qofa osoo hintaane, hannas hir’isaa jira” – Obbo Cammaraa Shibbiruu

Dargaggoota yeroo ammaa magaalaa dhiyeenya hundoofte hogganaa jiran keessaa isa tokko kan ta’e, umrii dargaggummaa yeroo ammaa keessa jiruun waggoota kurnan darbaniif sadarkaalee garaa garaatti hoggansa bIlchaataa kennuudhaan fakkeenya dargaggootaa kan ta’eefi... Read more »

“Amma kan nu baasu walkabajuufi nagaan waliin jiraachuudha” – Doktar Luba Tolasaa Guddinaa

Keessummaan keenya maxxansa kanaa Paastarii Olaanaa Waldaa Warra Wangeelaa Itoophiyaa Atlaantaa Doktar Luba Tolasaa Guddinaati. Gaafdeebii torban lama dura dhimmoota nageenyaa, araaraa, marii biyyaalessaa, dudhaalee jaalalaafi tokkummaan waliin jiraachuu, jijjiirama akka biyyaatti... Read more »

Eebbi, “Fantaallee ta’ii mul’adhu” jedhu jijjiiramaa as Matahaaraa haaressaa jira” -Obbo Addisuu Waaqoo

Magaalaan Matahaaraa gaarreen Fantaalleefi Hara Basaqaatiin marfamtee qilleensa ho’aan guutamtee gammoojjii gubaa keessatti fuduraafi muduraan lafa uwwistee isa seenu simachaa isa bahu gaggeessaa halkanii guyyaa tajaajila kennuun maqaa masoo magaalaa aduun itti... Read more »

 “Baatuun gama hundaan imala badhaadhinaarratti argamti” Obbo Ahmaddiin Ismaa’il (Kantiibaa Magaalaa Baatuu)

Magaalaan Baatuu bara 1953 akka hundoofte kan himamuuf yoo ta’u, magaalota Itoophiyaa riiformii keessa galan keessaa ishee tokko. Finfinneerraa kiiloo meetira 160 fagaattee kan argamtu Baatuun, magaalota qabeenya uumamaatiin badhaadhan keessatti eeramti.... Read more »

 “Seeronni fooyya’anii ba’an seerota danqaa turan furuun dimokraasiifi nageenyi fulla’aan akka jiraatu taasisu”- Kabajamoo Obbo Iisaa Boruu

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataatti Walittiqabaa Ittaanaa Koree Dhaabbii Dhimmoota Seeraafi Haqaa Kabajamoo Obbo Iisaa Boruuti. Hojiilee guguddoo korichi raawwaturratti hundaa’uun gaafdeebii dheengadda isaan waliin taasifne akka armaan... Read more »

 “Shawaa Bahaatti makaanaayzeeshiniin qonnaa % 85n waan guddateef qonnaan bultoonni 400 ol invastarummaatti ce’an” Obbo Masfin Tashoomaa

Oromoon erga warraaqsa siyaasaa olaantummaafi wareegama qaaliin injifatee as kallattii qabsoosaa gara dinagdeetti jijjiiruun inisheetiviiwwan misooma adda addaa babal’isuun wabii midhaan nyaataatiin of danda’uurra darbee qamadii alaa eeguurraa gara erguutti ce’eera. Injifannoon... Read more »

”Siinqee koo qabadhee hanga iddoo qaamoleen lamaan itti walwaraanaa jiraniitti deemee nagaa buusuuf qophiidha” – Haadha Siinqee Saaraa Duubee

Dubartii yeroo dhalootni aadaa ganamaa dagatee aadaa ormaa hordofaa turetti aadaafi duudhaa ofitti cichanii aadaa ofiin boonanii dhalootaaf fakkeenya ta’an, dubartii yeroo hunda uffannaafi faaya aadaa Oromootiin miidhaganii deeman, kan aadaan Arsii... Read more »

 “Lafa xiqqaarraa omisha guddaa qulqullina qabu argachuurratti xiyyeeffannee hojjechuu qabna” – Obbo Tashoomaa Boggaalaa

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Daarektara Inistiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa Obbo Tashoomaa Boggaalaati. Obbo Tashoomaan hojii qo’annoofi qorannoo kanaan muuxannoo hojii waggoota 30 olii kan qaban yoo ta’u, hojiilee guguddoo inistiitiyuutichi hojjechaa jirurratti... Read more »

“Gootummaa Itoophiyaanootni uumamaan qaban miira xiinsammuu gootummaa ammayyaatiin deggaramnaan qaamni Itoophiyaa dura dhaabbatu hinjiru” – Meejar Jeneraal Tasfaayee Ayyaalew

Loltummaa waraanaa irraa hanga lolchiisaa waraanaatti, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitii hanga Humna Qophii Afrikaa Bahaatti, adda waraanaa gara garaa irratti hirmaachuudhaan injifannoo boonsaa galmeessisanii badhaasota garaa garaa dirree waraanaatti kan horatan, yeroo ammaa... Read more »

Hajjii Bulbulaa: Atileetii cimaa nama dhiisii roobnuu itti hinqaqqabu jedhamaa ture

Dhalli namaa erga dachee kanarratti uumamee kaasee wal’aansoo jiruufi jireenyasaa guyyuu mo’achuuf ifaajjiifi sochii taasisuun fayyummaafi jabeenya qaamasaa osoo beekuus ta’e hinbeekiin eeggachaa kan ture ta’uu seenaan jalqabbii ispoortii ni ibsa. Sochiin... Read more »